Tsegaye R Ararssa
16.2K subscribers
1.67K photos
248 videos
164 files
2.5K links
TA
Download Telegram
Bara dubbiin hammaattee, Oromoo humnaan cabsuuf yaaddamee lolli waraanaa karaa hundaan saba keenya irratti banamee itti jiru kanatti, WBO deeggaruun mirga uumamaa ta'uu bira darbee dirqama lammuummaa, dirqama Oromummaa, ta'eera. Kun "Shanee" nama godha taanaan, hundi keenya "Shanee dha." Eeyyen, anis "Shanee dha." Kun si dhiba taanaan, dhimma keeti.
#Liqimsi!
Itiyophiyaan uummata Tigrayif hin tolle Oromoo dhaaf tolti jettee hin dhama’in. Injifannoon Adwa uummata Tigray hammachuu dadhabe Oromoo hammachuu hin danda’u.

Itiyoophiyaan Haacaaluu ajjeefattee Jawartu na hafe jettee shubbisaa maraattu eenyufuu hin taatu.

Itiyophiyaan Baqqalaa Garbaa umriisaa guutuu mana hidhaatti deddeebistee dararaa baatee, har’as du’asaa dheebottu, Oromoo dhaf hin taatu.

Oromoonni Itiyophiyaa dhaaf akka gaariitti ergamaa turan tokkoon isaaniituu abbaa biyyaa hin taane. (OPDOn barcuma nafxanyaa marsitee eegdu duris jirti. Har’as guutteet yaati. Seenaan barcuma jaraa marsanii eeguu kun seenaa qabsoo Oromoo, seenaa gootummaa Oromoo ibsu dha, jechuun of gowomsuu dha.

#Liqimsi!

ለትግራይ ልጆች ያልተመቸች ኢትዮጵያ፣ ለኦሮሞ ትመቻለች ብለህ አትድከም::

የትግራይን ህዝብ ማቀፍ ያልቻለ የአድዋ ድል ፍሬ፣ ኦሮሞን (እና ሌሎቹን' የኢትዮጵያ ሌሎች ህዝቦች) ሊያቅፍ አይችልም፤ ሊያቅፍ ይችላል ብለህ አትድከም። ብዙዎች ሞክረው ሞክረው ሞክረው አቅቶአቸዋል።

ሃጫሉን ገድላ፣ ጀዋር ይቀረኛል ብላ በጭፈራ ያበደች ኢትዮጵያ፣ ለአንተም ለማንም አትሆንም።

በቀለ ገርባን እድሜውን ሙሉ በእስር ቤት እያመላለሰች አሰቃይታ ስታበቃ፣ በዚሁ ዘመን በአደባባይ (በሚዲያ) ሞቱን የምትናፍቅ/ሞቱን የምትጣራ ኢትዮጵያ፣ ለኦሮሞ አትሆንም።

ለኢትዮጲያ በወግ የተላላኩ (ኢትዮያ አገራችን ነው ብለው በታላቅ ብቃት ያገለገሉ) ኦሮሞዎች ብዙ ነበሩ:: አንዳቸውም የዜግነት እኩልነት እና የአገር ባለቤትነት ክብር አልተጎናፀፉም፣ ልጆቻቸውም በአገር አፍራሽነት ከመከሰስ ወይም ከመጠርጠር አልተረፉም። (ከዚህ በተረፈ፣ ዙፋኑን ከበው 'ሚጠብቁ ኦሮሞዎች ድሮም ነበሩ፣ ዛሬም አሉ። (የኦህ-dead አይነት ዙፋን ተንከባካቢ መች ጠፍቶ!?!) ይህ የመላላክ እና ዙፋን የማገድ ታሪክ ግን የኦሮሞ ህዝብ የትግል ገድል ወይም የኦሮሞን ጀግንነት የሚያሳይ ታሪክ ነው ብሎ መመፃደቅ ግን እራስን መደለል (እንደውም በሚያሳፍረው መኩራት) ነው።

ባንዶችን ለማጀገንና ጀግኖችን ከታሪክ ለመሠረዝ በሚደረግ የታሪክ መቀራመት ሂደት ውስጥ "እኛም ጥሩ አሽከር ነበርን" እያሉ መፎከር፣ ወይ ታሪክን አለማወቅን ነው፣ ወይ እራስን መስደብ ነው።

#ትኩረት!!!!
#የራስህን_ታሪክ_ፃፍ!
OLA is a liberation army. As such, it is a political army. Its commanders are its leadership. Its Central Command is its supreme decision-making body. The OLF Program is its program.

To say that OLA does not have political leadership, or a clear political program, is a complete nonsense. In fact, it’s a deliberate misrepresentation concocted by those who want to arrogate the leadership status to themselves irrespective of the fact that they are far removed from the army, or otherwise have no better program themselves, or have manifestly proved to have no (better) leadership capacity.
#Liqimsi!
Beektota Jilbiinfatan mannaa wallaaltota dhugaaf cinniinnatan wayya! Har'as boris dhugaatu nu baasa!!!
==================
Aangoo Ameerikaan nuuf keenniti jedhanii mootummaa nama nyaataa diina Oromo ta'e deeggaruun dogooggora seenaan dhiifama hin goonef dalaguu dha.

Warri Oromoo dhaf falmatanii saba isaaniitif furmaata fiduu dadhaban hundi walii-galanii, bobaa PP fi Ameerikaa jala galuu dhan "Itiyoophiyaa keessatti nagaa fi tasgabbii uumna; kana godhuu dhan Oromoo hambisnaa," jechaat jiran irra deebii dhan of ilaaluu qabu

Dhugaa walitti himuun yeroon isaa amma. Hayyoota fi hogganoota siyaasaa Oromoo hundattii dhugaa jirtu ifa godhuun baraachisaa dha. Marii fi walii-galteen dabaa kun nun hin baasu. Warra kanaaf dhama'aa jiru kanas hin fayyadu.

Injifatamuun waan jiru dha. Kun taanaan, silaa kan godhuu qaban, injifatamuu isaanii fudhatanii karaa qabsoo sabaa irraa maquu dha. Ykn ammoo tarsiimoo jijjiirratanii karaa qajeelaa hatattamaan diina diigee saba mirgatti baasu irratti sochii gaggeessuu qabu.

Malee, ...

Ofiif of nyaachisanii, erga qillee seenan booda, ammas WBO cidha godhanii, aangoo hin malleef saammachuu dhaaf qofa saba keenya irratti marii dabaa mari'achuun falaaf furmaata hin ta'u; isaaninis hin fayyadu. "WBOn sammu hin qabu; WBOn hogganaa siyaasaa hin qabu," fi olola kana fakkaatan haafarsuun isaanif sammuu hin horuu, hoggantoota dhugaas isaanin hin taasisu. Kun qabsoo sabaa fi wareegama dhalootaa tuffachuu dha. Dhaabbachuu qaba.

Waan ta'ef, ammaa achi daandii qabssoo ofii qulqulleessun dirqama seenaan nurraa gaafatu ta'eet jira. Warra mirga sabaaf falmatu fi gantu fi sodaattuu aangoo fi fayidaa dhunfaa dhaf dhamaatu adda baafachhuu qabna.

#Liqimsi

(Itti fufa!)
Waan fedheefuu, ammaa achi, Oromoon maqaa Oromootin Abiyyi 2ffaa (OPDO-ODP-OPP kan birraa) ofirratti aangessuf hin deemu. Maqaa jijjiiramaatin, maqaa ‘bilisummaa’ sobaatin, faayidaa fi feedhii Oromoo tiksuu irraa goranii faayidaa fi feedhii nafxanyootaa kunuunsuun hin danda’amu, hin hayyamamu. #lama_nan_suufanii_jette_jedhan!
#Liqimsi
To hold a referendum on issues of national self-determination is a constitutional right in Ethiopia. It is unconditional as long as the procedural requirements are met. The govt’s legally duty-bound to organise a referendum. Else, unilateral Declaration of Independence follows. #liqimsi!