Wabii Sanyii
6.49K subscribers
886 photos
26 videos
57 files
971 links
Namni waan danda'uun nama
gargaaru doqna hin jedhamu
Download Telegram
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Waamicha_Qormaataa
Qormaata fi guyyaa qormaatichaaf akka filatamte isin beeksisuuf

Waajjirri damee keenyaa gitoota hojii duwwaa armaan gaditti ibsame qaxarriidhaan guutaa jira akkaataa beeksisa qaxarrii gaazexaan Addis Meda Adoolessa 5, 2015 baaseen Daldalli (Mana Barumsaa Commersii) sa'aatii 7:30 p.m., kanaaf guyyaa, sa'aatii fi bakka armaan olitti ibsametti waraqaa eenyummaa keessan waliin qormaata akka fudhattan isin beeksifna.

Addis Ababa Bahaa Kaffaltoota Gibiraa Xixiqqaa Damee Waajjira Ministeera Galiiwwanii

#Listii maqaa keessanii #Ilaalladhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@segnigudeta @wabisegni
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Dubbachuuf ni cima
Dhiisuus hin danda'u
Eenyuttan sii hima
Dhibe kan dhaga'u

@segnigudeta @wabisegni
Lucy Insurance S.C แˆฐแˆซแ‰ฐแŠžแ‰ฝแŠ• แŠ แ‹ˆแ‹ณแ‹ตแˆฎ แˆ˜แ‰…แŒ แˆญ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆแข


Position:โ€œBoard Secretaryโ€

๐Ÿ“šแ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แ‹“แ‹ญแŠแ‰ต แŠฅแŠ“ แ‹ฐแˆจแŒƒ:-
 BA/ LLB degree in management, Law, Administrative Science or related field of study.

แ‹จแˆตแˆซแ‰ฆแ‰ณ:Addis Ababa

๐Ÿงญแ‹จแˆแ‹แŒˆแ‰ฃ แŒŠแ‹œ แก แŠฅแˆตแŠจ แ‰ณแˆ…แˆณแˆต
15/2015 แ‹“.แˆ
๐Ÿ“Œ แˆฐแˆˆ แˆฐแˆซแ‹ แˆ™แˆ‰ แˆ˜แˆจแŒƒ แˆˆแˆ›แ‹จแ‰ต แ‹ญแˆ…แŠ•แŠ• แˆŠแŠ•แŠญ แ‹ญแŒ แ‰€แˆ™/Odeeffannoo guutuu ilaaluuf link kana fayyadamaa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ Read Detail:https://orojops.com/jobs/luc/

๐Ÿ”ฐแŠจแ‰ฐแˆˆแ‹ซแ‹ฉ แ‹ตแˆญแŒ…แ‰ต แ‹จแˆฅแˆซ แˆ›แˆตแ‰ณแ‹ˆแ‰‚แ‹ซแ‹Žแ‰ฝ
แ‰ แ‹šแˆ… แˆŠแŠ•แŠญ แ‹Œแ‰ฅแˆณแ‹ญแ‰ฑ แˆ‹แ‹ญ แ‹ญแˆ˜แˆแŠจแ‰ฑแ‰ต๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
=>See Detail:- www.orojops.com

๐ŸŒTelegram:- https://t.me/oromiatecno

แˆ˜แˆจแŒƒแ‹แŠ• #Share /แˆธแˆญ/ แ‰ แˆ›แ‹ตแˆจแŒ แˆˆแˆŒแˆŽแ‰ฝแˆ/ แ‰ แˆตแˆซ แแˆˆแŒ‹ แˆ‹แˆ‰ แ‹ˆแŒˆแŠ–แ‰ปแ‰ฝแŠ•
โœ…Beekaisoota #Haaraa
#Join gochuun dorgomaa
โ™จ๏ธMadda qabatamaa irraa Beeksisa hojii #Waktawaa hordofaa
โœ…Hiriyaaf #Aanteekeef qoodi

#BeeksisaHaaraa โœ…
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
โœ…Beekaisoota #Haaraa
#Join gochuun dorgomaa
โ™จ๏ธMadda qabatamaa irraa Beeksisa hojii #Waktawaa hordofaa
โœ…Hiriyaaf #Aanteekeef qoodi

#BeeksisaHaaraa โœ…
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Waantota_abjuu dhalootaa ajjeesan!

1) Abdii kutannaa:_ Namni abdii kutate har'a qofaatu itti mul'ata;fuldurri isaa dukkana.kanaafuu egereen kee borii akka hin dukkanoofneef abdii kutachuun barbaachisaa miti. Dhaloota abdiidhan jiraatu haa taanu.

2) Gabaabsanii yaaduu:_Egeree ofii gabaabsanii yaaduun doofummatti nama gata. Daandii nu milkeeassu fi nu kuffisuu danda'u sirriitti kan nuti adda baafannu;fageessinee yeroo yaadnudha. Kanaafuu dhaloota fageessee yaadu haa taanu.

3) Sirna Addunyaa fi imala karaa addunyaa adda baafachuu dhabu:_ sirnootni addunyaa kana keessa jiran kan nama fayyadan akkuma jiran faallaa isaa immoo kan baay'ee nama miidhanis sirriitti jiru. Kanneen kana adda hin baafannu yoo ta'e abjuun keenya kufuuf lakkoofsa tokkorra jira. Abjuu keenyaa fi kaayyoo keenya milkeessuuf sirnootni addunyaa kana keessa jiru adda baafachuun barbaachisaadha.

4) Jijjiiramaaf qaama biroo eeguu:_Jijjiiramaaf qaama biroo eegna yoo ta'e hirkattummaa jalatti kufna;abjuu keenyaatu maseena. Kanaafuu abjuun keenya akka hin maseenneef jijjiiramaaf hojjechuun barbaachisaadha. Dhaloonni qubee dhaloota jijjiirama fidu malee dhaloota jijjiiramaaf qaama biroo irraa eegu miti.

5) Yeroo ofii seeraan fayyadamuu dhabuu:_ Abjuu keenya milkeessuu keessatti yeroon nuti qabnu baay'ee murteessadha. Yeroon warqeedha.itti fayyadamnaan boollaa nama baasa;itti fayyadamnu yoo ta'e garuu bol'a nama buusa. Yeroo duukaa fiiguun galma keenya qaqqabuuf hojjechuun abjuu keenya milkeessuu keessatti ga'ee ol aanaa qaba.

6) Of tuffachuu:_Dhalli namaa beekaas haa ta'u walaalaa karoora mataa isa ni qabaata. Akasuma haa guddatu,haa xiqqaatu abjuu mataa isaati ni qabaata. Yeroo kallattii garagaraatiin teenyee yaadnu waantonni haamilee nu buusanii abjuu keenya doomsan jiraachuu malu. Nuti garuu abjuu qabanne galmaan gahuuf hojii tokko keessatti of tuffachuun hin barbaachisu.

6) Hiyyummaa kunuunsuu:_ Abjuu ofii kunuunsuu keessatti hiyyummaa kunuunsuun hin barbaachisu. Hiyyummaa kunuunsuun, karoora keenya karaatti hambisa,abjuu keenya dukkaneessa. Kanaafuu dhaloota hiyyummaa balleessu ta'uu qabna malee dhaloota hiyyummaa kunuunsuu ta'uu hin qabnu.

7) Itti gaafatamumma sirriitti hubachuu dhabuu:_Hojii hojjennu keessatti itti gaafatamumma qabnu sirnaan hin baanu yoo ta'e abjuu keenyarra dabarree abjuu dhalootaa dukkaneessuu dandeenya. Hojii hojjettu keessatti itti gaafatamumma ofii beekuun mirga osoon taane dirqama.

8) Mul'ata qabaachuu dhabuu:_ Mul'atni hin bitamu. Mul'atni bifa hin filatu,kutannoo fi obsaan galma ga'uu gaafata malee!

@segnigudeta @wabisegni
โœ…Beekaisoota #Haaraa
#Join gochuun dorgomaa
โ™จ๏ธMadda qabatamaa irraa Beeksisa hojii #Waktawaa hordofaa
โœ…Hiriyaaf #Aanteekeef qoodi

#BeeksisaHaaraa
โœ… Join godhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
โ™จ๏ธBakka tokkotti
โœ…Beekaisoota #Haaraa
#Join gochuun dorgomaa
โ™จ๏ธMadda qabatamaa irraa Beeksisa hojii #Waktawaa hordofaa
โœ…Hiriyaaf #Aanteekeef qoodi

#BeeksisaHaaraa โœ…
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Watch "NAMNI WAAN DANDA'UUN NAMA GARGAARU DOQNA HIN JEDHAMU! BOHAARTII MO'AA" on YouTube
https://youtu.be/B4bSx6lhgYc

Fakkeesituuf, odeessitun eegee malee mata
taatee hin beektu! Yoomiyyuu gara boodati!
Dhaloonni akka ofii isaatti jiraatu jireenya mo'aa jiraata. @segnigudeta
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
โ€œThe Power of Your Subconscious Mindโ€
"Humna Sammuu dhokataa"!

1.You are what you think all day long โ€“ good or bad, choice is yours.

2.You have the power to choose โ€“ choose wisely โ€“ happiness, gratitude, joyous or sadness, ungrateful.

3.Your subconscious mind doesnโ€™t argue with you; it accepts what your conscious mind commands.

4.Your conscious mind is the watchman at the gate to protect your subconscious mind from false impressions.

5.Watch what you say, your subconscious mind canโ€™t take a joke and bring all negative or positive things to pass.

6.Do not let others think for you. Choose your own thoughts.

7.You have the power to choose how will you react.

8.Every thought is a cause and every condition is an effect.

9.Your subconscious knows all the answers.

10.You are the captain of your soul โ€“ chose life, love, health and happiness.

Sammuu ofii qaroomsuun hammam baayโ€™isnee waaโ€™ee keenya akka yaadnuu fi dhimma nama biroo immoo baayโ€™ee akka dhimma itti hin qabne mulโ€™isaa @segnigudeta @wabisegni
โ™จ๏ธBakka tokkotti

โœ…Beekaisoota #Haaraa
#Join gochuun dorgomaa
โ™จ๏ธMadda qabatamaa irraa Beeksisa hojii #Waktawaa hordofaa
โœ…Hiriyaaf #Aanteekeef qoodi

#BeeksisaHaaraa โœ…
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
Jack Ma the richest man in China said, "If you put the Banana and Money infront of a monkey. The monkey will choose Banana because the monkey don't know that money can buy alot of Bananas.

In fact, if you offer WORK and BUSINESS to people, they will choose to WORK because most people don't know that a BUSINESS can make more money than salary.

One of the reason the poor are poor is because the poor are not trained to recognise the entrepreneurial opportunity.

They spend alot of time in school and what they learn in school is work for a salary instead of working for themselves.

Profit is better than wages because wages can support you, but profits can make you a fortune.

Biizinaasii jeechuun maalii.?

Namni tokko, matii tokko madda galii godhate, hojatee, ifaajaafi, humna, beekumsaan isiin of jirachuu hundii biizinaasii jedhamaa. /Employee, Self Employed, Business Owner and Investors/  of keessaa qaba.

#Buddeenni kee inni furdaan magaala akka #agamsaa/Markaatoo jira #Atihoo eessaa jirta? @segnigudeta
Vacancy
=======
Commercial Bank of Ethiopia would like to invite qualified and interested job seekers to apply for the following positions:
#How_to_Apply
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.facebook.com/100066776228960/posts/pfbid029QuKj9dLW4NRgiER6LyZcTzAEQwc5XWC3axR1SHY5LC5e4T8bsMoYyrF2ZUSX9nPl/?app=fbl
#DeadLine
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
from December 12, 2022 โ€“ December 21, 2022.
โ™จ๏ธBakka tokkotti

โœ…Beekaisoota #Haaraa
#Join gochuun dorgomaa
โ™จ๏ธMadda qabatamaa irraa Beeksisa hojii #Waktawaa hordofaa
โœ…Hiriyaaf #Aanteekeef qoodi

#BeeksisaHaaraa โœ…
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8