Wabii Sanyii
6.74K subscribers
854 photos
26 videos
55 files
961 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
#Madda qabatamaaf #Sirrii irraa Beeksisa hojii #Qulqqullina waliin hordofaa
#Liinki banuun
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/michujobs
https://t.me/michujobs
#Siinqee_Bank_SC_External

โœ… Vacancy Announcement
Ability of listening, Speaking, Reading & writing โ€˜Afaan Oromooโ€™ English and Amharic Language is Mandatory.
โฌ‡๏ธHow to apply

#Place of Registration: โ€“ Southern District (Nagelle Bule Hora and Yabello), Bale District (Bale Robe), East and West Harage District (Chiro and Harar) and llubabor District(Mattuu).
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid029QuKj9dLW4NRgiER6LyZcTzAEQwc5XWC3axR1SHY5LC5e4T8bsMoYyrF2ZUSX9nPl/?app=fbl
โ™จ๏ธWaliif #Qoodaa
โœ… แŠ แ‹‹แˆฝ แ‰ฃแŠ•แŠญ แŠ แ‹ฒแˆต แ‹จแˆตแˆซ แˆ›แˆตแ‰ณแ‹ˆแ‰…แ‹ซ

#Awash_Bank_invites qualified candidates for the following job Positions.

โŒDeadline: December 17, 2022


#Position 1: Customer Service Officer I
#Position 2: Customer Service Officer II
#Position 3: Relationship Officer-Branch I
#Position 4: Software Engineer
#Position 5: Information Systems Auditor
#Position 6: IT Project Manager
@Position 7: Manager - IFB Product Development Division
#Position 8: Principal - Software Engineer
#Position 9: Principal - IFB Product Development Officer
#Position 10: Senior - Information Systems Auditor
#Position 11: Senior - Software Engineer
#Position 12: Senior - IFB Product Development Officer

โœ…Read and Apply Online
     https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8 https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8

โ™ป๏ธShare & Forward For Your Beloved Freinds
โบ For Daily Update and Jobs Join Our Telegram Channe
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
HUBADHU!
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ AARIIN:
โƒ Amala namaa jijjiira.
โƒ Fira nama dhabsiisa.
โƒ Sammuu jeeqa.
โƒ Qabeenya barbadeessa.
โƒ Badiif nama saaxila.
โƒ Duโ€™aaf nama kenna.

โ JIBBIINSI:
โƒ Walirraa nama fageessa.
โƒ Qofa galeessa nama taasisa.
โƒ Walitti dhufeenya booressa.
โƒ Dogongoraaf karaa bana.
โƒ Firiin isaas gaabbii taโ€™a.

โ RAKKINNI:
โƒ Amala namaa jijjiira.
โƒ Waan hin qabne si barsiisa.
โƒ Abdii si kutachiisa.
โƒ Obsa si fixachiisa.
โƒ Biyyarraa siin bada.

โ OBSI:
โƒ Taajjabbii irraa si hambisa.
โƒ Hamtuu irraa nama eega.
โƒ Of-eeggannoo namaaf labsa.
โƒ Amala qabeessa nama taasisa.
โƒ Gara laafummaa nama barsiisa.
โƒ Sammuu namaa bal'isa.
โƒ Madaaluuf nama gargaara.
โƒ Olaantummaa nama gonfachiisa!
ยซKANAAFUU OBSA QABAADHU!ยป

โ JAALALLI:
โƒ Gammachuu namaaf laata.
โƒ Waan gaarii nama yaachisa.
โƒ Jireenya hawaasummaa cimsa.
โƒ Kaayyoo fiixaan baasa.
โƒ Galma qaqqabsiisa.
โƒ Bilisummaa yaadaa laata.
ยซKANAAFUU JAALALLI FURTUU JIREENYAATI.ยป

โžฆ Gฮฑโ„“ฮฑั‚ฯƒฯƒะผฮฑฮฑ!!!
ฮฅั”ส€ฯƒฯƒ Gฮฑฮฑส€ฮนฮน

sสœแด€ส€แด‡โ—ˆsสœแด€ส€แด‡โ—ˆsสœแด€ส€แด‡โ€‹
@segnigudeta @wabisegni
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Maddi rakkinaa inni guddaa fi hangafaa namoota sirrii iddoo dogoggoraa taa'aniini dha. Namoota abjuu nama biraa keessa jiraatan ykn jiraachuun ofii isaanii dadhabsiisan. Rakkinni rakkoo tahee umurii akka dheeratu kan taasisu isaan ofii isaanii ilaalcha nama biraan of bocani dha. Ofii isaanii dhiisuu nama biraa ta'anii namoota ofii isaanii dibamaniin dha.

Namni ati mootii taata, ati doktora taata fi kkf jedhamani yeroo tahetti waan jedhaman sana tahuuf ni yaalu. Kallattii kamiinis tahu wanta jedhaman sana tahanii ni argamu. Namoonni akka kanaa madda rakkinaa ijoo tahuun ni beekamu. Abjuu nama biraa fiixaan baasuuf jireenya isaanii boqonnaa malee jiraatu. Gaaffii keessi isaanii isaan gaafatu deebisuu irra Wanta namni biraa isaanii hawwe sana keessatti ofii isaanii ilaalanii kallattii namni biraa boceef irra ofii isaanii deemsisuu filatu. Galma ofii dhiisanii galma namaa irra deemu. Galma nama biraa galmaan gahuuf yaadu. Yeroo kanatti madda rakkinaa tahuun argamu. Ofii isaanii madda rakkinaa tahuu hubachuu hin dandahamu maalifii abjuu nama biraa keessa waan ofii isaanii dhoksaniif dhokatanii jiraachuu filatu.

Abjuu nama biraa keessa ofii kee keessee adunyaa tana balleessuu, faaluu, rakkisuu irra abjuu dhabuu wayya. Maaliif? Waan hin qabne waan beektuf waan qabaachuu qabdu sana immoo guyyaa tokko qabaachuuf barbaaduu ni eegalta.Haala kanaan ofii keenyas dhabnee, dhalootaa dhabaa deebna. Nama falaa tahuu irra adunyaa faalaa jiraanna. .

Abjuu kee haatii fi abbeen kee siif hin beekani. Mul'ati kee eenyummaa bira hin jiru. Abjuun hin dhaalamu. Abjuun hin hatamu. Abjuun yaada wanta hin qaqqabamne gara wanta qaqqabamuutti jijjiiru dha.

Abjuun beeluun fi dheeboo keessaa kan nama baasu dha. Abjuun dhalootaaf faloo ta'uu, rakkina ija furmaataan ilaalu tti karaa nu baasu nu agarsiisa.

Anjuun kee eenyummaa kee ti. Eenyummaa kee sirrii keessa jiraa dhu.
Eenymaan kee sirriin dhalootaaf fala siif abjuu dha.


Coba Yaadaa ๐Ÿ’งโœ๏ธ
Deutsche Gesellschaft fรผr Internationale Zusammenarbeit (GIZ) GmbH แˆฐแˆซแ‰ฐแŠžแ‰ฝแŠ• แŠ แ‹ˆแ‹ณแ‹ตแˆฎ แˆ˜แ‰…แŒ แˆญ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆแข

Position: - M&E and Knowledge Management Advisor

๐Ÿ“šแ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แ‹“แ‹ญแŠแ‰ต แŠฅแŠ“ แ‹ฐแˆจแŒƒ:-
Bachelor / Masterโ€™s degree qualification in a relevant energy related discipline

๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น แ‹จแˆตแˆซ แ‰ฆแ‰ณ แก แŒ‹แˆแ‰คแˆ‹

๐Ÿงญแ‹จแˆแ‹แŒˆแ‰ฃ แŒŠแ‹œ แก แŠฅแˆตแŠจ แ‰ณแˆ…แˆณแˆต
14 /2015 แ‹“.แˆ
๐Ÿ“Œ แˆฐแˆˆ แˆฐแˆซแ‹ แˆ™แˆ‰ แˆ˜แˆจแŒƒ แˆˆแˆ›แ‹จแ‰ต แ‹ญแˆ…แŠ•แŠ• แˆŠแŠ•แŠญ แ‹ญแŒ แ‰€แˆ™/Odeeffannoo guutuu ilaaluuf link kana fayyadamaa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ Read Detail:https://orojops.com/jobs/me/

๐Ÿ”ฐแŠจแ‰ฐแˆˆแ‹ซแ‹ฉ แ‹ตแˆญแŒ…แ‰ต แ‹จแˆฅแˆซ แˆ›แˆตแ‰ณแ‹ˆแ‰‚แ‹ซแ‹Žแ‰ฝ
แ‰ แ‹šแˆ… แˆŠแŠ•แŠญ แ‹Œแ‰ฅแˆณแ‹ญแ‰ฑ แˆ‹แ‹ญ แ‹ญแˆ˜แˆแŠจแ‰ฑแ‰ต๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
=>See Detail:- www.orojops.com

๐ŸŒTelegram:- https://t.me/oromiatecno

แˆ˜แˆจแŒƒแ‹แŠ• #Share /แˆธแˆญ/ แ‰ แˆ›แ‹ตแˆจแŒ แˆˆแˆŒแˆŽแ‰ฝแˆ/ แ‰ แˆตแˆซ แแˆˆแŒ‹ แˆ‹แˆ‰ แ‹ˆแŒˆแŠ–แ‰ปแ‰ฝแŠ•
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
H i r i y y u u m m a a !
Ilkaaniin sesseeqaa
Garaan keessi orma
Arrabban naaf fira
Miirrikeemmoo orma

Qaawwakoos lakkaa'aa
Iccitiikoo baasnaan
Imaanarra tartee
Waadaa keenyas haallaan

Erga gaafan kufu
Na wajjin hin kufne
Erga gaafan du'u
Na wajjin hin duunee

Mucuucachuu kiyyaaf
Yoo taatu sababa
Hiriyyummaan maali
Maaliin madaalama

Erga waliif yaaduurra
Walitti aaduu taatee
Erga iccitiinkoos
Karaa kankee baatee

Hiriyyummaakeerra
Qofaakoon jiraadha
Daandiin dugda lukkuu
Siif ta'uun kadhadha
Filanookeen dhiisiin
Qofaakoon jiraadha !

@segnigudet @wabisegni
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Biyya Argentina keessatti helicopter t-shirt maqaa Messi qabu harkisaa balali'u jira World Cup 2022

Argentina 3 : 0 Croatia
โบ For Daily Update and Jobs Join Our Telegram Channel
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
#Seera_Haaraa
Fesbuukiin Itoophiyaatti hokkora kakaasuun beenyaa birrii biil. 100 ol akka kaffalu himatame
#Odeeffannoo karaa Telegramii argadhaa
Himanni Facebook irratti dhiyaate yeroo walwaraansi Itoophiyaa keessa jiru algoorizimiin Fesbuukii jeequmsii fi haasaan jibbiinsaa akka babalโ€™atu gargaare kan jedhuudha.
#Telegramii warreen gargaaramtan fayadamoo taatuu
๐ŸŒˆJoin godhaa #dubbisaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
#Waliif qoodaa
๐ŸŒˆTelegram #Beeksisa hojiis
โœ…Join godhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Ajaa'ibaa
France fi Morocco
#Beeksisa_Haaraa โœ…
#Waliif qoodaa
๐ŸŒˆTelegram #Beeksisa hojiis
โœ…Join godhaa #dorgomaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Jijjiiramni Maaliif Barbaachisee ??

โžฅ Jiraachudhaaf rakkinaa fi gadadoo keessa jiru keessaa bahuudhaaf Jijjiramni barbaachisaadha.
Akkasumas yaadannoo badaa/gaarii hin taane kaleessa keessa turre keessaa bahuudhaf barbaachisaa dha.

Yeroo tokko tokko waan keessa jirru keessaa waan baanu nutti hin fakkaatu. Abdii kutannaa cimaa keessa galla. Namnis Waaqnis nu hin baasu jennee amana. Garuu ammayyuu Abdiin jira

โ— Waaqayyo carraa biraa siif kenna. Risaan waggaa 50 itti murtii lubbuu oolchuu fi jireenya hambisu erga murteessee nuti maaliif dadhabne??

โ— Daandii haaraa fi jireenya haaraa fuuldura kee jiru yoo barbaadde ofitti amanamummaa booddeetti si harkise jalaa bahi Waaqayyo si gargaara.

โ— Sammuu kee sirriitti bani akka Risaa/Joobiraa balali'uu dandeessa. Yeroo bokkaan roobu simbirroon hunduu godoo isaanitti gaggalu Risaan garuu bantii Waaqatti ol bahee bokkaa roobu gararraa balali'a.

โ— Rakkoon bokkaa jiru hundumaaf tokko haa tahu malee ilaalchi nuti wantoota itti ilaallee furmaata kenninutu adda adda beekaa.

โ— Jijjirama hin sodaatin jaalalaan fudhadhu!

Gaaffii:
โžฅ Akka Risaa balali'uu barbaaddaa ol kaatee??

"Yeroo sadiin barnoota koo koollejjii kufe, Yeroo 30 ol beeksisa hojii ba'e qacarriif iyyannoo galchadhee hundaa kufe, Yeroo dhaabbanni KFC jedhamu biyya Chaayinaa dhufe namoota 24 hojiif dorgoman keessaa kan otoo hin qacaramin kophaatti hafe ana qofaadha, Humna waraanaa chaayinaatti poolisii ta'ee qacaramuuf namoota 5 dorgomne keessaa ana qofa
fudhachuu didan. Yuunibarsiitii Harvaardiitti deebi'ee seenudhaaf yeroo 10 ol iyyata galfadhee yeroo 10 na fudhachuu didan".

Jack Maan Hundeessaa fi Abbaa qabeenyaa Marsariitii/Websaayitii beekamaa Chaayinaa www.alibaba.com yoo tahu akka barruun Forbees jedhutti dureessa beekamaa Addunyaa kanaa 22ffaadha qabeenyi isaa doolaara biliyoona 28.8 ture bara 2015ti.

Ijoon dubbii seenaa kanaa:
 โžจ "Abdii hin kutatin carraa fuuldura kee jiruuf of qopheessi, Kufaatiin gulantaa milkaa'ina kee itti aanu waan taheef jabaadhu! Kufaatiin cimina sammuu keessanii hin ibsu karaa itti wantootni ittiin siif hojjechuu didan barta.

โžจ Toomaas Ediisan namichi ibsaa elektiriikii uume yeroo 99 milkaa'uu dadhabe garuu yeroo gaafatamu ani hin kufne karaa ittin elektiriikiin ifu hin dandeenye 99 bare malee jedhe.

โžจ Atihoo Abdii kutannaa keessaa baatee of jijjiruuf qophoofteettaa?? Jabaadhu Waaqayyo si gargaara.


 โžฆ Wษ‘ษ‘n beektษ‘nii fi dubbistษ‘n dhษ‘lootษ‘ษ‘f dษ‘bษ‘rsษ‘ษ‘. Wษ‘liin bษ‘rษ‘nnee wษ‘liis hษ‘ษ‘ bษ‘rsiifnu!

@segnigudeta @wabisegni
Sheger Public Transport Service

Location: addis-ababa
Job Posted on:
#December 13, 2022
Deadline: December 22, 2022
Number of Positions: 21 -positions 0 EXP , 400 + 11
โ€“ positions with EXP
10th-Degree
#Fore more #Information
Golagol area
โ˜Ž๏ธ 011 833 3460
#dorgomaa

โœ…Waliif qoodaa #Share gochuun #Aantee keesaniifis qoodaa
โ™จ๏ธliinkii #Asii gadii banuun #gitoota isin #Ilaallatu irratti dorgomaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8