#Turullee #dhugatuu #irra #aana
đĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚ
#Kutaa #24ffaa
đĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚ
#Hojii #manaa
đđđ
Ragaa #Yohannis 5:24 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
đđđđđđ
#Yohannis 5:24
" "Dhuguma, dhuguman isinitti hima, dubbii koo dhaga'ee #isa #ana #ergetti #kan #amanu #jireenya #bara #baraa #qaba; inni du'a keessaa gara jireenyaatti darbee malee, gara firdii hin dhaqu.â
John 5:24 Verily, verily, I say unto you, He that heareth my word, and #believeth #on #him that #sent #me, hath #everlasting #life, and shall not come into condemnation; but is passed from death unto life.
Gafii đđđ
Akka ragaa #Yohannis 5:24 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Yesuus namni dubbii koo dhaga'ee, anaan Waaqa jedhe, jireenna bara baraa argata jedhe.â
B. Yesuus namni dubbii koo dhaga'ee, isa ana ergetti amane (Waaqatti amane), jireenna bara baraa argata jedhe.â
C. Yesuus namni dubbii koo dhaga'ee, anaan ilma Waaqaati jedhe, jireenna bara baraa argata jedhe.â
D. Yesuus namni dubbii koo dhaga'ee, anaan fayyisaadha jedhe, jireenna bara baraa argata jedhe.â
đĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚ
⪠Worroonni Amantii Kiristaanaa mee waan sammuu keessaa qabdanii fi raga kana wol bira qabaa laalaa.
⪠hawaasni keenna ammoo, worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran, ka dhugaa kitaabuma isaanii keessatti argamtu hubatuu dadhaban, ragaawwan asii olii kana biraan gahaa, haqa jiru hubachiisaa.
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa #Yohannis 5:24 irraa argannu;
1ffaa- Dhugaan Yesuus nama barsiisaa ture, dubbii Yesuus dubbate dhaga'anii, inni jalqabaa Yesuus akka ergame amanuu akka qaban.
2ffaa- Ammas dhugaan Yesuus nama barsiisaa ture, dubbii Yesuus dubbate dhaga'anii, isa Yesuus erge (Waaqatti), akka inni isa ergatee fi inni Waaqa dhugaa ta'uu amanuun akka jireenna bara baraa nama gonfachiiftu beekuu akka qaban isaan barsiisuu isa.
( "Dhuguma, dhuguman isinitti hima, dubbii koo dhaga'ee #isa #ana #ergetti #kan #amanu #jireenya #bara #baraa #qaba yeroo jedhu).
3ffaa- Namni du'a keessaa gara jireennaatti dabruu kan danda'u, akkasumas gara firdii ka hin deemne (gara qixaaxaa ka hin oofamne), yeroo Rabbii Yesuus ergetti amane qofa akka ta'e ( .... #isa #ana #ergetti #kan #amanu ...... #inni #du'a #keessaa #gara #jireenyaatti #darbee #malee, #gara #firdii #hin #dhaqu.â yeroo jedhu), ka gocha kanaan faallaa deemu, Waaqa Yesuusiin erge dhiisee, Yesuus Waaqa ka jedhu hundi, akka jireenna bara baraa hin argannee fi jireenna keessa gara du'aatti worrota dabru, worroota gada firdii (qixaaxaa jechuun Azaabaa oofaman akka ta'e) ifatti barsiisee jechuudha.
Gabaabinnaan, akka ragaa Wangeela kanaatti, namni jiru #bara #baraa #barbaadu, namni #du'a irraa gara #jireenna #dabruu fi gara murtee (#Azaabaa) #oofamuu #hin #barbaadne kamuu, #Waaqa #Yesuus #ergetti (Waaqummaa dhugaa beekee) #amanuu fi #Yesuus kan #Waaqni #ergate (ergamaa Waaqaa) ta'uu amanuun akka ta'e ifa baasaa jechuudha.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
âťď¸âťď¸âťď¸âťď¸By:XR âťď¸âťď¸âťď¸
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa đ
https://t.me/Xaalibu6504

#Kutaa #41ffaa
đĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚ
#Gilgaala: Hubannoo duraan sammuu keessaa qabnuu fi ragaawwan dubbisnu wol bira qabuun, kallattii dhugaa ittiin madaallu:
#Yesuus (Nabi #Iisaan nageenni Rabbii isa irratti haa jiraatu), akka inni #hin #ajjeefamin fi #cubbuu #ilma #nama #tokkootiifille #hin #fannifamin #beekuu #yoo #feetan dubbiiwwaan asii gadii xiinxallaa dubbisaa;
đĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚ
Nama sammuun nagahaa, ragaan tokkoo ni gahaa, #Yohannis 8:21-24 dubbisaa.
đđđđđđđ
#Yohannis 8:21-24/#á¨áŽáááľ áááá 8:21-24
A. ⪠21 Ammas Yesus, "Ani nan adeema, isin #ana #barbaaduuf jirtu; iddoo ani dhaqus #dhufuu #hin #dandeessan, kanaaf cubbuu keessaniin in duutu" jedhee isaanitti dubbate.
âŞá˘á¨áąáľá á°ááᢠáĽá áĽááłáá #áľáááááá˝áá á áá˘á áłá˝áá áľááłáá˝á #áĽá #áá°áááľá áľ #áĽááá° #ááľáᥠ#á áľá˝áá á áá¸áá˘
B. ⪠22 Kana irratti Yihudoonni warri Yesusiin morman, "Iddoo ani dhaqu dhufuu hin dandeessan erga jedhee, #of #ajjeesinna #laataa?" jedhan.
âŞá áááľáᢠáĽá áá° áááľá áľ áĽááá° ááľáᥠá áľá˝áá áááą áŤáąá áááľááá? áĽáá á áá˘
C. ⪠23 Inni immoo, "Isin kan goodaa kana ati, ani immoo kan gubbaa sanaa ti; #isin #kan #biyya #lafa #kanaa ti, #ani #garuu kan biyya lafa kanaa #miti.
⪠23 áĽááá° á¨áłá˝ áá˝áἠáĽá á¨áá ááᤠáĽááá° á¨áá ááá áá˝áἠáĽá á¨áá ááá á áá°áááá˘
D. âŞ24 #Cubbuu #keessaniin #akka #duutan isinitti himeera; ani eenyu akkan ta'e beektanii yoo amanuu dhaabaattan, cubbuu keessaniin in duutu" isaaniin jedhe.
⪠24 áĽááá˛á ᢠá áá˘á áłá˝á áľááłáá˝á á ááá˝áᤠáĽá áĽáá°ááá áŁáłáá á áá˘á áłá˝á áľááłáá˝áá á áá¸áá˘
đđđđđđđ
Mee yaa nama Rabbiin sammuu waa yaadduun siif kenne, ka ammoo Yesuus du'e jettu yookaa cubbuu ilmi nama hojjateef fannifamee jettee yaaddu, #gaafiiwwan asii gadii, ragaa wangeela #Yohannis 8:21-24 irratti hundaahee siif dhihaatuu, #deebisaan kee maalâď¸
1ffaa- #Yohannis 8:21 irratti, Yesuus isin na barbaadduu garuu #iddoo #ani #dhaqu #dhufuu #hin #dandeessan jedhee, #akkamitti #Yihuudonni #arganii #ajjeesuu danda'an jetta?
2ffaa- Yoo Yihudoonni arganii ajjeesuu ni danda'an jettee ka yaadduu, dubbiin Yesuus dubbate soba jechuun dirqamaa. Kanaafuu yaada kee dhugoomsitee dubbii Yesuus kijibsiifta moo yaada kee kijibsiifte dubbii Yesuus dhugoomsitaâď¸
3ffaa- Ammas #Yohannis 8:22 irratti, worroonni Yihudotaa Yesuus na barbaadduu garuu #iddoo #ani #dhaqu #dhufuu #hin #dandeettan eega jedhee, of ajjeessinna laata jedhanii shakkii qofa ibsanii, garuu dubbii inni dubbate dhugoomsanii jiru (akka isatti gahuu hin dandeenne). Wonti asitti gaafii fi raajii namatti ta'u, worroonni Yesuusitti amanna jettan (worroonni Chiristaanaa), akkamitti Yihudota hanqattanii, dubbii Yesuus kijibsiiftanii, #iddoo #ani #dhaqu #Yihudoonni #dhufuu #hin #danda'an ka Yesuus jedhe dhugoomsuu diddanii, Yesuus #Yihudoonni #isa #qabanii #ajjeesan #jettanii yaaddu meeâď¸
4ffaa- Yesuus itti dabalee #Yohannis 8:23 irratti, worroonni isa barbaadan #biyya #lafaa akka ta'an, inni immoo akka #biyya #lafaa #hin #taane ifatti himee ture. Sila Yihudoonni samii bahanii ajjeesan jettu moo, Yesuusitu dubbii sobaa dubbatee (ani biyya lafaatii miti jedhe) jechuu barbaadan moo, Yesuus samii bahee deebi'ee, ajjefamee jechuu yaaddu laataâď¸
5ffaa- Xumuraa irratti, #Yohannis 8:24 irratti, Yesuus #hundi #namaatuu #cubbuu #isaatiin #akka du'u himee ture. Jechi Yesuus kun hoo dubbii sobaa ta'ee (#namuu #cubbuu #isaatiin #du'aan), Yesuus cubbuu ilma namaatiif ajjeefamee jettuuâď¸
đĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚđĽŚ
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olii irraa argannu:
1ffaa- Yesuus ani nan adeema, Yihudoonni na barbaaduu garuu iddoo kiyya #dhufuu #hin #danda'an jedhee, kanaafuu dubbiin Yesuus kijiba waan hin taaneef, Yihudoonni Yesuus argatanii ajjeesuu gonkumaa hin danda'an jechuudha.
2ffaa- Yihudoonni warri Yesusiin morman, "Iddoo ani dhaqu dhufuu hin dandeessan erga jedhee, #of #ajjeesinna #laataa?" jedhan shakkan malee, akka Yesuus qabanii ajjeesuu hin dandeenne ifatti beekanii jiruu jechuudha (waan yaada san hin mormineef).
3ffaa- Yesuus namootaan, cubbuu #keessaniin #ni #duutan jedheeni malee, ani cubbuu keessaniif isiniif du'aa hin jennee. Kanaafuu, Yesuus cubbuu ilma namaa tokkoofuu hin duunee jechuu ibsa.
âťď¸âťď¸âťď¸ By:XR âťď¸âťď¸
https://t.me/Xaaliburidallah

Telegram
Turullee Dhugatu Mo'ata
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.