Wabii Sanyii
6.74K subscribers
854 photos
26 videos
55 files
961 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
#Xiyyeeffannoo galamaahuu keessan beekuuf Application status irratti

Your application to this vacancy has been submitted successful kan jedhu #maqaa keessan fudhachuu qabdu. Hardcopy print
@segnigudeta @wabisegni
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Hubachiisa fi #Akeekkachiisa Namoota #maqaa fi #suuraa namaan daldalaniif; Sababa malee, dubbii olii kana hin kaafne.  Gidduu kana odeeffannoo hedduutu na qaqqabaa jira.

Ani beeksisa guyyaa guyyan bahu isin gahu malee #Faddala miti hojataa fi hojachiisa waliit hin fidu Odeeffannoo beeksisa maxxansuu malee hojii nama galchuu hin danda'uu

Namoonni maqaa fi suuraa koo fayyadamuun namoota hedduu irraa hojii isiin galchiina jeechuun qarshii irraa fudhacha jirruu. Odeeffannoo dogoggora kenna jirru namoota akkasii saaxila.

Namonni maqaa fi suuraa namaan daldaltan akka adabattan isanan hubachiisa. Guyyaan isin salphisa! Kabajamtoonni fi hordooftoonni koo sinaan jaalladha galatoomaa.

Feesbuukii koo kan qofa
https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820

Telegiramii koo @segnigudeta
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Hubachiisa fi #Akeekkachiisa Namoota #maqaa fi #suuraa namaan daldalaniif; Sababa malee, dubbii olii kana hin kaafne.  Gidduu kana odeeffannoo hedduutu na qaqqabaa jira.

Ani beeksisa guyyaa guyyan bahu isin gahu malee #Faddala miti hojataa fi hojachiisa waliit hin fidu Odeeffannoo beeksisa maxxansuu malee hojii nama galchuu hin danda'uu

Namoonni maqaa namaan daldaltan salphachuuf jirtu waan ta'eef akka adabattan isanan hubachiisa. Guyyaan isin salphisa! Kabajamtoonni fi hordooftoonni koo sinaan jaalladha galatoomaa.

#Fb koo kan qofa #Follow godha

https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820