Wabii Sanyii
6.52K subscribers
885 photos
26 videos
56 files
971 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
#Hubachisa/Attention

NAMOOTA HOJII BARBAADAN HUNDAAF

Barri nuti keessa jiraannu kun bara Technology fi dhiphatu waan taateef Waantootni hedduu qaalii ta'aani jiru.Galmeen online ta'uun isaa immoo baasii dabalataa fi yeroo keenya nuf qusachuun isaa gaariidha garuu dogoggoraa keenyan hojii hedduu dhaba jirraa. kana jalaa wal olchuuf immoo namni kamiyyuu waan danda'uun yoo wal gargaaree guddinniis baruma kana ta'a."

waan ta'eef hiriyoota keef qoodi


1.Galmee Online🌐 fi Poostaa 📩 irraati Dogoggora keenya🕹

A.Application letter ▶️
Fuulli kun Cover page jedhamees nii waammama.yeroo bayyee dogoggora keenyaa fulaa kana irraatti ❶#To fi #Position kan jettu yeroo bayyee iddoo duwwaa guutuun dhiibbaa cimaa qaba.kanaf iddoon kun guutamee (Guuttaani) apply gochuu
qabdu.

#Fkn. CBE irraatti Apply gochuu barbaadu yoo ta'ee

#To: Commercial Bank of Ethiopia
#Position: Graduate Trainee

Awash, Coop,Abyssinia, NGO fi kan biroos akkasumaati jechuudha.

❷.Guyyaa=kunis yeroo hedduu Iddoo duwwaa ykn immoo isuma duraan ittin galmooftanin apply gochaa jirtu.yeroo hundayyuu #Update ta'u qaba

❸.GPA,University irraa Eebbifame fi Guyyaa Eebbifame edit osoo hin godhiin akkuma form isaa nama kan biroo irraa fudhaatanin maqaa qofa hin jijjirina edit gochuun barbachisaa dha.

❹.Dogoggora guddaa fi waan hedduu fudhatama hin qabne tokko immoo Akkuman armaan oliti Sinin jedhe To fi Position kan jettu irraatti guutuun dirqama.garuu CBE f kan guuttan Coop ykn Awash tasumaa hin ta'uu,Coop f kan guuttan tasumaa CBE,Awash,NGO ykn kan biroofis hin ta'uu kana hubadhaa.

Walumaagalatti waanti sin as irraatti guuttan Tempo keessan ykn Certificate keessan kan biroon guutummaatti wal fakkachuu qaba.

2. Curriculum Vitae (CV)

Fuulli kun immoo waa'ee keessan Guutummaatti kan ibsitu dha.

❶.Maqaa Guutuu ta'uu qaba

❷.Address=Teessoo keessan yoo xiqqaate Godina fi Aanaa qabachuu qaba

❸.Birth date and Birth place Qabaachuu qaba

❹.lakkoofsa Bilbila yeroo hunda hojjechu danda'u filannoo biraa yoo keessan Filatamaadha.Email yoo Qabattan optional

❺.Umurii,saala,haala Gaa’ila fi Nationality qabachuu qaba

❻Education History=Elementary Hanga sadarkaa barnoota hamma irraa jirtanitti.

❼.Language Skill at least Afaan oromo,English and Amharic it is mandatory.and additional other language

❽.Computer skills=kun yeroo bayyee Computer irraati

❾.Work Experience, Qualification, Hobbies and Security Clearance kun illee nii barbaachisaa.

❿.#Reference 🕹isheen kun hedduu barbaachisaadha.Garuu namoonni hedduu keessaan hin qabdaan yoo qabaattanis guutuu miti.yoo xiqqaate nama 2 fi isa ol osoo ta'ee bareeda.
#Reference tokkoo maqaa nama sana,Teessoo isaa,lakkoofsa Bilbila fi walitti dhufeenya keessan ibsuu qaba.

Waliif #Share godha
♨️Waliif #Qoodaa
አዋሽ ባንክ አዲስ የስራ ማስታወቅያ

#Awash_Bank_invites qualified candidates for the following job Positions.

Deadline: December 17, 2022


#Position 1: Customer Service Officer I
#Position 2: Customer Service Officer II
#Position 3: Relationship Officer-Branch I
#Position 4: Software Engineer
#Position 5: Information Systems Auditor
#Position 6: IT Project Manager
@Position 7: Manager - IFB Product Development Division
#Position 8: Principal - Software Engineer
#Position 9: Principal - IFB Product Development Officer
#Position 10: Senior - Information Systems Auditor
#Position 11: Senior - Software Engineer
#Position 12: Senior - IFB Product Development Officer

Read and Apply Online
     https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8 https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8

♻️Share & Forward For Your Beloved Freinds
For Daily Update and Jobs Join Our Telegram Channe
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8