Wabii Sanyii
6.74K subscribers
854 photos
26 videos
55 files
961 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
#Barattoota_kutaa_12ffaa_hundaaf
Bara 2014/15 qormaata xumuraa mana barumsaa sadarkaa lammaffaa kutaa 12 fi qormaata seensa Yuunivarsiitii kan qoramtan mooraa Yuunivarsiitii ramadamanitti yeroo imaltan barattoonni wantoota qabachuu qabanii fi wantoota qabachuu hin qabne Ministeerri Barnootaa akka armaan gadiitti ibseera. Akkasumas barattoonni akka of qopheessitan sagantaan akka armaan gadii kanatti waan qophaa’eef hubadhaa.

Qabachuun kan #Eyyamame (Heeyyamame)
#uffata_qorraa, #Huccuu_Tiraasii, #Uffata_halkanii, #Nyaata_goggogaa, #uffata, #boorsaa, #Kaardii_qormaataa, #qalama, #dabtara, #waraqaa_duwwaa, #kitaaba

Qabachuun #dhorkaa kan ta’e(kan dhorkamu)
#waraabduu_sagalee ,#_Viidiyoo fi #suuraa kamiyyuu qabachuun dorkaadha, #Kaameeraa, #Meeshaalee_Ergaa_karaa_teknoolooji _dijitaalaa_fudhachuu fi erguu danda’an kamiyyuu (#taableetii, #kompiitara, #laptooppii, #bilbila, #iPad, #hard_disk, #flash_diiskii kkf)

#Sagantaa_Qormaataa
#Saayinsii_hawaasaatiif
➤26_28/1/2015 Seensa Yuunivarsitii
➤29/01/2015 guyyaa qajeelfamni itti kennamu
➤30/01/2015_02/02/2015 Guyyaa qormaataaa

#Saayinsii_Uumamaatiif
➤05_06/2/2015 Seensa Yuunivarsiitii
➤07/02/2015 Guyyaa Orenteeshiniifi Qajeelfamni itti kennamu
➤08/02/2015_11/02/2015 Guyyaa qormaataa
Carraa Gaarii
=======================================
#ለ12ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ
የሁለተኛ ደረጃ ማጠናቀቂያና ዩኒቨርሲቲ መግቢያ ፈተና ተፈታኞች በሙሉ:-
2014/15 የዩኒቨርሲቲ መግቢያና የሁለተኛ ደረጃ ማጠናቀቂያ ፈተና ተፈታኞች ወደ ተመደቡበት ካምፖስ ጉዞ ሲያደርጉ #መያዝ #የተፈቀደላቸው#መያዝ #የተከለከሉ እና #የጊዜ #ሠሌዳ እንደሚከተለው ያለው ሲሆን ተማሪዎች ከወዲሁ ራሣችሁን እንድታዘጋጁ ይሁን።

#መያዝ #የተፈቀደላቸው
አንሶላ፣ ትራስ ጨርቅ፣ የማታ ልብስ፣ ደረቅ ምግብ፣ ልብስ፣ቦርሳ፣ የመፈተኛ ካርድ፣ እርሳስ፣ ላጲስ፣ የማስታወሻ ደብተር፣ ባዶ ወረቀት፤ መጽሐፍ

#መያዝ #የተከለከሉ
ማንኛውም ድምፅ የሚቀዳ፤ ቪዲዮ የሚቀዳ ወይም ፎቶግራፍ የሚያነሳ፤ ካሜራ፤ ማንኛውም ከቴሌ መስመርም ይሁን ከቴሌ ውጭ መልዕክት በድጂታል ቴክኖሎጂ መቀበያ ወይም ማስተላለፊያ ውጤቶች (ታብሌት፣ኮሚፕዩተር፣ላብቶፕ፣ ስልክ፣አይፓድ፥ሃርድ ዲስክ፣ፍላሽ) መያዝ በጥብቅ የተከለከሉ ናቸዉ፡፡

#የጊዜ #ሠሌዳ
ማህበራዊ ሳይንስ $social science dep't
➤26_28/1/2015 ዩኒቨርስቲ መግቢያ
➤29/01/2015 ኦሪንቴሽን ይሰጣል
➤30/01/2015_02/02/2015 ፈተናው የሚሰጥበት ጊዜ ይሆናል።

የተፈጥሮ ሳይንስ Natural Science dep't
➤05_06/2/2015 ዩኒቨርስቲ መግቢያ
➤07/02/2015 ኦሬንተሽን
➤08/02/2015_11/02/2015 ፈተናው የሚሰጥበት ጊዜ ይሆናል።
መልካም ዕድል!

@segnigudeta @wabisegni
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Hubachiisa fi #Akeekkachiisa Namoota #maqaa fi #suuraa namaan daldalaniif; Sababa malee, dubbii olii kana hin kaafne.  Gidduu kana odeeffannoo hedduutu na qaqqabaa jira.

Ani beeksisa guyyaa guyyan bahu isin gahu malee #Faddala miti hojataa fi hojachiisa waliit hin fidu Odeeffannoo beeksisa maxxansuu malee hojii nama galchuu hin danda'uu

Namoonni maqaa fi suuraa koo fayyadamuun namoota hedduu irraa hojii isiin galchiina jeechuun qarshii irraa fudhacha jirruu. Odeeffannoo dogoggora kenna jirru namoota akkasii saaxila.

Namonni maqaa fi suuraa namaan daldaltan akka adabattan isanan hubachiisa. Guyyaan isin salphisa! Kabajamtoonni fi hordooftoonni koo sinaan jaalladha galatoomaa.

Feesbuukii koo kan qofa
https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820

Telegiramii koo @segnigudeta
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Hubachiisa fi #Akeekkachiisa Namoota #maqaa fi #suuraa namaan daldalaniif; Sababa malee, dubbii olii kana hin kaafne.  Gidduu kana odeeffannoo hedduutu na qaqqabaa jira.

Ani beeksisa guyyaa guyyan bahu isin gahu malee #Faddala miti hojataa fi hojachiisa waliit hin fidu Odeeffannoo beeksisa maxxansuu malee hojii nama galchuu hin danda'uu

Namoonni maqaa namaan daldaltan salphachuuf jirtu waan ta'eef akka adabattan isanan hubachiisa. Guyyaan isin salphisa! Kabajamtoonni fi hordooftoonni koo sinaan jaalladha galatoomaa.

#Fb koo kan qofa #Follow godha

https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820