#
"Fakkeenyi dubartii gaarii dubartoota hunda keessatti akka fakkeenya harraagessa adii harraagessa kumaatama keessaati"
(ุงูู ุฑุฃุฉ ุงูุตุงูุญุฉ ู ุซููุง ูู ุงููุณุงุก,ูู ุซู ุงูุบุฑุงุจ ุงูุฃุจูุถ ูู ุฃูู ุบุฑุงุจ) .
"ุฅุนุชูุงู ุงููููุจ" ููุฎุฑุงุฆุทู (ุตูุญุฉ: ูกูฃูจ)
๐ท๐๐ข๐ข๐๐ (๐๐๐๐ ๐๐) ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐.
@tafak_or
@tafak_or
Dhugaa_jirtu
."Fakkeenyi dubartii gaarii dubartoota hunda keessatti akka fakkeenya harraagessa adii harraagessa kumaatama keessaati"
(ุงูู ุฑุฃุฉ ุงูุตุงูุญุฉ ู ุซููุง ูู ุงููุณุงุก,ูู ุซู ุงูุบุฑุงุจ ุงูุฃุจูุถ ูู ุฃูู ุบุฑุงุจ) .
"ุฅุนุชูุงู ุงููููุจ" ููุฎุฑุงุฆุทู (ุตูุญุฉ: ูกูฃูจ)
๐ท๐๐ข๐ข๐๐ (๐๐๐๐ ๐๐) ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐.
@tafak_or
@tafak_or
#Dhugaa_Dubbachuu.
๐
@tafak_or
@tafak_or
๐
Qabsoon(jihaadni) guddaan jecha dhugaa mootii jallataa fuulduraatti dubbachuudha.
๐Namni dhugaa dubbachuu sodaate dhara akka hin dubbanne.
๐Gootummaa jechuun waan yaadde hunda dubbachuu osoo hin taane waan dubbachuu barbaaddu sana yaaduudha.
@tafak_or
@tafak_or
#Karaa_warra_haqaa
#Dhugaa
Dhugaa hanga feene jaalannus, dhugaadhaan malee tumsuufii hin dandeenyu.
#Sheek_abdurrahmaanal_yamaaanii
@tafak_or
Join๐

Warra dhugaadhaaf dhugaan dhaabbatu Rabbiin isin haa godhu.
@tafak_or
Join๐
@tafak_or
#Dhugaa
โDhugaan gaafa akka barabadaa ibiddaatti bobeesse...dhiira qofatu dhaqee harkaan qaba/cum'a.
ุญูููู ููุตุจูุญู ุงููุญูููู ุฌูู ุฑูุง ู ูุชููููุฏูุง ูุง ูููุจูุถู ุนูููููู ุฅูููุง ุงูุฑููุฌูุงู.
#Rabbiin_dhugaa_teenna_haa_baasu.
Join๐@tafak_or

โNama wayta ati laafte harka qabee ol si kaase santu dhugaa sirraa qaba.
"ู ู ุฃุฎุฐู ุจูุฏูู ูุญุธุฉู ุถุนููู
ูู ู ู ูุณุชุญูู" โฅ๏ธ
โNama 1000 guyyaa eebba keetii harka siif dhahu san caalaa, nama tokko kan wayta ati mucucaatte harka qabee ol si kaase santu siif caala..
#Itti_Yaadi๐
Follow me๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

#Dhugaa_tolchee_beekaโ
โAkka ati nan ganne ni beeka...!,
โhanga fedhes karaa irraa maqu akka ati karaa kankee irratti na deebistu nin beeka!,
โ hanga fedhes sirraa fagaadhu, akka ati ufitti na deeffattu ni beeka...!,
โ hanga ani araarama sirraan barbaannee olitti dachaa akka ati dhiifama naaf gootu nin beeka....!,
โ hanga ani sitti hin dheessine caala..., akka ati tika kee keessa na oolfattu ni beeka...!,
โ Hanga ani ufin eegnee olittis...akka ati na eegdu ni beeka....!
โ ani gabricha akkanaa tahuun koo ee waa badee fokkate, ati Rabbii akkanaa tahuun kee ee waa tolee bareede...!
โJabeenyi fi qarummaanis siin malee nan baastu.
#Dhiifama_naaf_godhi๐
โ@Ibroo
Yoo sitti tole share ๐https://t.me/tafak_or

#Dhugaa_bar!
โ Addunyaa tanarratti wanti hanga ilma namaa nama dinqisiisaa inuma hin jirre.๐ค
โ Ilmi namaa kuni jalqaba mallaqa argachuudhaaf jecha fayyaa itti dhaba, ergasii fayyaa jalaa badde sana deeffachuufis deebisee mallaquma sana dhaba.
โ jiruu harkaa qabu tanattuu kan seeraan itti fayyadamuu hin dandeenye, waa'ee fuuldura isaatiif dhiphata.
โ jiruu tanarra akka waan nama yoomuu hin duunee jiraata, garuu gaafa asirraa godaanus, akka waan nama guyyaa takkaa as gubbaa hin buliniitti asirraa godaana๐ค!
(D.Raatibannablusii)
Ajiib๐

#Dhugaa_jirtu
โ Namoota garii kan maalummaan isaanii adda siif hin baane heddutu jira...
Sila isaan obbolaa keeti moo hiriyyaa keeti!, maatii kankeeti moo Jaalallee kankeetii!, iddoo qubsuma onnee keetiiti moo, onnee keeti!.... Hanga deemanii shakki keessa si galchan takka namoota gahan hedduu garre.
โ Jaalalli isaan siif qaban, akkaataan isaan siif cinqaman, qulqullinni garaa isaanii, gaarummaan dubbii isaanii baay'ee si dinqisiisaa.
โ Namoonni akkasii baayโee xiqqaatanis jiraachuun isaanii baayโee na gammachiisee jira, Rabbiin isin haa tiksu.
Follow me๐
@@tafak_or

#Dhugaa......
๐ซ Hayyuun guddaan tokko (Rahimahullaah) akkana jedhe:
ูุงู ุฃุญุฏ ุงูุตุงูุญูู ุฑุญู ู ุงููู :
โ Waa saddeet, ilma namaa hunduu keessa dabra. Nama ta'ee namni waa saddeet kana keessa hin dabre ni xiqqaat/hin jiru. Isaanis:
ุซู ุงููุฉ ุชุฌุฑู ุนูู ุงููุงุณ ูููู ุ ููุง ุจุฏ ููุฅูุณุงู ุฃู ูููู ูุฐู ุงูุซู ุงููุฉ :
๐ซ Jaalalaan nama wajjiin jiraachuu,
-ุงุฌุชู ุงุน
๐คNama jaalattee wajjiin jiraataa turte sanas dhabdee, adda kee jiraachuu.
-ูููุฑูุฉ
๐คJiruu baldhaa argattee, baldhinna keessa jiraachuu,
-ูููุณุฑ
๐คGuyyaa baldhoon sunuu sitti dhiphattee cinqaa keessa jiraattus ni jira.
-ูุนูุณุฑ
๐คYeroo muraasa gammachuun dabarsuun ni jira,
-ูุณุฑูุฑ
๐คYeroo dheeraa gaddaa fi gadadoodhaan jireenya keessa dabruu,
-ูุญุฒู
๐ค Fayyaan si qabdee, dhibamtee algaa irra ciisuu,
-ูู ุฑุถ
๐ค Fayyaa gaarii qabaattee, bashannanaa jiraachuu.
-ูุนุงููุฉ
Eennutu saddeettan kana keessa hin dabrin laata___!
Follow๐
https://t.me/tafak_or
๐ซ Hayyuun guddaan tokko (Rahimahullaah) akkana jedhe:
ูุงู ุฃุญุฏ ุงูุตุงูุญูู ุฑุญู ู ุงููู :
โ Waa saddeet, ilma namaa hunduu keessa dabra. Nama ta'ee namni waa saddeet kana keessa hin dabre ni xiqqaat/hin jiru. Isaanis:
ุซู ุงููุฉ ุชุฌุฑู ุนูู ุงููุงุณ ูููู ุ ููุง ุจุฏ ููุฅูุณุงู ุฃู ูููู ูุฐู ุงูุซู ุงููุฉ :
๐ซ Jaalalaan nama wajjiin jiraachuu,
-ุงุฌุชู ุงุน
๐คNama jaalattee wajjiin jiraataa turte sanas dhabdee, adda kee jiraachuu.
-ูููุฑูุฉ
๐คJiruu baldhaa argattee, baldhinna keessa jiraachuu,
-ูููุณุฑ
๐คGuyyaa baldhoon sunuu sitti dhiphattee cinqaa keessa jiraattus ni jira.
-ูุนูุณุฑ
๐คYeroo muraasa gammachuun dabarsuun ni jira,
-ูุณุฑูุฑ
๐คYeroo dheeraa gaddaa fi gadadoodhaan jireenya keessa dabruu,
-ูุญุฒู
๐ค Fayyaan si qabdee, dhibamtee algaa irra ciisuu,
-ูู ุฑุถ
๐ค Fayyaa gaarii qabaattee, bashannanaa jiraachuu.
-ูุนุงููุฉ
Eennutu saddeettan kana keessa hin dabrin laata___!
Follow๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Dhugaa....
โ Addunyaa tana gubbaa gammachuun zalaalam ykn addaan hin cinne hin jirtu. Sadarkaan, qabeenyi, bareedumni, jabeenyaa fi durummaan waan yeroo murtaa'e qofa nu bira turaati.
โAddunyaa tana gubbatti hanga feete nuuf guutamtus, wanti Qadara jalaa nu oolchaa inuma hin jirre.
share๐

#Dhugaa๐
โ Hanga feetes gaarii taatu, hanga feetes gaarummaan himamtu, addunyaa tana gubbatti nama si jibbu hin dhabduu beeki... Osoo kan namni hundi nama jaalatu taatee silaa Anbiyootaa fi Ergamtoota Rabbiittu jaalatama. jaraa namni hundi hin jaalannee..jaalala namaatti hin dhiphatin.
Share๐

#Dhugaa....๐
โ Wallaahi osoo university akka addunyaatti sadarkaa qabu keessattis barattee... sa'aatiin ati achitti dabarsite sa'aatii ati daqiiqaa lamaaf mana qur'aanaa teessee qaraate hin gahu...
Universitiin ati itti barattese mooraa qur'aanaa ati keessa turte sana inuma hin geenne...
โ@tafak_or

#Dhugaa.....!
โ Nama dachee qalbii tanteetii keessatti dhaabuu heddu sana, osoo hin hin dhaabiniin duratti sirritti filachuu qabda laal...!
Erga dhabdee muka dagaage buqqisuuf yaaluu irra, firii dhaabuu heddu sana filachuun irra namaaf salphata waan taheef.....!!
@Ibro keessaniin....Share๐