AL-RISALA HUMANITY CENTER
3.13K subscribers
1.37K photos
33 videos
23 files
902 links
#Kaayyoo channel Al-RISALA HUMANITY CENTER,
1- #Odeeffannoo waytaawaa kennuu
2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu
3- #Seenaa babbareedaa
4- #Dhaamsa fayyaa fii kkf
Ergaa fii dhaamsa keenya #Follow #share gochuun nufaana turaa
Download Telegram
Manguddoon Furtuun Balbala Kaโ€™abaa ๐Ÿ•‹ Harka Turtee fi Itti Gaafatamaa Dhimma Kaโ€™abaa Gama Aakiraa Godaanuun Dhagahame

INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJIโ€™UUN

Dr Sheikh Saalih Al-Sheybiin hortee Gosa Banii Sheybaa jedhamtu,tan Ergamaan RABBII (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) amaanaa furtuu Kaโ€™abaa itti kennan irraa kan dhalatee dha.

Akka galmee seenaatti; Furtuun Kaโ€™abaa jarraa 16 dura Abaabayyuu Nabi Muhammad (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) isa shanaffaa kan tahe, Qusayyi Bin Kilaab kan jedhamu harka turte. Ilmaan Qusayyi kanarraa ilmi Sheybaa jedhamu gaafa dhalaterraa furtuun kaโ€™abaa isatti kennamte. Gaafa sanirraa waggaa 1600 irraa hortee Banuu Sheybaa kanatti osoo dabarfamtu jaarraa 16 lakkoofsiftee harโ€™a dhaqqabdee jirti.

Ergamaan RABBII (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) gaafa Makkaan bananis amaanaa furtuu isaanirraa hin fuune, akkas jechuun itti jabeessan;โ€ Furtuu tana qabaa yaa Banii Sheybaa. Abadan harkuma keessan haa teessu. Nama jallataa malee namni isin harkaa fuudhu hin jiru โ€œ jedhaniin.

Gaafa sanirraahis qabee Baniin Sheybaa furtuu Kaโ€™abaa qabuu qofa osoo hin taane,Kaโ€™abaa dhiquu,uffata isii yoo moofe irraa jijjiiruu,Warra isii Ziyaaruu dhufu simatuu, Maqaama Nabi Ibraahiim (Aleyhissalaam) tiksuudhaan itti gaafatamummaa guddicha kana harโ€™aan gahaniiru.

Dr Sheikh Saalih Sheybii warroota furtuun Kaโ€™abaa harka turte keessaa Abaabayyuu Ergamaa RABBII (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) irraa namaa dhibbaa fi saglaffaati,akka Ergamaan RABBII (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) Makkaan banan irraa ammoo nama 77 dha.
Namni kuni yeroo 100 ol Kaโ€™abaa akka dhiqe hima.

Akkasuma namni suuraa isaa argitan kun nama 109 booda Nabi Muhammadiin abbaa tokkorratti walitti deebiโ€™an jechuudha. Harโ€™a ganama gama fuula RABBII deemuun dhagahame. RABBIIN furtuu JANNATAA isaaf haa kennu. Warra Nabi Muhammadiin jannata keessatti wal argu isaan haa taasisu.

ุตู„ูˆุงุช ุฑุจูŠ ูˆุณู„ุงู…ู‡ ุนู„ู‰ ุฃุดุฑู ุงู„ุฃู†ุจูŠุงุก ูˆุงู„ู…ุฑุณู„ูŠู†
Manguddoon Furtuun Balbala Kaโ€™abaa ๐Ÿ•‹ Harka Turtee fi Itti Gaafatamaa Dhimma Kaโ€™abaa Gama Aakiraa Godaanuun Dhagahame
More than 1.83M Muslim pilgrims from over 200 countries performed Hajj in 2024, slightly less than 2023โ€™s figures.

Saudi Arabiaโ€™s GASTAT announced this yearโ€™s data on June 15
โž–Ati Nama Hedduu Caaltaa Bar
โค๏ธEE Simaan jedhaa jira
๐Ÿ”นMaqaa kee itti Barreeffadhu ______________________
โž–Har'a mee dandeettii kee ka namni si jalaa dhoksee sitti himuu didee si haa barsiisu .
โž–Of ilaali mee Sammuun Ta Ajaa'ibaati
โž–Dandeettii waan Qabachuu
โž–Bal'iftee Yaaduu
โž–Ful dura keetiif Bakka Kennuu
โž–Bilchina Yaadaa
โž–Kabaja Ati Namaaf Qabdu
โž–Jaalala Kee Hiriyyoota waliin
โž–Cimina kee Qulqullummaa keessaa keetii
โž–Waan Baayyeen Faayamtee jirta .
โž–Wanni Kamuu sirraa Bareeda
โž–Ati Dhugumatti Nama Addaati
โž–hiriyyoonni kee Waa'ee keetii osoo ittin yaadin si dhoksan .
โž–Amala fi Hiriyyummaa Atis isaan waliin qabdu osoo sii ibsanii jechoota
baay'ee Hamilee sitti horaniin si ibsuu danda'an .
โž–Namni biroo kana hin qabu bar ....
โž–hiriyyooni Hedduun Bu'aaf wal jala Fiigan
๐Ÿ”ธAti immoo Keessi kee Hundaafuu Qulqulluudha .
๐Ÿ”ธKanaaf ofiif Bakka Kennuu Qabda ... Jechootaaf Gochoonni Hedduun si miidhuu danda'an .
๐Ÿ”ธNamni Hedduun Gubbaa kee ilaalee yaada sitti Baduu Danda'a .
๐Ÿ”ธUffata kee , Rifeensa kee , Sochii kee laalee Namni waa jedha .
๐Ÿ”ธNana kamuu hin komatin .. isaan waan Mul'atuun si madaalanii .
๐Ÿ”ธGaarummaa kee , Tolinna kee , Amala kee san situ Mul'isuu Qaba .
๐Ÿ”ธBoru immoo Deebi'anii Akkana sin seene Dhiifama sin Jedhu .
๐Ÿ”ธRakkoon qabu Dhiifama Godhiif ... Waan HAfetu Caala jedhiin .
โ—พ๏ธBiliclicii Namni gubbaa laalee ittiin si Madaalus Eeggachuu qabda .
โ—พ๏ธAkka cabanitti waan Hokkolaniif Hokkoliif .
โ—พ๏ธDibadhuuf , Uffadhuuf , isaanii jedhi Bareedii Deemi
โ—พ๏ธGuyyaa Mucaa Fuudhaa itti Fakkaadhu
โ—พ๏ธGaafas immoo dhufanii Maal Har'a immoo sagantaa Wahii Qabdaa siin โ™ฆ๏ธjechuun isaanii hin Hafu .
โ™ฆ๏ธEe Keenna Guyyaan Guutuu sagantaa jedhiin .
โ™ฆ๏ธGuyyaan Hunduu Cidha Jedhiin .
โ™ฆ๏ธHadaraa ija Namaa Duratti Osoo qabdu xiqqaattee hin Mul'atin .
โ™ฆ๏ธGorsa Guddaa ilmi Namaa Na Gorse si Gorsa .
๐Ÿ”บAkkana Naan Jedhan
๐ŸŸฆNamaaf Yoomuu Gadin Jedhin .
๐ŸŸฆNama Duratti Xiqqaattee itti Hajamtee hin Mul'atin .
๐ŸŸงAnis Kanuma Si Gorsa
๐Ÿ”ปJecha Koo Gorsa Kanaan Haa Goolabu
๐Ÿ”ธitti Yaadaa Dubbisi
๐Ÿ”ธู‡ุฐู‡ ุงู„ุญูŠุงุฉ ู…ู„ูŠุฆุฉ ุจุงู„ุฃู…ูˆุฑ ุงู„ุชูŠ ุถุฏู†ุง
ูู„ุง ุชูƒู† ุฃู†ุช ุถุฏ ู†ูุณูƒ .
๐ŸŽดAddunyaan Tun Wantoota Hedduu Faallaa Keenna Hedduun Guutamte .
Atis Faallaa Lubbuu keetii hin Ta'in .

โž–Lubbuu Kee jechoota gaggaariidhaan Of Waami .
๐ŸŽˆHamilee abdii Gaarii OfittinHori
โ˜บ๏ธAni Dadhabaadha
๐Ÿ˜žAni Laafaadha Kophaan jira
๐Ÿ˜Carraan Kiyya Dhumate
Jettee jechoota Abdii Si Kutachiisan ofirratti hin dubbatin .
โค๏ธRasuulli Hadiisa Keessatti Akkana Jedhan :
(ูŠู…ุณูƒ ุงู„ู…ุฑุก ู…ู† ู„ุณุงู†ู‡)
โž–Namni Waan Afaan isaa Dubbatteen Qabama Jedhan .
๐Ÿ”ธLubbuu keetiin dadhabaa yoo jettee Dadhabinatu sirratti Barreeffama jedha Yaadni Hadiisichaa .
โœ…Kanaaf jechoota Ciccimaan Of waamutu si cimsa
๐Ÿ‘Kanaaf jechoota Gaggaariidhaan of jajjabeessi .
๐ŸฅธQorattoonni Saayikoloojii tokko Akkana jedha
ููŠ ุนู„ู… ุงู„ู†ูุณ :( ุฃู† ุฎู…ุณูŠู† ู…ู† ู…ุงุฆุฉ ู…ู† ุซู‚ุฉ ุงู„ุดุฎุต ุชูƒูˆู† ู…ู† ูƒู„ู…ุงุชู‡ ู„ู†ูุณู‡ )
โž–Qorattoonni Waa'ee Lubbuu xinxalan Akka jedhanitti
( ilmi Namaa Haasaa isaa keessatti Parsaniin 50 ol Waan Of Amansiisetu hojirra oola Jedhan .
โž–Rabbiinis Qur'aana keessatti :
(ุฅู† ุงู„ู„ู‡ ู„ุง ูŠุบูŠุฑ ู…ุง ุจู‚ูˆู… ุญุชู‰ ูŠุบูŠุฑูˆุง ู…ุง ุจุฃู†ูุณู‡ู… )
"Rabbiin Hanga Abbaan Tattaafatee of jijjiirutti isa hin jijjiiru "
โž–Ofiif jechoota Dadhabinaa ofirratti Dubbattee ofin Ajjeesin .
โž–Ati Nama cimaadha waa Hedduu jijjiiruu dandeetta , Dura keessa Kee Amansiisi .
๐ŸคžNamni Hunduu Dandeettii Garagaraa of biraa Qaba Garuu si Bira Dandeettii Addaattu jira Of Keessatti hin Ukkaamsin
Of Amansiisi Ati Dhugumaan Nama Milkaa'aadha .
โž–Wanti hin taane hin jiru Rabbiin si Haa Gargaara .
๐Ÿ’งAmmumma ka'i Karoorfadhu Bakka Guddaa Siif Hawwa .
โ–ช๏ธHin Fagaatin Deebinee Wal Agarra ...
๐Ÿ”นAni si โค๏ธ
โœ”๏ธ Waan Siin Jedhe hin dagatin .
โ™ฆ๏ธNagatti โ–ช๏ธSaid leader
https://t.me/Alrisala1
Halaala hojjataa jiraachuu kee laali malee,galiin kee hanga fedhe yoo xinnaate,Rabbitu barakaa keessa sii kaahaa hubadhu.

Eeeee
Hanga sirraa barbaadamu hojjachuu keetiifi hujii xurii hin qabne hojjachuu kee hubadhu malee,kan walitti sii qabu Rabbii beeki,hujii gadi jedhii hojjadhu,deega balaaleffadhu,kan sanirraa hafeef immoo Rabbirratti erkadhu.

Jaaloo
Biyya hiyyeettii keessatti durummaan faayaa beeki, maa hojjachuu dhabde jechuu irraa,eessaa fuute jechutu irra itti dhihaataa beeki,kan harki muduudaa kan taaโ€™ee gaafa namni waa argate sakaaluuf karaa irra jirutu jiraa,hujii kee waa hundarraa qulqulleeffataa deemi.

Obbolaa
Rakkoo biyyaa,rakkoo kee hin godhinii dhiisi,biyya osoo bishaan lafa jalaa itti burqee mana jalaa gonbisu namni biratti dheebuun duโ€™u keessa jirtaa beeki,biyya bishaan lagaa kumaatamaan keessa yaaโ€™u,kan ufii beelaan dhukkeen irraa kaatu keessa jirtaa xiinxalli, rakkoo biyyi furachuu qabdu rakkoo dhuunfaa keetii gootee mataa kee hin garagalchinii dhiisii,gahee kee qofa bahi.

Namana
Hiyyeessa sammuu qurcuu tahuu irra,sosochootee gahee kee bahuu wayyaa sochoโ€™i,bishaan lafaatuu yoo bakka tokko taaโ€™e hafuura godhataa gulufuu dadhabdu akkaabi,akkaabbii dadhabdu sosochoโ€™i, hanga biyyi tee meeshaa dhiistee nama kabajuu jalqabdutti eeguuf harka marattee hin taaโ€™inii,hujii kee humna qabdu hundaan hojjadhuu sammuu kee gabrummaa namaa jalaa bilisa baasi.

Hey
Dureessi hiyyeessa sagal keessatti gale kurnaffoon isa tahaa uf eegi,hiyyeessi dureessa kudhan keessatti gales,kurnaffo isa tahaa hubadhu,kanaafuu oolmaa kee filadhu,siyaasni nama isaan malu qabaa,siyaasa diinagdee kan namuu sirraa bakka buโ€™ee durummaa sii hin fidne sana,atumti oofadhu.

Ekaa
Hatuu,kijibuu,butuu,cubbuun walitti funaanuun,ija duniyaa teetii keessaa balleessaa,duniyaa karaa Rabbiin haraama godheen irraan argamturraa uf qusadhu,haqa hojjannaan,dhugaa dubbannaan barakattee beeki,ija bishaanii dhuguufi qarruu qabanii dhuguunuu ifaajeen isaa wal-addaa,miโ€™aan isiitis akkasii hubadhu.

Yes
Waan sababa sitti hin taane hin sababatinii dhiisi,biyyi badde jechuu dhiisii,akka wajji baddee dhukkeen sirraa hin kaane,akka hiyyummaan daaraa gootee galaa biyyee si hin taasisne,osoo durfamtee deegaan hingalaafatamne,hiyyummaa tee hujiidhaan ufirraa galaafadhu.
Galmee Haaraa
ุงู„ุฌุงู…ุนุฉ ุงู„ุฅุณู„ุงู…ูŠุฉ ุจู…ูŠู†ูŠุณูˆุชุง ูุฑุน ุฅุซูŠูˆุจูŠุง

*ุฅุนู„ุงู† ู…ู‡ู…*

ุชุนู„ู† ุงู„ุฌุงู…ุนุฉ ุงู„ุฅุณู„ุงู…ูŠุฉ ุจู…ูŠู†ูŠุณูˆุชุง ูุฑุน ุฅุซูŠูˆุจูŠุง ุจูุชุญ ุจุงุจ ุงู„ู‚ุจูˆู„ ูˆุงู„ุชุณุฌูŠู„ ู„ู„ุฏูุนุฉ ุงู„ุณุงุฏุณุฉ (ุงู„ูุตู„ ุงู„ุฏุฑุงุณูŠ ุงู„ุฃูˆู„ ู„ุนุงู… 1446/ 2024) ูˆูŠุณุชู…ุฑ ุงู„ุชุณุฌูŠู„ ู„ุนุดุฑุฉ ุฃูŠุงู… ู…ู† ุจุฏุงูŠุฉ ุงู„ุชุณุฌูŠู„.

*ุจุฏุงูŠุฉ ุงู„ุชุณุฌูŠู„:* 14 ุฐูˆ ุงู„ุญุฌุฉ 1445 ุงู„ู…ูˆุงูู‚ 20 - 6- 2024

*ุงู„ุชุฎุตุตุงุช ู„ู„ุจูƒู„ุงุฑูŠูˆุณ ูˆุงู„ู…ุงุฌุณุชูŠุฑ ูˆุงู„ุฏุจู„ูˆู…:*

ุงู„ู‚ุฑุขู† ูˆุนู„ูˆู…ู‡
ุงู„ุฏุฑุณุงุช ุงู„ุฅุณู„ุงู…ูŠุฉ
ุงู„ุดุฑูŠุนุฉ ูˆุงู„ู‚ุงู†ูˆู†
ุงู„ูู‚ู‡ ูˆุฃุตูˆู„ู‡
ุงู„ู„ุบุฉ ุงู„ุนุฑุจูŠุฉ ูˆุขุฏุงุจู‡ุง
ุงู„ุฅุนู„ุงู…
ุงู„ุฅู‚ุชุตุงุฏ ูˆุฅุฏุงุฑุงุฉ ุงู„ุฃุนู…ุงู„


*ุงู„ุชุฎุตุตุงุช ู„ู„ุฏูƒุชูˆุฑุงุฉ:*

1. ุงู„ู‚ุฑุขู† ุงู„ูƒุฑูŠู… ูˆุนู„ูˆู…ู‡(ุงู„ุชูุณูŠุฑ ูˆุนู„ูˆู… ุงู„ู‚ุฑุขู† )
2.ุงู„ุณู†ุฉ ูˆุนู„ูˆู…ู‡ุง
2.ุงู„ุฏุฑุงุณุงุช ุงู„ุฅุณู„ุงู…ูŠุฉ ุจุงู„ู„ุบุฉ ุงู„ุนุฑุจูŠุฉ
3.ุงู„ุฏุฑุงุณุงุช ุงู„ุฅุณู„ุงู…ูŠุฉ ุจุงู„ู„ุบุฉ ุงู„ุฅู†ุบู„ูŠุฒูŠุฉ
4.ุงู„ุนู‚ูŠุฏุฉ ูˆุงู„ู…ุฐุงู‡ุจ ุงู„ู…ุนุงุตุฑุฉ
5.ุงู„ูู‚ู‡ ูˆุฃุตูˆู„ู‡
6. ุงู„ู„ุบุฉ ุงู„ุนุฑุจูŠุฉ ูˆุขุฏุงุจู‡ุง
7.ุงู„ุฅุนู„ุงู… ูˆุงู„ุนู„ุงู‚ุงุช ุงู„ุนุงู…ุฉ
8. ุงู„ุฅุฏุงุฑุฉ
9.ุงู„ุฅู‚ุชุตุงุฏ ุงู„ุฅุณู„ุงู…ูŠ
10. ุงู„ุชุงุฑูŠุฎ ูˆุงู„ุญุถุงุฑุฉ ุงู„ุฅุณู„ุงู…ูŠุฉ
ูˆุบูŠุฑู‡ุง ู…ู† ุงู„ุชุฎุตุตุงุช ุงู„ู…ู‡ู…ุฉ.

*ู…ู„ุญูˆุธุฉ*: ููŠ ู…ุฑุญู„ุฉ ุงู„ุฏูƒุชูˆุฑุงุฉ ู„ูŠุณ ู„ุฏูŠู†ุง ู…ุณุงุฑ ุงู„ู…ู‚ุฑุฑุงุช (ุงู„ู…ูˆุงุฏ) ุงู„ุง ุงู„ุฑุณุงู„ุฉ (ุงู„ุจุญุซ ูู‚ุท).

ู„ุฅุฌุฑุงุกุงุช ุงู„ุชุณุฌูŠู„ ูŠุฑุฌู‰ ุงู„ุชูˆุงุตู„ ุนู„ู‰ ุงู„ุฃุฑู‚ุงู… ุงู„ุชุงู„ูŠุฉ:
ุงู„ู…ุณุฌู„:
+251905465555

ุงู„ุณูŠูƒุฑูŠุชุฑ
+251905475555



ุชุงุจุนูˆู†ุง ุนู„ู‰ ู‚ู†ูˆุงุชู†ุง
ูˆุงุชุณุงุจ
https://chat.whatsapp.com/LlwPWXWszdI6Tje2qbfL0j


ุชูŠู„ูŠุบุฑุงู…
https://t.me/ium_et

ููŠุณุจูˆูƒ
https://www.facebook.com/profile.php?id=100093535593261&mibextid=ZbWKwL
*_*ุจุดุฑู‰ ุณุงุฑุฉ ู„ุทู„ุงุจ ูˆุทุงู„ุจุงุช ุงู„ุนู„ู… ุงู„ุดุฑุนูŠ ุนู…ูˆู…ุง ูˆู„ุฃู‡ู„ ู…ุฏูŠู†ุฉ ุฑูˆุจู‰ ุฎุตูˆุตุง**
ุชุนู„ู† ุงู„ู…ุฏุฑุณุฉ ุงู„ุณู„ููŠุฉ ุนู† ุจุฏุฅ ุชุณุฌูŠู„ ุงู„ุทู„ุงุจ ุงู„ุฑุงุบุจูŠู† ู„ู„ุงู„ุชุญุงู‚ ุจูƒู„ูŠุฉ ุงู„ุฅู…ุงู… ุงู„ู†ูˆูˆูŠ ูˆุฐู„ูƒ ุงุจุชุฏุงุก ู…ู† ูŠูˆู… ุงู„ุฅุซู†ูŠู†
ูข ู…ุญุฑู… ูกูคูคูฆ ู„ู„ู‡ุฌุฑุฉ
ุงู„ู…ูˆุงูู‚ ูจ/ูง/ูขู ูขูค ู…  ูก/ูกูก/ูขู ูกูฆ ุจุงู„ุชูˆู‚ูŠุช ุงู„ู…ุญู„ูŠ

ูˆููŠ ู†ูุณ ุงู„ุชูˆู‚ูŠุช ูŠุจุฏุฃ ุงู„ุชุณุฌูŠู„ ููŠ ู…ุฑูƒุฒ ุชุญููŠุธ ุงู„ู‚ุฑุงู† ุงู„ูƒุฑูŠู… ู„ู„ุฏูุนุฉ ุงู„ุซุงู†ูŠุฉ

ุงู‚ุฑูˆุง ุงู„ุดุฑูˆุท ุนู† ุงู„ุตูุญุฉ ุงู„ุชุงู„ูŠุฉ.
ู„ู„ุฅุณุชูุณุงุฑ
ู ูฉู ูขูคูคูจูงูจูฅ
ู ูฉูฆูจูงู ูฉูกูคูฉ
ู ูฉูฃูฅูกูฉูงูฃูขูฆ
https://t.me/Alrisala1
Kooriyaa Kaabaatti roobiitiin sababa hojiin itti baay'ateef of ajje*esee
~~~
Kooriyaa Kaabaatiin roobiitiin hojjatame sababa dhiphinaa irraa kan kaโ€™e gamoo irraa of darbachuun of ajje-eseera jechuun maddi oduu โ€˜Washingot Examinerโ€™ gabaaseera

Roobotiin kun gamoo dheerina meetira lamaaf walakkaa irraa lafatti of darbuun erga of ajje-esee booda manni mare magaalaa Gumii qorannoo eegalee jira.

Roobotiin kun bara faranjootaa 2023 jiโ€™a Hagayyaa keessatti mana maree magaalaa Gumii keessatti ofiisera taโ€™uun tajaajila garaa garaa kennaa ture. Akkasumas saโ€™aatiiwwan kudhanii oliif hojii irra kan oolu roobotiin kun turtii waggaa tokkoo booda dhiphina keessa erga seenee booda of adabbii kana of irratti fudhachuu akka dandaโ€™etu gabaafame.

Itti gaafatamaan mana maree magaalaa Gumii akka jedhanitti Roobotiin nam tolchee kun of ajj-eesuu isaatiin dura mallattoowwan hin baratamne tokko tokko agarsiisaa ture jechuun madda oduu AFP tti himani.

Caccabni qaama Roobotii kanaas gara waarshaa itti oomishameetti geeffamuun qorannoon gaggeeffamaa jiraachuu aangawaan kun ibsu.

Oduun of ajj-eesuu Roobotii kanaas maddeen miidiyaalee biyyattii irratti tamsaโ€™aa jiraachuun kan himame yoo taโ€™u, kaโ€™umsi of ajje-esuu Roobotii kanaa baay'ina hojii akka taโ€™edha kan himame.

Roobotiin kun kanaan dura waraqaa fi sanadoota biiroo tokkoo gara biiroo biraatti geessaa akka tureefi magaalaaf beeksisa addaa addaa hojjachaa turee jira jechuun qondaaltonni magaalaa Gumii kan himan. Washingot Examiner wabeeffachuun kan gabaase Waliif TV dha.

ยฉ Amar Temam
Spider Media
๐Ÿ‘†
Kalandarri Hijiraa akkamitti eegale?
๐ŸŽฏ๐ŸŽฏ๐ŸŽฏ๐ŸŽฏ๐ŸŽฏ๐ŸŽฏ๐ŸŽฏ๐ŸŽฏ๐ŸŽฏ๐ŸŽฏ๐ŸŽฏ๐ŸŽฏ

Kutaa lamaan duraa keessatti waa'ee yeroo islaamaa fi kironooloojii ยซJi'a ni waaqeffattaa? Mata duree ยป jedhu kutaa lamatti qoodee dubbisuun koo ni yaadatama. Kutaa dhumaa kana keessatti uumama Hijiraa ilaalla.

Addeessi kalandara islaamaatiin akka hogganamu kutaa duraan keessatti ibsamee jira. Sababni jijjiiramuu bocaa fi mulโ€™achuu addeessaa ilmi namaa yeroo (yeroo) fi yeroo hajjii akka beekuuf akka taโ€™e himeera. แŠฅแŠ• แ‹ฒ kana jechuudhaan

Waa'ee maatii keetii si gaafatan, "jedhiin, yeroo namaafis haajaafis. "
Yaa Muhammad! ) jiโ€™oota gannaa irraa akka ati (waljijjiirtu) si gaafatu. Itti himi jarri mallattoo faayidaa ummataatiif. ยป(Al-Bekerah:189)

Kalaandariin islaamaa waggaa keessatti ji'a meeqa qabaachuu qaba? rifate kan jedhu kallattiin Allaahaan. Lakkoofsi ji'oota waggaa keessaa ji'oota 12 akka herrega Rabbiin biratti fudhatameen jechuun na rifachiise.

Dhugumatti, baayโ€™inni beekkamtii Allaah biratti jiโ€™oota kudhan kitaaba Rabbii keessatti guyyaa inni samii fi dachii uumee irraa haraama taโ€™e.
ยซLakkoofsi ji'ootaa kitaaba Allaah keessatti ji'oota kudha lama guyyaa inni samii fi dachii uume. Afuran isaanii kabajamoodha. Kun amantii qajeelaadha. ยป(Al-Tawbah:36)

Jalqabbiin waggaa kanaa maal waliin taโ€™uu qaba?
๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ๐Ÿ”บ

Waldhabbiiwwan islaamaa kan ergamaan rabbii (S A W) hin ibsamne keessaa muraasa .. W) Erga gara Madiinaatti godaananii booda muslimoonni kalandarii akka fayyadaman dhaaman. Maqaa nabiyyii (saw). .. Irra caalaan kalaandarichaa ifatti beekamaa fi mirkanaaโ€™aa ture. Haalli halkanii fi guyyaa kun, lakkoofsi guyyaa fi lakkoofsa ji'aa fi maqaa, lakkaa'uun ji'a irratti hundaa'uu fi jalqabni ji'a haaraa dhalachuu ji'a haaraa waliin akka wal qabatu ifaan ifatti beekamaa fi mirkanaa'aa ture. Kalanderiin akka tokkotti lakkaaโ€™amu jalqabni isaa maali? Kan inni jechaa ture hunda ture. Kuni ifaan ifatti kan nama rifachiisu miti. Inni xiyyeefannoo argachaa hin turre. Ergamaa rabbii (SAW) .. W) zamana akkasumaas zamana kaalifataa Abubakar. Lamaan isaaniiyyuu gara addunyaa itti aanuutti deeman.

Umer Ibnu Al-Ketab jalqaba (R.A.) แ‹) yeroo kalandara malee jalqaba ifaa taโ€™een itti fufe. Nabiyyiinillee (S A W) .. W) Godaansa waggaa 16 booda, ykn Nabiyyiin (S A W) .. Waggaa 5 fi jiโ€™oota booda erga duโ€™ee booda taateewwan hedduu kan kaasan โ€œMuslimoonni kalandara orijinarii ifa taโ€™e qabaachuu qabaโ€ kan jedhu uumamuu eegale. Kun taateewwan kanneen keessaa isa tokko ture.

Bulchiinsi Kaliifaa lakkoofsa guyyaa fi ji'aa Qur'aanaa fi Hadiisaan mirkanaa'e garuu lakkoofsa addaa osoo hin kennin waggaa guutuu itti fayyadamaa ture. Haalli Kaliifaa yeroo babal'achaa deemu maqaa waggaa fi lakkaa'aa naannawa saniitiin fayyadamaa turre dubbiidhaan. Umer Ibnu Al-katab haala kana keessa osoo jiru. แ‹) Rakkoon tokko tokko bulchitoota gandaatiin hubatamaa jira. Xalayaan kaaliifii keessatti barreeffame kan guyyoota fi ji'oota eeraman qofa ture. Xalayaan guddicha irraa barreeffame gara naannoleetti ergamnaan, yeroodhaan burjaajii uumuu eegalan.

Namni kanaaf abbaa gaarii ta'u Abimusa Al-Ashari (R) bulchaa biyya iraaq kan ture. แŠจ) Xalayaan umer irraa barreefame gara sahaabaa dhaqabeera. Xalayichi waa'ee liqii ji'a sha'abaan keessa kafalamu dubbataa ture. Xalayaan Abimusa Al-Ashariif ji'a ramadaanaa biyya Iraaqitti simatame. Baatiin sha'abaan xalayaan kaalifni barreesse keessatti dubbatame kami? Kan darbe moo kan dhufu? Gaaffii jedhu kaasa. Abimusaan ibsa kana barbaacha gara umer deeme. แ‹) Qubee deebisii barreessi.

Khalifa Umer xalayaa kana gaafa simatu, waliigalteen daldalaa namoota dhuunfaa adda addaa jidduutti uumame waggaa fi ji'a osoo hin ibsin ture, rakkoo cimaa ta'uu isaa arge. Yeroo kana Sahaabota gurguddoo mariif waaman. Rakkoolee mudatan ibsanii kalandarri waggaa waggaan hojjetamuu akka qabu yaada kennanii kalandarii isaanii xumuruun furmaatni akka argatu gaafataniiru. Sehaabonni rakkoo jiru hubatanii yaada walitti naquu eegalan.
Pershiyaanota durii keessaa tokko (Iranians) kalandarii waggaa fi waggaan fudhanna jechuun yaada dhiyeessan. Inni biraan akka nuti seensasii kutaalee kanaa hordofnu yaada kenne. Omar Ibnu Al-Ketab (R.A. แˆ†yeroo) ยซAkkamitti kalandara namoota biroo islaama taanee fayyadamuu dandeenya? Jalqabuma Mille ยป yaada isaa kuffisan. Kalandarii mataa keenyaa nu barbaachisa jedhu. Kalandarri qaama eenyummaa, seenaa, qaroominaa fi amantii akkasumas qaroomina waan ta'eef, kalandarri guddaan "nuti kalandara mataa keenyaa barbaanna" jechuun deebii akka Umer Ibn Al-Khattab irraa eegamudha.

Umer kalandarri keenya eessaa eegaluu qaba yaada jedhu hirmaattota shuraa gaafate. Yeroo kana sahaabonni yaada kennuu eegalan.

Nabiyyii (saw) keessaa tokko .. W) Guyyaa isaan dhalatan irraa akka jalqabu ajaje. Kan biraa immoo gara nabi Muhammad (S A W) buโ€™uudhaan .. W) Nabiyyummaa isaaniitiin haa jalqabnuu jedhe bakka inni Nabiyyummaa itti lallabe irraa. Fi kan hafe nabiyyicha (s a w). .. W) Guyyaa isaan du'an haa lakkoofnu jennaan yaada isaa dhugoomse. Yeroo kana Sahaabaa guddaa Alii ibnu Abii xaalib (R.A.S.) แ‹) Mallattoo Rabbiin harka isaanii ol qabanii waggaa (waggaa) lakkaawuu jalqaban .. W) Guyyaa Makkaa irraa gara Madiinaatti godaanan tahuu qaba jedhanii yaadaa jiru.

Usmaan ibnu Affaanem (R) แ‹) yaada Eelii deeggaraa. Yaadota umer keessatti dhiyaatan keessaa yeroon kun yeroo Nabiyyiin (S A W) itti bu'e.. .. W) Yaada Hijraa akka eegalu deeggaran. Fi kanneen biroo hordofuu qabna. Dhumarratti hogganaan walgahichaa Khalifa Umer Ibn Al-Ketab murtee isaa murteesse. Amete Hijira filannowwan biroorratti filatamte.

Hijiraan akkamitti warra kaan caalaa filatamte?
๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด
Jalqabbiin kalandara muslimootaa maal akka ta'e yaadni Pershiyaa fi Roomaan hordofuu, kufaa ta'eera. Islaamummaatti aanee, Nabiyyii dhumaa Muhammad (S A W) .. W) Filannoowwan itti aanan afran jireenyaan wal qabatan dhiyaataniiru.

A) Yeroo lakkaawamu nabi Mohammed (S A W) .. W) Waggaa walfakkaataadhaan jalqabuu akka bara ati dhalattetti.

Nabi Muhammadiif (S.A.W. .. Bara itti mul'atni W) irratti bu'uu eegale fi bara itti nabiyyii ta'an jalqabuudha.

แˆ™)Nabii Muhammad (S A W) .. W) Waggaa Makka irraa gara Madiinaatti godaanan lakkaaโ€™uu.

D)Nabii Muhammad (S A W) .. W) Filannoowwan dhiyaatan akka jalqabaniitti yeroo ati duโ€™aan addunyaa itti aanutti dabarte.
Seenaa islaamaa keessatti Nabi Muhammad (ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…) .. W) Dhalachuun yookiin guyyaan ati dhalatte taatee baayโ€™ee barbaachisaadha. Akkasuma nabiyyii Muhammad (S A W) .. Yeroo wehi W) irratti buโ€™uu eegalan sun nabiyyii taโ€™uun isaanii baayโ€™ee barbaachisaadha. Guyyaan isaan du'anis guyyaa gadda guddaadha. Garuu maaliif sehaboonni sadeen kana caalaa Nabi Muhammad (S A W) jaalatu. .. W) Maaliif Makka irraa gara Madiinaatti godaanuu filatan? Hijiraan onnee fi sammuu sahaabotaa keessatti bakka guddaa yoo qabaatte, dura kaayanii?

Aalimoota dhiyeessan keessaa tokko Nabiyyiin (S A W) .. W) Yeroo dhalatan ture. Nabiyyii zamanaa (S A W) .. W) Namni dhugaa dhalate ykn guyyaa dhaloota (mawlid) morme Umer Ibnu Al-katab. Sababa isaaniitiin Rasuulli (SAW) .. W) Jaahiliyyaa (yaada amantii, amantii fi gocha) fi ayidolatry yeroo dhalatan waan ijaarameefidha. Dabalatanis hojiin dhimma Islaamaafi Muslimootaa ilaalchisee kennamu akka hin jalqabamnes ni yaadama.

Dhumarratti, Nabiyyii keenya (S A W) .. W) Yeroo isaan Hijiraa (migration) godhan akka kalandariitti filatame. Sababni isaas Hajiraan onnee sahaabotaa keessatti bakka guddaa qabdi sababa armaan gadiitiif.

1) Cunqursaa Muslimoota Makkaa keessatti raawwatamaa jiru xumura gochuuf murtiin qabatamaa fudhatame.

2) Muslimoonni godina mataa isaanii, hoogganaa, biyyaa fi mootummaa cunqursaa fi cunqursaa irraa bilisa ta'e akka qabaataniif bu'uura waan kaa'eef.

3) Roorroo fi cunqursaa isaan mudateef jecha ummanni muslimaa bilisa ta'e uumamuun bara Makkaa muslimoonni islaamummaa isaanii dhoksanii uumaa isaanii gabbaran xumuruun raawwatame.
4) Hijraan yeroo muslimni hundi islaamummaa dura buusee ergasii amantii isaatiif jecha bakka itti dhalate dhiisee madiinatti godaanee walitti dhufee islaamummaaf gatii kafaluudha.

5) Hijraan bara dhugaan dhara fi dhara adda baafatee islaamummaan karaa dhugaa ta'ee fi muslimoonni dhugaa hordofan dhugaa fi dhara addaan baafatanii of obsanii. Umer lamaanuu walgahii irratti kan kaasaniif sababa kana.

6) Rasuula (S.A.W) .. W) guyyaan isaan dhalatan, nabiyyummaa eegalanii fi duโ€™an guyyaa murtiin rabbii hundi dhugoome malee kan nabiyyii (saw) miti.. .. W) yookaan muslimni amantii isaatiif kafaluu murteessee miti. Sababa kanaan hijraan bakka guddaa qabdi.

Jalqabbiin jiโ€™aa hoo?
๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ
Sehaboks, jalqaba waggaa lakkaaโ€™uu Nabiyyii keenya (S A W) wajjiin .. W) Hijraa ( godaansa) tahuu qaba jedhanii erga waliif galanii booda gaafiin itti aanu baatiin jalqabaa waggaa kami? Dubbiin ajandaa taatee jirti. Kanas murteessuuf mariin itti fufeera.

Abdurahmaan Ibnu Auf (R.A. แข ) jiโ€™a Rejeb irraa eegaluuf yaada dhiyeesse. Sahaabaan biraa ramadaana irraa akka jalqabu yaada dhiyeessaniiru. Kan biraa Rebie Al-Awol dhiyeesse. Usmaan ibnu Affaan fi Aliy ibnu Abiixaalib muharram ta'us yaada jedhu dhiyeessaniiru. Mariin filannoowwan afran dhiyaatan keessaa tokko filachuu irratti xiyyeeffate i.e. Rejeb, Ramadan, Rabbii Al-Awwol fi Muharram.

Waaโ€™ee filannoowwan jiran muraasa haa ilaallu.
1. Ji'a Rebie Al-Awol ji'a Rasuulli (S.A.W). .. W) Ji'a kun ji'a waan baay'een jireenya keessatti ta'eedha. Bakka itti dhalatan, bakka itti makka irraa gara madiinatti godaanan, bakka itti du'an, Aa'ishaa, Nabi Mohammed (S A W) .. W) Islaamummaan ji'a masjidni (Quba) jalqaba itti ijaaramedha. Nabiyyiin (saw) .. W) Ji'a hundeeffamni masjiidaa itti kaayame, salaatni juma'aa itti eegalame, walitti hidhamiinsi obbolummaa Ansu'aariifi Muhaajiroota jidduutti godhame, heerri jalqabaa Madiinaa (Sehifetul Madiinaa) eebbifame.

2. Ramadaana: Ji'a Ramadaanaa Qur'aanni itti buufame: Nabi Mohammed (S A W) .. W) Bu'uuraalee islaamaa keessaa tokko ji'a soomanaati, ji'a laylatul qedr, injifannoon liqiin itti galmaa'e, Nabiyyiin makka keessaa ari'ame (S A W) .. Ji'a kun ji'a W) fi Sehab injifannoon deebi'anii bareenummaa fi taateewwan hedduu to'ataniidha.

3. Baatiin diddaa ji'oota kabajamaa keessaa isa tokko, Nabi Muhammad (ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…) .. W) Ji'a israa'aa fi mu'iraaj gara masjidal aqsaa fi samii, hijraa dura jiraattonni xibaabaa (madiinaa) 70 ta'an Nabiyyii (s.a.w) wajjiin gara makkaa dhufan.. W) Jiโ€™a isaan waliin dhaabbachuuf waadaa galan (waadaa lammaffaa-Akebah) jiโ€™a duulli Xebuk itti gaggeeffame.

4. Baatiin Muharram:- Jiโ€™oota Afran Rabbiin biratti kabajaman keessaa isa tokko. Nabiyyii (S.A.W) .. W) Yeroon isaan gara Wodinaatti godaanuuf murteessan yeroo isaan raayitii hajjii xumuranii Madiinaa fi naannoowwan dhihoo jiran birootti deebiโ€™an ture.

Walgahiin hoggansa Khaliifaa Umer Ibn Al-Katab jalatti eegalamee ture dhumarratti jiini Muharram ji'a jalqabaa Hijraa akka ta'u waliigaltee irra gahameera.

Jiini Muharram maaliif filatame?
โ“โ“โ“โ“โ“โ“โ“โ“โ“

Ergamaa rabbii (SAW) .. W) Baatiin hijraa itti shaakalsiisan ji'a muharram keessa hin turre akka namoonni hedduun yaadanitti. Muharram ji'a tokko qofa ture kan isaan godaansaaf halkan dabarsan. Haa taโ€™u malee sehaabonni nabiyyiidha (S A W) .. W) Jiโ€™a Rabbii Al-Awwol hin filanne Hijraa godhan, Muharram jiโ€™a jalqabaa hijraa godhanii filatan. Garuu nan ajaaโ€™ibsiifadha maaliif?

Dhuma waltajjii irratti yaada dubbii Omariin dubbateef yaada ijoo ta'u ni arganna. Alii Ibnu Abiixaalib (R) jiini Muharram ji'a jalqabaa akka ta'u kan akeeke. แ‹) fi Osmaan Ibnu Affaan (R.A. แข ) turan. Umer Ibnu Al-Khattabis yaada isaanii kana deeggare. Kana jechuun filannoo Afran Kulefau Rashidin keessaa sadan jaalatanii fi deeggaran jechuudha.

Ergasii Caliph Umer Ibnu Al-Ketab (R) kan sahaabota walitti qabee dhimma irratti murteesse. แˆ…) Dhimmicha irratti akkana jechuun murtii dabarsan )

ยซMuharram irraa haa eegalu. Sababni isaas baatiin muharram ji'a kabajamaa fi ji'a jalqaba namni hajjii irraa deebi'e argatu.
Yaada Umer kana irratti qaamoleen walgahii biroos irratti waliif galanii jiru. Dubbiin kanaan goolabamte. Akka haasawa umer irraa hubannutti jiini muharram akka hajjiin itti yaadamuuf filatamte.

Hajjiin bu'uuraalee islaamaa keessaa tokko fi namni hajjii karaa sirrii ta'een fudhatama argate waan darberraa barachuu fi yakka irraa bilisa ta'uudha. Haala hajjii godhatanii yakka irraa bilisa ta'uu. Ergamaa Rabbii (S A W) .. แˆณ) "Akkuma haati isa deesseen deebi'a" jedhee haala Meendaa "Meendaan jannata qofa" jedhee ibse. Haala kana yoo ilaallu hajjiin akka daaโ€™ima reefuu dhalattuutti waan gaarii hojjachuuf akka carraa lammaffaatti ilaalama.

Sehaabonni hajjii isaanii xumuranii, dilii isaanii tan dabarte araaramanii, carraa fi abdii waan gaarii dalaguu argatanii, daandii dadhabsiisaa Makkaa irraa gara Madiinaa deemanii guyyaa 15niif gara maatii isaaniitti deebi'an, baatiin Zulhijaa dhumattee baatiin Muharram seente. Khalifa Umer (R) แ‹) filannoowwan biroo irra jiโ€™a Muharram kan filataniif kanaafi.

Seenaan guddaan biraa dalagamus seenaa dabre irratti xiyyeeffachuun muharram waan filatan fakkaata seenaa dabre irratti xiyyeeffachuun seenaa nama dagachiisu irratti xiyyeeffachuun gahee ofiif gaarii dalaganii abdii horachuu irratti xiyyeeffachuun seenaa.

Rabbiin (SW) waaโ€™ee jiโ€™a kalandara ergamaa isaatiif (SAW) gaggeeyse ilaalchisee .. W) Yeroo gaaffiiwwan waljijjiirraa jiโ€™aa deebii kennu, ibaadaawwan biroo irraa Hajjii moggaasuu (waaqeffannaa) yeroo waliin. Kanatu jedhe แฆ

Waa'ee maatii keetii si gaafatan, "jedhiin, yeroo namaafis haajaafis. "
Yaa Muhammad! ) jiโ€™oota gannaa irraa akka ati (waljijjiirtu) si gaafatu. Itti himi jarri mallattoo faayidaa ummataatiif. ยป(Al-Bekerah:189)

Achumaanis nabiyyii Muhammad (S A W) wajjiin .. W) Godaansa waggaa 16 booda Muharram ji'a jalqabaa hijiraa irraa waggaa 17ffaa lakkaa'e. Seenaawwan duraan turan akka bara hijiraatti duubatti deebiโ€™an godhaman. Bara lakkaa'aa bara hijiraa 1445ffaa kaleessa nagaatti jenne har'a 1446 ji'a jalqabaa (muharram) guyyaa jalqabaa bara haaraa- 1/1/1446 bara hijiraa. Alhamdullilaah yaa rabbii

Yaa rabbii yaa Allah Barri haaraan bara nagaa, amantii, fi hojii gaarii isiniif haa ta'u.
*๐Ÿƒ๐ŸŒนุชู€ุฐูƒู€ูŠู€ุฑ.ุงู„ู€ูƒู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ุฑุงู….ุจู€ุงู„ู€ุตู€ู€ู€ู€ู€ู€ู„ุงุฉ.ูˆุงู„ุณู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู„ุงู….ุนู„ู€ู‰.ุฎู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ูŠุฑ.ุงู„ุฃู†ู€ู€ู€ุงู….ar*

*๐Ÿƒ๐ŸŒน {{ ุงู„ู€ู„ู€ู‡ู€ู… ุตู€ู€ู€ู€ู„ ูˆุณู€ู€ู€ู€ู„ู€ู… ูˆุจู€ุงุฑูƒ ุนู€ู€ู€ู„ู‰ ู†ู€ุจู€ูŠู€ู†ุง ู…ู€ุญู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู…ู€ุฏ ๏ทบ }} ๐ŸŒน๐Ÿƒ*

*๏ทบ ุตู€ู€ู€ู€ู€ู€ู„ู‘ูŽู‰ ุนู€ู„ู€ูŠู€ูƒ ุงู„ู„ู‡ ูŠุงุฎู€ู€ูŠุฑูŽ ุงู„ู€ูˆุฑู‰ ๏ทบ*
*๏ทบ ุชู€ุนู€ุฏุงุฏ ุญู€ู€ุจู€ู€ู€ู€ุงุช ุงู„ุฑู…ู€ู€ู€ู€ุงู„ ูˆุฃูƒู€ู€ุซู€ุฑุง ๏ทบ*

*๏ทบ ุตู€ู€ู€ู€ู€ู€ู„ู‘ูŽู‰ ุนู€ู„ู€ูŠู€ูƒ ุงู„ู„ู‡ ู…ู€ุง ุบูŠู€ุซูŒ ู‡ู…ู‰ ๏ทบ*
*๏ทบ ูู€ู€ูˆู‚ ุงู„ุณู€ู‡ู€ูˆู„ ูˆุจุงู„ู€ุฌู€ุจู€ุงู„ ูˆุจุงู„ู‚ุฑู‰ ๏ทบ*

*๏ทบ ุตู€ู€ู€ู€ู€ู€ู„ู‘ูŽู‰ ุนู€ู„ู€ูŠู€ูƒ ุงู„ู„ู‡ ูู€ู€ู€ูŠ ุนู€ู„ู€ูŠู€ุงุฆู‡ ๏ทบ*
*๏ทบ ู…ู€ุง ุตู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ุงุญ ุฏุงุน ู„ู„ุฃุฐุงู† ูˆูƒู€ู€ู€ู€ู€ู€ุจู€ู€ุฑุง ๏ทบ*

*๏ทบ ูŠู€ุง ุฑุจ ุตู€ู€ู€ู€ู€ู€ู„ ุนู€ู€ู„ู€ู‰ ุงู„ู€ู†ู€ุจู€ู€ูŠ ูˆุขู„ู€ู‡ ๏ทบ*
*๏ทบ ู…ู€ุง ูู€ุงุถ ู†ุจุน ุจุงู„ุฌุฏุงูˆู„ ุฃูˆ ุฌู€ู€ู€ู€ู€ุฑู‰ ๏ทบ*

*๏ทบ ูŠู€ุง ุฑุจ ุตู€ู€ู€ู€ู€ู€ู„ ุนู€ู„ู‰ ุงู„ู†ุจูŠ ู…ุญู€ู€ู€ู€ู…ุฏ ๏ทบ*
*๏ทบ ู…ุง ุดูู€ุฌ ุฌู€ู€ู€ุฑุญ ููŠ ุณุจูŠู€ู„ูƒ ูˆุงู†ุจู€ุฑู‰ ๏ทบ*

*๏ทบ ุตู€ู€ู€ู„ู‘ูˆุง ุนู€ู„ู€ู‰ ุงู„ู…ู€ุฎู€ุชู€ุงุฑ ุฃุญู€ู€ู…ุฏ ุฅู†ู‘ู€ู‡ ๏ทบ*
*๏ทบ ุฃุฒูƒู‰ ุงู„ุฃู†ุงู… ูˆุฎูŠุฑ ู…ู† ูˆุทููŠุกูŽ ุงู„ุซุฑู‰ ๏ทบ*

*๐Ÿคฒ {{ ุงู„ู€ู„ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู‡ู€ู… ุตู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู„ ูˆุณู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู„ู€ู… ูˆุจู€ู€ู€ู€ู€ู€ุงุฑูƒ ุนู€ู€ู€ู€ู€ู€ู„ู‰ ู†ู€ุจู€ูŠู€ู†ุง ืื‘ืื‘ ๏ทบ }}*

โ€ขโ€ขโ€ขโ”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ”โ€ขโ€ขโ€ข
*๐Ÿƒ๐ŸŒนุชู€ุฐูƒูŠู€ู€ู€ู€ุฑ.ุจู€ุงู„ุตู€ู€ู„ุงุฉ.ูˆุงู„ุณู€ู€ู€ู€ู„ุงู….ุนู€ู„ู‰.ู…ู€ู†.ุงุฏุฎู€ู€ู€ุฑ.ุฏุนู€ู€ูˆุชู€ู‡.ุดู€ูู€ู€ู€ู€ุงุนู€ุฉ.ู„ุฃู…ู€ุชู€ู‡.ar*

*๐Ÿƒ๐ŸŒน {{ ุงู„ู€ู„ู€ู‡ู€ู… ุตู€ู€ู€ู€ู„ ูˆุณู€ู€ู€ู€ู„ู€ู… ูˆุจู€ุงุฑูƒ ุนู€ู€ู€ู„ู‰ ู†ู€ุจู€ูŠู€ู†ุง ู…ู€ุญู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู…ู€ุฏ ๏ทบ }} ๐ŸŒน๐Ÿƒ*


*๐Ÿƒ๐ŸŒนุญู€ู€ู€ู€ู€ู€ ู†ู€ู€ู€ุจู€ู€ู€ูˆูŠ ู€ู€ู€ู€ู€ู€ุฏูŠุซ๐ŸŒน๐Ÿƒ*


๐ŸŒด ู‚ุงู„ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ๏ทบ
*((ุฃูƒุซุฑูˆุง ุงู„ุตู„ุงุฉ ุนู„ูŠุŒ ูุฅู† ุงู„ู„ู‡ ูˆูƒู„ ุจูŠ ู…ู„ูŽูƒู‹ุง ุนู†ุฏ ู‚ุจุฑูŠุŒ ูุฅุฐุง ุตู„ู‰ ุนู„ูŠ ุฑุฌู„ ู…ู† ุฃู…ุชูŠ ู‚ุงู„ ู„ูŠ ุฐูฐู„ูƒ ุงู„ู…ู„ูƒ: ูŠุง ู…ุญู…ุฏ ุฅู† ูู„ุงู† ุจู† ูู„ุงู† ุตู„ู‰ูฐ ุนู„ูŠูƒ ุงู„ุณุงุนุฉ)).*
๐Ÿ“š ุญุณู†ู‡ ุงู„ุฃู„ุจุงู†ูŠ


ู‚ู€โœ๏ธู€ุงู„ ุงู„ุนู„ุงู…ุฉ ุงู„ุดู†ู‚ูŠุทูŠ
- ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ -

*"ุฅู† ุงู„ุตู„ุงุฉ ุนู„ู‰ูฐ ุงู„ู†ู‘ูŽุจููŠ ๏ทบ ุชูุนุฏ ู…ู† ุจุฑ ุงู„ุฑุฌู„ ุจุฃุจูŠู‡"*

*ูˆุฐูฐู„ูƒ ุฃู† ุงู„ู€ู…ูŽู„ูŽูƒ ุงู„ุฐูŠ ูŠุจู„ุบ ุงู„ู†ู‘ูŽุจููŠ ๏ทบ ุตู„ุงุฉ ุงู„ู†ุงุณ ุนู„ูŠู‡ ูŠู‚ูˆู„ ((ูŠุง ู…ุญู…ุฏุŒ ุฅู† ูู„ุงู† ุจู† ูู„ุงู† ุตู„ู‰ูฐ ุนู„ูŠูƒ))*

*๐Ÿ‘ˆ ููŠูƒูˆู† ุงู„ู…ุฑุก ุณุจุจู‹ุง ููŠ ุฐูƒุฑ ุงุณู… ุฃุจูŠู‡ ุนู†ุฏ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ๏ทบ ูˆู‡ูฐุฐุง ู…ู† ุฃุนุธู… ุงู„ุจุฑ ูˆุงู„ุฅุญุณุงู†.*

*๐Ÿคฒ {{ ุงู„ู€ู„ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู‡ู€ู… ุตู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู„ ูˆุณู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู€ู„ู€ู… ูˆุจู€ู€ู€ู€ู€ู€ุงุฑูƒ ุนู€ู€ู€ู€ู€ู€ู„ู‰ ู†ู€ุจู€ูŠู€ู†ุง ืื‘ืื‘ ๏ทบ }}*
ู *------------------------------*
*๐Ÿ’กู…ู€ูŽู€ู† ุฃุญู€ูŽู€ุจ ุงู„ุง ูŠูŽู†ู‚ูŽุทูุน ุนูŽู…ูŽู„ูู‡ ุจูŽุนุฏูŽ ู…ูŽูˆุชูู‡ ููŽู„ูŠูŽู†ุดูุฑ ุงู„ุนูู„ู… [ุงุจู† ุงู„ุฌูˆุฒู‰]* โ€ขโ€ขโ€ขโ”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ”โ€ขโ€ขโ€ข
โ€ขโ€ขโ€ข BAGUMA JANNANNII HARKA KEE HIN TAHIN ALHAMDULILLAHโ€ขโ€ขโ€ข


Seenaa Barsiiftuu Kana Dubbisuun #SHARE Godhaa

Ollaa Imaama Beekamaa Abu Haniifa Jedhamu Namticha macha'aa Tokko tu Ture Imaamni Kun Namticha Kana Nii Gorsa Nii Gorsa Dhaga'uu Hin Dandeenye Isaanis Gorsani Dadhabanii Itti Dhiisan

Guyyaa Tokko Halkan Akka Tasaa Ulaan Imaama Abu Haniifa Rukutame Yeroo Ulaa Irraa Banan Haadha Warraa Namticha macha'aa Ollaa Isaanii Argan
Isheenis Akkana Jette: "Yaa Abu Haniifa Abbaan Warraa Koo Du'ee Jira Salaata Janaazaa Irratti Naaf Salaata" Jettee Gaafatte
Isaanis "Nama Kamrii Dhugee Machaa'u Irratti Hin Salaatu" Jedhanii Didan
Guyyoota Muraasa Booda Abu Haniifan ABJUUN/MANAAMAN Namicha Kana Bakka Miidhagduu Taate Keessatti Osoo Inni Bashannanuu Argan Jannata Keessa Tahu Isaa Baran
Namtichi Kunis Abuu Hanifa Dhan Akkana Jedhe " BAGUMA JANNANNI HARKA KEE HIN TAHIN ALHAMDULILLAH" Jedhe

Abuu Haniifanis Ganama hirriba Irra Dammaqanii Gara Haadha Warraa Namticha Kanaa Deemun Abbaa Warraan Kee Addunyaa Irra Gaafa Ture Maal Dalagaa Ture Jedhanii Gaafatan
Haati Warraa Namtichaas Akkana Jette
"Baayyinaan Dalagaa Addaa Qabaachuu Dhabus Garuu Guyyaa Jummu'aa Yeroo Mara Yatiima Ganda Keenyaa Walitti Qabuun Nyaachisaa Bo'aa Mataa Yatiimota Kanneenii Qaqqabaafi Ture" Jette
Kana Booda Abu Hanifan Baayyee Gaddanii Akkana Jedhan
Sababa Hojii Kanaaf Rabbiin Jannata Kenneef Tahuu Mala" Jedhan
Kana Booda Imaamni Kun Akkana Jechuun Uummata Gorsuu Jalqaban:
"Abaluun Badii Hojjeta Jettanii Maqaa Wal Hin Balleessinaa Walis Hin Arrabsina Rabbiin Hojii Inni Ittiin Jannatatti Nu Naqu Hin Beektanii"

โˆš Dhuguma Baguma Jannanni Harka Namaa Hin Tahin #ALHAMDULILLAH

ยฎBarruulee Nuti Maxxansinu Saffisaan Akka Isin Qaqqabaniif #Like_Share Godha
https://t.me/Alrisala1
โญ•๏ธุฃุดู‡ุฑ 7 ู…ู‚ูˆู„ุงุช ู„ู„ุดูŠุฎ โ€œุงู„ุดุนุฑุงูˆูŠ๐Ÿ€

1. ุฅู† ู„ู… ุชุณุชุทุน ู‚ูˆู„ ุงู„ุญู‚ ูู„ุง ุชุตูู‚ ู„ู„ุจุงุทู„๐Ÿ€
2. ุฅุฐุง ู„ู… ุชุฌุฏ ู„ูƒ ุญุงู‚ุฏุง ูุงุนู„ู… ุฃู†ูƒ ุฅู†ุณุงู† ูุงุดู„โญ•๏ธ
3. ู„ุง ุชู‚ู„ู‚ ู…ู† ุชุฏุงุจูŠุฑ ุงู„ุจุดุฑ ูุฃู‚ุตู‰ ู…ุง ูŠุณุชุทูŠุนูˆู† ู‡ูˆ ุชู†ููŠุฐ ุฅุฑุงุฏุฉ ุงู„ู„ู‡๐Ÿ€
4. ู„ู† ูŠุญูƒู… ุฃุญุฏ ูู‰ ู…ู„ูƒ ุงู„ู„ู‡ ุฅู„ุง ุจู…ุง ุงุฑุงุฏ ุงู„ู„ู‡๐Ÿ€
5. ู„ุง ุชุนุจุฏูˆุง ุงู„ู„ู‡ ู„ูŠุนุทู‰ ุจู„ ุงุนุจุฏูˆู‡ ู„ูŠุฑุถู‰ ูุฅู† ุฑุถู‰ ุฃุฏู‡ุดูƒู… ุจุนุทุงุฆู‡
6. ุฅุฐุง ุฑุฃูŠุช ูู‚ูŠุฑุง ูู‰ ุจู„ุงุฏ ุงู„ู…ุณู„ู…ูŠู† ูุงุนู„ู… ุฃู† ู‡ู†ุงูƒ ุบู†ูŠุง ุณุฑู‚ ู…ุงู„ู‡
7. ู„ุง ูŠู‚ู„ู‚ ู…ู† ูƒุงู† ู„ู‡ ุฃุจ.. ููƒูŠู ูŠู‚ู„ู‚ ู…ู† ูƒุงู† ู„ู‡ ุฑุจ๐Ÿ€
ู„ุง ุชู†ุณู‰ ุงู„ุฏุนุงุก ู„ูุถูŠู„ุฉ ุงู„ุดูŠุฎ ุงู„ุดุนุฑุงูˆูŠ ุนู„ูŠู‡ ุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡ ูˆุฑุญู… ุฃู…ูˆุงุช ุงู„ู…ุณู„ู…ูŠู†
Dhagaan yeroo deemtu si gufachiisee,yeroo deebitus si gufachiisu eddoo tokko jiraate taanaan,situ itti buโ€™e malee,dhagaan sitti hin buunee uf argi.

ila
Yeroo hedduu,muka bakka tokko dhaabataa oolutti buโ€™uun fafaa beeki,soodduu waggarraa waggatti bakka tokkoo hin sochoone komachuun qaanyiidhaa hubadhu.

Jaaloo
Ka dubbattu si hin dhageeffanne,ka itti himtu hin galleef,ka calโ€™istu si hin hubanne bira oolta taanaan, situ uf galaafatee xiinxalli.

Obbolaa
Qormaata siifi nama si jidduu jiru addaan baasee sitti agarsiisu jaaladhu,guyyaa hadhdhaafi miโ€™aa addaan sii baasu dafii simadhu.

Namana
Osoo hunduu dhimma namaa biraa dhiisee dhimma mataa ufiitiin dhamaโ€™ee,dhamaโ€™aan jidutti bakka dhabaa hubadhu.

Hey
Amma irraa jalqabii,lubbuu teetiif itti gaafatamummaa fudhadhu,gatii siin malu kaahadhu,ol uf hin rarraasinii, gadis uf hin buusinii uf qusadhu.

Yes
Fagaachuu barbaadda taanaan,fagaattee deemuu osoo hin taane,bakkuma jirtutti uf jijjiiruu baradhu. namni akkaan ufirraa eegan,nama dhugaafi haqa bira dhaabbatuufi haqarra ijjatu waan taheef,namni haqa hin feene innuu ufirraa si fageessaa,fagaattee deemuu dhiisii achumatti nagaan jiraadhu,santu seera!!!!

Gorsi kiyya kanuma!
https://t.me/Alrisala1
Qaroomina doomsuu barbaadda taanaan,hayyuufi beekaa tuffadhu,barsiisaa dhabamsiisi,qaroo jaamsi, ol adeemaa gadi harkisi,guddaa xinneessi,tolaa fi gara laafessa hammeessi,bareeda fokkisi,qurcuufi cubbamaa faarsi,qeeqa guddisi,hirโ€™ina argi,gadi yaadi.

ila
Rakkoon barsiisaa barataa dadhabaadha,rakkoon sheekaa darasaa laaftuudha,rakkoon dureessaa hojjataa dadhabaadha,rakkoon gootaa dabeessa qeโ€™eeti,rakkoon arjaa doqna ganda isaatii xiinxalli.

Jaaloo
buโ€™uura rakkoo keetii bartu malee,furmaata rakkinaa argachuu hin dandeessuu beeki,kan si boochisaa si wajji boohu si jala jira taanaan,gaddi kee dheeratee beeki.

Obbolaa
Hayyuu taatu dubbii tee qusadhu,barsiisaa taatu beekkumsa kee kunuunfadhu,arjaa taatu horii kee bakka itti baastu laalladhu malee,tola kee cubbuu si harkaa godhanii faalamuu malaa uf qusadhu.

Namana
Namni namaaf qorsa haa jennu malee,sababni dhukkuba nama hedduu immoo,namumaa beeki.

Hey
Nama tola itti oolte ufirraa eegi,lafa waan gaarii keessatti hojjattu irraa maqii jiraadhu,bakka barnoota itti argatte irraa achi siqii imala jireenya keetii bakkaan gahadhu.

Hey
Eenyurraayyuu galata eeguu irraa guddadhu,hujii gaarii sammuun kee ittiin boqatu hojjachuu irraa uf duuba hin deebiโ€™in,gadi harkisanii akka ufitti si hin qixxeessine,qixxaa waliin cabsattee nnyaachuu irraa uf qusadhu!
Santu akka!
https://t.me/Alrisala1
*๐Ÿƒ๐ŸŒน((ู„ุง ุชู†ุณ ู‚ูŠู€ู€ู€ุงู… ุงู„ู„ูŠู€ู€ู€ู„ ))๐ŸŒน๐Ÿƒ*
*๐Ÿ‘ˆ ูุฃู†ุช ููŠ ุงู„ุฃุดู‡ุฑ ุงู„ุญุฑู… *

*๐Ÿƒ๐ŸŒนุญู€ู€ู€ู€ู€ู€ ู†ู€ู€ู€ุจู€ู€ู€ูˆูŠ ู€ู€ู€ู€ู€ู€ุฏูŠุซ๐ŸŒน๐Ÿƒ*


๐ŸŒด ู‚ูŽุงู„ูŽ ุฑูŽุณููˆู„ู ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ๏ทบ
*((โฌ… ุฃูŠู‘ูู‡ูŽุง ุงู„ู†ู‘ูŽุงุณู :*
*โœ… ุฃูู’ุดููˆุง ุงู„ุณู‘ูŽู„ุงู…ูŽ*
*โœ… ูˆูŽุฃุทู’ุนูู…ููˆุง ุงู„ุทู‘ูŽุนูŽุงู…ูŽ*
*โœ… ูˆูŽุตูŽู„ู‘ููˆุง ุจูุงู„ู„ู‘ูŽูŠู’ู„ู ูˆูŽุงู„ู†ู‘ูŽุงุณู ู†ููŠูŽุงู…ูŒ*
*๐Ÿ’Ž ุชูŽุฏู’ุฎูู„ููˆุง ุงู„ุฌูŽู†ู‘ูŽุฉูŽ ุจูุณูŽู„ุงูŽู…ู ))*
๐Ÿ“š ุฑูˆุงู‡ ุงู„ุชุฑู…ุฐูŠ


๐ŸŒดู‚ูŽุงู„ูŽ ุฑุณูˆู„ู ุงู„ู„ู‡ู ๏ทบ
*(( ุฃูู’ุถูŽู„ู ุงู„ุตู‘ููŠูŽุงู…ู ุจูŽุนู’ุฏูŽ ุฑูŽู…ูŽุถูŽุงู†ูŽ : ุดูŽู‡ู’ุฑู ุงู„ู„ู‡ู ุงู„ู…ูุญูŽุฑู‘ูŽู…ู ุŒ ูˆูŽุฃูู’ุถูŽู„ู ุงู„ุตู‘ูŽู„ุงูŽุฉู ุจูŽุนู’ุฏูŽ ุงู„ููŽุฑููŠุถูŽุฉู : ุตูŽู„ุงูŽุฉู ุงู„ู„ู‘ูŽูŠู’ู„ู ))*
๐Ÿ“šุฑูˆุงู‡ ู…ุณู„ู… .

๐ŸŒดู‚ูŽุงู„ูŽ ุฑุณูˆู„ู ุงู„ู„ู‡ู ๏ทบ
*(( ุตูŽู„ุงุฉู ุงู„ู„ู‘ูŽูŠู’ู„ู ู…ูŽุซู’ู†ูŽู‰ ู…ูŽุซู’ู†ูŽู‰ ุŒ ููŽุฅุฐูŽุง ุฎููู’ุชูŽ ุงู„ุตู‘ูุจู’ุญูŽ ููŽุฃูˆู’ุชูุฑู’ ุจููˆูŽุงุญูุฏูŽุฉู ))*
๐Ÿ“šู…ุชูู‚ูŒ ุนูŽู„ูŽูŠู’ู‡ู .

*---------------------------------*
*๐Ÿ’ก{ูˆูŽุฐูŽูƒู‘ูุฑู’.ููŽุฅูู†ู‘ูŽ.ุงู„ุฐู‘ููƒู’ุฑูŽู‰ูฐ.ุชูŽู†ููŽุนู.ุงู„ู’ู…ูุคู’ู…ูู†ููŠู†ูŽ.ar}*
โ€ขโ€ขโ€ขโ”โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ”โ€ขโ€ขโ€ข