Tsegaye R Ararssa
16.1K subscribers
1.7K photos
252 videos
164 files
2.53K links
TA
Download Telegram
Forwarded from KMN
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Akkanatti ibse Gargaaraa Profeesar Sisaay Dirribaa Dhimma sukkanneessaa tibbanaa fi Sosochii #OB
Guutun https://youtu.be/KS2olsxwZhw
Forwarded from Daniel daba🇱🇷
#Alert
ኤርትራ የሰለጠኑ በአስር ሺዎች የሚገመቱ አሸባሪ ፋኖዎች ከባድ መሳሪያ ታጥቀው ወደ ምዕራብ ኦሮምያ ሆሮ ጉድሩ ዞኖች በአሁኑ ሰአት እየገቡ ነው ተብሏል።

#OromooHaaBaraarru
#SaveOromia
#OB
Forwarded from KMN
#Uk_London Galatoomaa!
Oromia Shall be free!
Stop- Bombing Oromia
Stop- Displacing Oromo Farmers
Stop- Slaughtering Oromo Civilians.
#OB
#SaveOromia
Forwarded from KMN
#BreakingNews‼️
“Liyyyuu hayiliin amaaraa fi humni Faannoo jedhaman Kaaba oromiyaa Wallo Aanaa jillee Dhumugaati lolii Ummata Oromootirratti bananii jiru. Hanga ammaatti Ummata keenyarraa namni sadi yoo wareegamu namni 5 madaaheera”

#OB
#Walloof_SagaleeHaa_Taanu‼️
Forwarded from KMN
#BreakingNews
Kaaba Oromiyaa Godina walloo aanaa Jiillee Xummuggaa magaalaa sanbateettii Humni addaa Amaaraa fi Faannon waloodhan Ummata keenya Oromootirratti waraana guddaa bananiiru.

Humni addaa amaaraa duraan naannwa magaalaa Sanbatee gaara gubbaa qubatee ture. Har’a humni dabalataa konkolaataan sadi dabalameefi haala qindaayen ummata keenyarratti lola bananiiru.

#OB
#Walloof_SagaleeHaa_Taanu
Photo from my file‼️👇🏿
Forwarded from KMN
#Walloo
Ummata keenya Walloorratti lola hamaatu adeemaa jira. Oromoon qeyee isaatirratti wareegamaa jira.

Wareegamtoota Aanaa Jiillee Dhummuugaa Keessatti Humna Addaa Naannoo Amaaraatiin Amajjii 15/2015 Wareegaman

Wareegaamtoota Sadeen Makkannaa

1, Hassan Muusaa Hassan

Wareegaamtoota Warra Abboo

1, Adamee M/d Adam Seekoo
2, Hamadu M/d Alikkoo
3, Adamee M/d Alikkoo
4, Hasan Hammee M/d Umaritoo
5, M/d Aliyyii Anbursaa
6, Umar Adamshaa umar
7, Nuuraa Umar Muussee
8, Hussen Mahammado
9, Abdallaa Jaabir M/d
10, Umar She Alii Hasan
11, Haloo Adee Kuchee
12, Xoohaa Umar M/d
13, Umar M/d Abdallaa
14, Muhee She Ali

Wareegaamtoota Walakkoo

1, Abdallaa Ahimad Ali
2, Abdallaa Umar Abdallaa
3, Aliyyii Umar Mahammad
4, M/d Sayid Umar
5, Abduu
6, Aliyyii Diimaa Arbiyyee
7, Abdallaa Hamad
8, Hamadu Golee Kumsii
9, M/d Golee Kumsii

Wareegaamtoota Garbii Dirree Galmaa (Saargat)

1, She Umar M/d Ahimad Jaarraa
2, Umar Jamaalee
3, M/d Ahimad
4, M/d Abdallaa Qaallichaa
5, Umar Muhee Addallee

Wareegaamtoota Garbii Mudhii Waaccuu

1, Hammee Abbagaar
2, Jaafar Ahimad Muussaa

Wareegaamtoota Goodaa

1, M/d Said fi
2, M/d Ahimad

Wareegaamtoota Baalcii

1, Arbiyyee Awwaluu
2, Hammee Mootii


Wareegaamtoota Wasanqurqur

1, She Aliyyii Hasan
2, Hasan Qaalichaa
3, Muusaa Muhee Muusaa
4, Hasan She Umar

Namni Suurarratti muldhatu kun wareegamtoota warra Baabboo keessaa tokko yoo ta’u fuudhee osoo guyyaa 15 hin gahin saba isaatif wareegame.
#OB
#Walloof_SagaleeHaa_Taanu