#Udhiyyaan
1) Beeyladoota irraa gaafa Adhaadhaaf taqarrubaaf jecha waan qalamuudhaโฆ.
2) Udhiyyaan Hijraa irraa waggaa 2ffaa keessa karaa godhamteโฆmallattoo islaamummaa keessaa waan Ragaa qabatamaa qur'aanaa fi hadiisaan mirkanaaโeedha.
3) Sadarkaan Udhiyyaa guddaadhaโฆgaruu hadiisni addaa kan kan Udhiyyaan tilmaamaan ajrii hanganaa qabdi jedhu hin jiru. Namoota hedduu mataduree kana jalatti Hadiisa fayyaa hin qabne hedduu warri odeessanis.
4) Irra hedduu Ulmaa'ii biratti Udhiyyaan Sunnaa jabeeffamtuudhaโฆNama danda'u irratti waajiba warri jedhanis jiru.
5) Udhiyyaan haqa nama hundaaf karaa godhameedha. Dhiira osoo hin jenne dubartii, nama biyya jiru tahee kan imalatti jiru; kan biyya islaamaa keessa jiru tahee fi kan biyya kaafiraaโฆhundarrahuu jira. Nama Hajjii hajjaa jiru yoo tahe maleeโฆ.!
6) Namni mallaqa Udhiyyaa hin qabne, yoo kan kafaluu danda'u yoo liqeeffates rakkoo miti.
7) Sadaqaa jaalatamtuu keessaa... takka namoota Udhiyyaa qalachuu hin dandeenyeef mallaqa kenninee Akka bitatanii ittiin gammadan gochuudha...!
8)
Share๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

#Iccitii_Udhiyyaa_qaluu....
1) Ajajaa Rabbiin nurra kaahe galmaan gahuu...
2) Sunnaa Nabiyyallaahi Ibraahim Aleyhissalaam deebisnee jiraachisuu,
3) Qananii hedduu Rabbiin keenya tola nutti oole yaadannee... Rabbiif galata galchuu... sana keessaa qananii hoolaa fi re'ee, Beeyladoota nuuf kennuu...
4) Warri biyya jirus, dalagaa takka takka keessatti hirmaachuudhaan... warra Hajjii deemeen wajjiin keeyrii saamachuu...
5) Lubbuu teenyarraa kaasee, Maatii fi ollaa, akkasuma firoottan keenya gammachiisuun, akkasuma hiyyeessa irratti sadaqachuun dirqama waan taheef....!
Irra deebiidhaaf Baga geessan jechuun barbaada.

Forwarded from Lencho Abdul
Yaa tafakkuroow
Waan nuti hinbeeyne nu barsiifta ....
Tan nuti irraanfanne nu yaadachiifta....
Jazaa kee maalumaan siif deebifna habiibii?
Nuti waa siif deebisuu hin dandeenyu.
But
Kan siif deebisuu danda'u rabbuma qofa.
Therefore...
Marraa 2 qofa aammiin najalaa ja'aa
ุฃุญุจุงุจู ูุงููู
1,Ilmii fii fahmii akka isin yaaddanii hin beeknetti rabbi isiniif haa kannu.......
2,Kheyrii gurguddoo addunyaa fii aakhiraa si fayyaddu tan isin yaaddanii hin beeyne rabbi isiniif haa kannuโค๏ธโค๏ธโค๏ธ. Habiibii
Ani Waa du'aa'iillee godhuu hin beeku..
ูุงูู.
Jabaa ofii abbaatu jabeeyfata ja'eetuma malee....๐ช๐ช๐ช๐ช๐ช

Yaa tafakkuroow Waan nuti hinbeeyne nu barsiifta .... Tan nuti irraanfanne nu yaadachiifta.... Jazaa kee maalumaan siif deebifna habiibii? Nuti waa siif deebisuu hin dandeenyu. But Kan siif deebisuu danda'u rabbuma qofa. โฆ
Shukran #leenco..... Namni nama hin galateeffanne Rabbiin hin gakateeffatu.... Galatoomi leenca keenya waan na jajjabeessiteef....
โ Ati uffata haaraa waan qabduuf, ykn bilbila Iphone ykn smart phone waan qabduuf suuraa kaatee miidiyaa hawaasaa gubbatti post goota. qalbiin nama uffata jijjiirachuu hin dandeenyee, qalbiin nama humna hin qabnee yoo si argitu ni gammaddi moo ni cabdi laata....!!
โ Ati hiriyyaa waan qabduuf ykn Maatii kankee wajjiin waan jirtuuf gammachuu kankee baastee miidiyaa gubbatti hardha muldhisaa jirta .. ilmi haadhaa Abbaa hin qabne, namni maatii fi hiriyyoottan isaa wajjiin hin jirre.... maal keessa jira jettee yaaddeertaa....!
Mee xiqqoo if haa qusannuu...!
https://t.me/tafak_or
โ Ati hiriyyaa waan qabduuf ykn Maatii kankee wajjiin waan jirtuuf gammachuu kankee baastee miidiyaa gubbatti hardha muldhisaa jirta .. ilmi haadhaa Abbaa hin qabne, namni maatii fi hiriyyoottan isaa wajjiin hin jirre.... maal keessa jira jettee yaaddeertaa....!
Mee xiqqoo if haa qusannuu...!
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
โ Qalbiin keenya mootii qaamaati, qaamni keenya waraana mootummaati... mootiin bannaan waraannis ni bada, mootiin tollaan waraannis ni tola...!
Rabbiin qalbii teenya nu haa tolchu..
ุงูููู ุฃุญุณู ูููุจูุง...
Rabbiin qalbii teenya nu haa tolchu..
ุงูููู ุฃุญุณู ูููุจูุง...
#Eeyyee....!
โ Yaanni kankee guddaan jaalala nama biratti horachuu akka hin taane...
Qalbiin ilma namaa olii gadi garagaltii beektaa...!, hardha si jaalattee boru si jibbuus dandeessi.
Kaayyoon kankee guddaan Rabbiin ilma namaa akkamitti na jaalata? Jaalala Rabbii argachuuf maal gochuu qaba ?! jedhii yaadi...
Rabbiin gaafa si jaalate qalbiin ilma namaa hundi akka si hawattu godhร waan taheef...!
Share๐
https://t.me/tafak_or
โ Yaanni kankee guddaan jaalala nama biratti horachuu akka hin taane...
Qalbiin ilma namaa olii gadi garagaltii beektaa...!, hardha si jaalattee boru si jibbuus dandeessi.
Kaayyoon kankee guddaan Rabbiin ilma namaa akkamitti na jaalata? Jaalala Rabbii argachuuf maal gochuu qaba ?! jedhii yaadi...
Rabbiin gaafa si jaalate qalbiin ilma namaa hundi akka si hawattu godhร waan taheef...!
Share๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Dhugaa.....!
โ Nama dachee qalbii tanteetii keessatti dhaabuu heddu sana, osoo hin hin dhaabiniin duratti sirritti filachuu qabda laal...!
Erga dhabdee muka dagaage buqqisuuf yaaluu irra, firii dhaabuu heddu sana filachuun irra namaaf salphata waan taheef.....!!
@Ibro keessaniin....Share๐

Waan natti ulfaatu wahii isiniif himuu....!
Qalbii irraa qalbiidhaaf.....
โ Wanti yeroo baay'ee namatti ulfaataa... nama dhugaan jaalattuu fi kabaja guddaa qabduuf tokkoo, jaalala fi kabajaa qabduuf sana barreeffamaan ibsuun ni ulfaata...!
โ Jechoonni ati barreessituuf hanguma fedhanis mimmi'aawanis.... kabajaa fi jaalala onnee kankee keessa jiru ibsuufii hin danda'an...!
โ Maatii akka keessan gaggaariidhaaf..... kabajaa fii jaalala ibsuu hin dandeenye wahii qaba wlh.....
Yeroo hedduu sababni ani waan barreessu hunda isiniif filadhuuf, akkuma isin na jaalattan kabajaa fi jaalala waan isiniif qabuuf...hanga ammaatti yaada gaarii malee hamaa isinirraa hin garre.
Jechi Ani jedhee isin galateeffadhu natti hanqata waan ta'eef...bakkuma jirtanitti nagahaan; kabajaa fi jaalalaan; ulfinnaa fi guddinna keessa naaf jiraadhaa....!
Galatoomaa.... isin jaaladha...
#Xalayaan_maatii_Tafakkur qofa ilaallatti....!
๐

#Anaa_fi_isin.....
โ Page ykn Chaanalli dhuunfaa keessanii kan isin miidiyaa gubbatti fayyadamtan akka mana dhuunfaa keessaniti... hordoftoonni fuula miidiyaa keessanii/follower's ammoo akka fakkeenya keessummaa mana keessan dhufteeti...
Keessummoota keessaniif jechaa fi qubee barreessitaniif filataa barreessaafii....!!
Walumaagalatti keessummaa mana keessan dhufte sirritti keessummeessaa....!!

โ Hanguma Rabbiin irraa fagaataa dhuftuun.... ilma namaatiin adabamaa dhufta.....!
Forwarded from SIYAM
Rabbiif jecha wal jaalachuu
โ#Rabbiif jecha wal jaalachuun: sodaa namni tokko rabbii isaatiif qabu irraa kaate isa jaalachuudha.
๐Nama sana iimaana, sodaa rabbii walumaa galatti waan keeyrii irratti isa arguu keetiif isa jaalatta, yoo waan badaa irratti argite ammoo akkuma lubbuu teetiif jibbitu isafis jibbite keeyrii irratti qajeelchita.
โBu'aa rabbiif wal jaalachuun qabu.
๐Yeroo Rabbiif jecha nama jaalannu kan asiin gadii niyyaataa.
๐
1.Rabbiif jecha nama jaalachuun naqattoo
(haada) Rabbii jabduu tahuu.
2.Malattoo iimaanni namaa guuttamiinsaa tahuu.
3.Miโaa iimaanaa argachuu.
4.Jaalala Rabbii argachuu.
5.Karaamaa(kabajaa) Rabbii argachuu.
6.Gaaddisa Arshii jala warra qubatu ta'uu.
7. Owliyoota rabbii warra guyyaa qiyaamaa sodaafi rifannaa hin qabne keessaa tayuu.
๐
#Beeki jaalallii obolummaa tan rabbiif jecha wal jaalatan waan addunya tana qofatti cittee haftuu miti, hanga aakiraatti waan dabraati.
๐
๏ปณ๏ป๏ปฎ๏ป ๏บ๏ป๏บ๏ป๏ปฐ } :๏บ๏ปู๏บู๏บงู๏ป ูู๏บ๏บู ๏ปณู๏ปฎู๏ปฃู๏บู๏บฌู ๏บู๏ปู๏ปู๏ปฌู๏ปขู ๏ปู๏บู๏ปู๏บพู ๏ปู๏บชู๏ปญูู ๏บู๏ปูู๏บ ๏บ๏ปู๏ปคู๏บูู๏ปู๏ปด๏ปฆู { [๏บ๏ป๏บฐ๏บง๏บฎ๏ป 67:]
Maatiin tafakkur maatii jaalalaati dhugaa dubbachuuf jaalalii fi kabajaan isiin waliif qabdan nama gammachiisa akkanumati ittii fufaa...๐๐๐

โ Nama dhaame/jiruun isatti hadhoofte wahii yoo tasa argite... waa'ee gaarummaa isaa fi kennaa Rabbiin isaaf kenne kan inni namoota biroo irraa adda ittiin ta'e wahii itti haasahi...
hanga inniin dhaame sun deebi'ee ifutti gaarummaa fi qulqullinna inni qabu sanarraa itti haasahuu addaan hin kutin....!
Wal haa qurcinuu...!!
https://t.me/tafak_or
hanga inniin dhaame sun deebi'ee ifutti gaarummaa fi qulqullinna inni qabu sanarraa itti haasahuu addaan hin kutin....!
Wal haa qurcinuu...!!
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Psychologically....
โ Wantoota sadi ilmi namaa bu'aa tokko malee yeroo isaa itti ajjeesu isiniif hima. isaanis:
1) Waan dabreef jettee sheenawuu ykn uf ajiifachuu...!
2) Nama biraatiin uf Madaaluu yookiin nama biraatti if fakkeessuu...
3) Nama hunda jaalachiisuuf yaaluudha...!
Hanguma ilmi namaa wantoota armaan olitti dubbadhe kanaaf, yeroodhaa fi humna isaa kennaa deemuun..., jijjiirama tokko malee yaadaa fi dhiphachuudhaan miidhamni isaa bu'aa tokko malee dabalaa dhufa...!!

โ Namoota wajjiin jiraachuu qabdu keessaa muraasa isaanii:
1) Namoota si deeggaran ykn si utuban,
2) Namoota daangaa kankee siif kabajan,
3) Namoota si wajjiin argamuun isaanii si gammachiisu,
4) Namoota lafumaa ka'anii sirratti hin murteessine,
5) Namoota bakka ati isaan bira hin jirrettis sirraa falmatan,
6) Namoota onneerraa si dhageeffatan...!
Galatoomaa... ๐