Tsegaye R Ararssa
16.1K subscribers
1.7K photos
252 videos
164 files
2.53K links
TA
Download Telegram
(By Etana Habte)

Waan kanaan dura waliin jenne irra deebiin walyaadachiifna. Lolli kaabatti adeemsifamaa jiru xumurri isaa Oromiyaadha. Akkuma ka’umsi waraanichaa Oromiyaa ture jechuudha. Lolli adeemsifamaa jiru jalqabuma irraa kan hinbarbaachifnee fi hambisuun kan danda’amu ture; kana jechuun lolichi hiika hinqabu jechuu miti. Hiikaa fiixaan ba’aa qaba. Dhimma eegalameef sana murteessuu ni danda’aa fi hindanda’uun waan biraati.

Wiirtuun siyaasa biyyatti Finfinnee, Oromiyaa keessa jira. Qabeenyi uumamaa diinagdeen Itiyoophiyaa irra dhaabbatu irra caalaan Oromiyaa keessa jira, gabaa gurguddaan biyyattiin qabdu Oromiyaa keessa jira. Lafti biyyattiin qabdu irra caalaan Oromiyaa jedhamee beekama. Akaakuun aadaa biyyattiin qabdus, kan Oromoo dabalatee, irra caalaan isaa asuma Oromiyaa keessatti calaqqisiifamu, maayii baafatu. Lolli adeemaa jiru eenyummaa biyyattii murteessuuf lolamaa jira gaafa jennu dhimmoonni gurguddoon isaan kana. Gabaabumatti lolli kaabatti adeemsifamaa jiru guduunfaan isaa Oromiyaa ta’a. Seenaa keessatti akkas ture, har’as kanuma. Utuu Oromiyaan qaama Itiyoophiyaa taatee jirtuu mitii utuma isheen biyya of dandeesse taatees tiiffeen lola kanaa Oromiyaa hinhankaaku. Lolli kaabaa Oromoo hin ilaallatu jechuun yaada gabaabina.

Bayiin lola adeemaa jiruu kallattiidhaan kan Oromiyaa ilaallatu gaafa ta’e bayii isaa murteessuu keessatti qooda fudhachuun diqama malee fedhaan kan murtaa’u miti. Ammas bu’uurri tarsiimoo keenyaa ‘secure Oromia’ kan jedhu irra dhaabbata. Inni kun immoo Tigraay isa kokkee sirna nefxenyaa qabee jiru gargaaranii kottee sirnichaa cabsuudhaan eegalama. Ni eegalaman jedhe malee ni xumurama hinjenne. Karaan keenya sichi.

#Abiy_Ahmed_is_a_war_criminal!
#abiy_ahmed_is_a_terrorist!
#Abiy_Must_Go!

Whether #AbiyAhmed is (ir)replaceable is a non-issue. Abiy must be removed (and put on trial). Anyone (and any thing) is better than Abiy. You can't ask me if there is an alternative while keeping a genocidal leader in power. #Abiy_must_go_YESTERDAY!
አብይን እየደገፉ ምኒልክን መቃወም: ምኒልክን እየደገፉ አብይን መቃወም አይቻልም::
------------
የኢትዮጵያ ግፉኣን ሕዝቦች: ምኒልክንና የዘረጋውን የግፍና የባርነት ሥርዓትሲቃወሙ የኖሩትና አሁንም ወደፊትም በፅናት የሚቃወሙት: የአብይን ዘር-አጥፊ ፋሽስት ሥርዓት ስለሚመስል: አሠራሩም በተመሳሳይ ተጠየቅ (similar or the same logic) ስለሚመራ ነው::

"የምኒልክ ሥርዓት ክፋት አልነበረውም" ብለው ለዘመናት ሲያሰየጠኑን (demonize ሲያደርጉን) የነበሩ 'ጦብያውያን' :ዛሬ እንዴት ብለው--በምን ዓይነት ተጠየቅ--የአብይን አገዛዝ ክፉ ነው ለማለት ይደፍራሉ?

"አብይ-ነብይ: አብይ-ወልይ: አብይ-የኣባ-ገዳ ልጅ: አብይ-ሙሴ: ምናምን" ሲሉን የነበሩ "ባለጊዜዎች"ስ ዛሬ እንዴት ብለው--በየትኛው ተጠየቅ--ምኒልክን ሊቃወሙ ይቻላቸዋል?

በመሆኑም:

አብይን መቃወም ያለብን በመርህ ከሆነ: አብይ ለሥልጣኑ ማዝለቂያ ይሆነኛል ብሎ በጥራዝ-ነጠቅነት ሚያነሳሳውንና ሚያጀግነውን ምኒልካዊነትና የኢምፓየር ፖለቲካን በአጠቃላይ ሙሉ በሙሉ መቃወም ይገባናል::

አብይ የፈፀመውን የግፍ ክምር ኮንነንና አፍርሰን: ዛሬ የተሻለ ፍትሓዊ ሥርዓት ለመገንባት የምንናፍቅ ከሆነ: የድሮውን አብይም (ማለትም ምኒልክንም): የዛሬውን አብይም (ማለትም አብይ አህመድ አሊንም) መቃወምና ከሥረ-መሠረታቸው መንቀል (በምድሪቱ ላይ ደግመው እንዳይከሰቱ ማድረግ) ያስፈልጋል::

ይሄን ካላደረግንና "የእነንትና ግፈኛ ከእኛው ግፈኛ ይከፋል: ወይም የእኛ ግፈኛ ከእነንትና ግፈኛ የተሻለ ርህራሄ አለው" እየተባባልን መንጫጫት ከቀጠልን: ከዚህ አብያዊ/ምኒልካዊ የቀውስ ኡደት መውጣት አይቻለንም::

የአብይ ጦርነታዊ አገዛዝ አንተንም እንደ ብዙሃኑ ግፉኣን ሕዝቦች አስመርሮሃል? እንግዲያው የእነሱ የዘመናት ብሶት ምን እንደሚመስል በጥቂቱ ሊገባህ ጀምሮአልና "እንኳን ደህና መጣህ( welcome aboard)” ልትባል ይገባሃል::

የምኒልካዊ ግፍ ጠባሳና ቅሪት (scars and/or legacy) ያንገፈግፍሃል?እንግዲያው: የወቅቱን ምኒልክ (አብይን) ለመቃወም ጨክንና ከግፍ ክምር ደመና ሥር የምንወጣበትን ጊዜ ለማቅረብ ተንቀሳቀስ::

እኛ ግን

ዛሬም እንደ ሁል ጊዜው: #Abiy_must_go! #Empire_must_fall! ማለታችን ይቀጥላል::