#Bishaan
โ Dhugaatii bishaanii xiqqeessuun, wantoota armaan gadiitiif nu saaxila. Isaanis :
[ููุฉ ุดุฑุจ ุงูู ุงุก ูุนุฑุถู]:
โGogiinsa ijaa,
ูุฌูุงู ุงูุนูู
โ Gogiinsa afaanii fi gogaa,
ูุงููู ูุงูุฌูุฏุ
โxir'acha kaleetiif,
ุญุตู ุงููููุ
โGogiinsa garaaf,
ุงูุฅู ุณุงู
โQaamni keenya madaala dhabuudhaaaf nu saaxila.
ูููุฏุงู ุงูุชูุงุฒู.
โ Dadhabinna qaamaa fi
โ heddumminnaan waa dagachuuf nu saaxila.
๐ Rabbiin sadarkaa fi bu'aa bishaanii Qurโaana keessatti yeroo dubbatu akkana jedha :
ูุงู ุชุนุงูู (ูุฌุนููุง ู ู ุงูู ุงุก ูู ุดูุก ุญู) โข
"Waan lubbuu qabaa hunda bishaan irraa uumne...".
Kan hafe warra saayinsii gaafadhaa๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

#Seenaa_na_boochiste๐ญ
"Dhugaadha!, Wuruud hin korrojne..." Dura buutuu mana barumsichaa.
#Dubbisaa๐
"Dhugaadha!, Wuruud hin korrojne..." Dura buutuu mana barumsichaa.
#Dubbisaa๐
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
#Seenaa_na_boochiste๐ญ "Dhugaadha!, Wuruud hin korrojne..." Dura buutuu mana barumsichaa. #Dubbisaa๐
#Seenaa_na_boochise
โ"Dhugaadha!, Wuruud hin korrojne/ hanne__"๐ญ Dura buutuu mana barumsichaattu waa'ee mucayyoo armaan gadii tana barreesse.๐
Guyyaa tokko osoo barsiiftuun daree, daree qorumsaa keessa ijoollee KG [Oolmaa daa'immanii] baratan qoraa jirtu, sagalee iyyaansaa wahii dugdaduubaa dhageesse.
#Barattuu : "Barsiiftu..!, Barsiiftu..! " Jette sagalee ol fuutee.
#Barsiiftuu : "Caldhisi!,๐คซ tasgabbaa'i malee!, mana kee jirta seeta moo sila? akka daree qorumsaa jirtu wallaaltee" jetteen.
#Barattuu : "Barsiiftu Wuruud qorumsa korrojaa/hataa jirti" jettee itti deebiste.
Barsiiftuun rifannoota haala qabduun gara Wuruud garagaltee ilaalte.
#Wuruud : sodaa irraa kan ka'e, ija ishee birbir godhaa :
" Rabbitti kakadhee ani hin korrojneeyyu", gaafiin herreegaa natti dheeratee ture (4+5=__?), harka isa tokkoon 12345 jedhee erga lakkaawadhee booda, harka tokko waan hin qabneef, hiriyyaa too tan na bira jirtu akka qubbeen naa diriirsitu gaafadhee [+1234] itti dabaladhe. Deebii argachuudhaaf ciqilee hiriyyaa kootti qofa qarqaarsifadhe malee, ani hin hanne" jettee falmatte.
Caldhiinsa dheeraa booda qulqullummaan ishee mirkanaaโe.
โ Wuruud dhugamatti hin korrojne, sababa lolaaf harki tokko waan irraa citee jiruuf, obbolaa isheetti qarqqaarsifatte.
#Gatiin_lolaa_meeqa?๐ญ
@Ibroo keessan.
Follow me๐
https://t.me/tafak_or
โ"Dhugaadha!, Wuruud hin korrojne/ hanne__"๐ญ Dura buutuu mana barumsichaattu waa'ee mucayyoo armaan gadii tana barreesse.๐
Guyyaa tokko osoo barsiiftuun daree, daree qorumsaa keessa ijoollee KG [Oolmaa daa'immanii] baratan qoraa jirtu, sagalee iyyaansaa wahii dugdaduubaa dhageesse.
#Barattuu : "Barsiiftu..!, Barsiiftu..! " Jette sagalee ol fuutee.
#Barsiiftuu : "Caldhisi!,๐คซ tasgabbaa'i malee!, mana kee jirta seeta moo sila? akka daree qorumsaa jirtu wallaaltee" jetteen.
#Barattuu : "Barsiiftu Wuruud qorumsa korrojaa/hataa jirti" jettee itti deebiste.
Barsiiftuun rifannoota haala qabduun gara Wuruud garagaltee ilaalte.
#Wuruud : sodaa irraa kan ka'e, ija ishee birbir godhaa :
" Rabbitti kakadhee ani hin korrojneeyyu", gaafiin herreegaa natti dheeratee ture (4+5=__?), harka isa tokkoon 12345 jedhee erga lakkaawadhee booda, harka tokko waan hin qabneef, hiriyyaa too tan na bira jirtu akka qubbeen naa diriirsitu gaafadhee [+1234] itti dabaladhe. Deebii argachuudhaaf ciqilee hiriyyaa kootti qofa qarqaarsifadhe malee, ani hin hanne" jettee falmatte.
Caldhiinsa dheeraa booda qulqullummaan ishee mirkanaaโe.
โ Wuruud dhugamatti hin korrojne, sababa lolaaf harki tokko waan irraa citee jiruuf, obbolaa isheetti qarqqaarsifatte.
#Gatiin_lolaa_meeqa?๐ญ
@Ibroo keessan.
Follow me๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
โ Mootummoota armaan gadii keessaa, mootummaan magaalaa seena qabeettii Turkiyyee, Istaanbuliin cabse / bane eennu jedhama______?
Anonymous Quiz
11%
A) Absulhamiid Alawwal
39%
B) Suleeymaan Alqaanuunii
50%
C) Muhammad Alfaatih
#Ramadaanaaf_guyyaa_meeqat_hafe___?
Ramdaanaaf guyyoota 80 qofatu hafe ykn baatii 2 fi guyyaa 20 jechuudha.
โ Sahaabonni Rasuulaa Ramdaana keessaa erga bahanii booda, baatii 6 nurraa qeebalii, baatii 6 nuun gahii jedhaa kadhatan.
Rabbiin nuun haa gahu kaa.
Follow me๐
https://t.me/tafak_or
Ramdaanaaf guyyoota 80 qofatu hafe ykn baatii 2 fi guyyaa 20 jechuudha.
โ Sahaabonni Rasuulaa Ramdaana keessaa erga bahanii booda, baatii 6 nurraa qeebalii, baatii 6 nuun gahii jedhaa kadhatan.
Rabbiin nuun haa gahu kaa.
Follow me๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Adabbii_cimaa
#ุฃุดุฏู_ุงูุนููุจุงุช
โก Adabbiin cimaan Rabbiin duniyaa tanarratti si adabu yoo jiraate :๐
โ Iimaana onnee tee keessaa fudhatuu,
โGoggogiinsa qalbiiti, qalbiin si keessatti du'uudha,
โAgareen tee tan keessaa dhamuudha,
โ Jaalala zikrii fi Qurโaanaa onnee tee keessaa haquu,
โ Mi'aa duโaa'ii fi maqoo isaan bahuudhaa sirraa fudhachuudha.
Yaa Allaah eessa jirra laata๐ญ
โก #Adabbii_Salphaa ๐
Adabbiin salphaan duniyaa tanarratti si mudatu ;
โ Miidhaa qaama kee si mudatuudha. Fakkeenya Ijji tee takka keessaa miidhamuu, ykn lamaanuu miidhamuu.
#Adabbiin_irra_salphaa. Adabbiin hundarra salphaadhaa, adabbii qabeenyaan sitti dhuftu. Fakkeenya qabeenyi kee miidhamuu ykn hatamuu, gubatuu.
Rabbiin nu haa baraaru
#Ibnul_Qayyim irraa

Badhaafamaa๐
โ Sahaabaadha, dubartoota 4 fuudhe, afranuu Obboleewwan dubartoota Rasuula Rabbiiti (SAW). Sahaabaan kuni eennu____?
@Hubachiisa :Ibsa gahaa namni kenne badhaasa qaba

13%
A) Kaalid binu waliid
48%
B) Usmaan binu Affaan
39%
C) Xalhaa ibnu Ubeudillaah
โOn this day January 2/1492
ูู ู ุซู ูุฐุง ุง ูููู 2ููุงูุฑ 1492
โ Guyyaa akka hardhaa kana waggaa 531 dura, Garnaaxaan kufte.
โ Guyyaa akkanaa kana furtuun biya ispeen /harka muslimoota harkaa baatee harka diinaa seente.
โGuyyaa akkanaa kana, bulchiinsi Islaamaa biyya indonesia harka muslimootaa harkaa bahe.
โ Indonesiaan bara 711 harka muslimoota seentee, bara 1492 harkaa baate.
โIndonesiaan jaarraa dheeraaf biyya baay'enni muslimootaa %90 ol keessa jiraatan turte....amma garuu.
Aaaaaaaaaah....๐ญ๐ญ๐ญ
Share๐
https://t.me/tafak_or
ูู ู ุซู ูุฐุง ุง ูููู 2ููุงูุฑ 1492
โ Guyyaa akka hardhaa kana waggaa 531 dura, Garnaaxaan kufte.
โ Guyyaa akkanaa kana furtuun biya ispeen /harka muslimoota harkaa baatee harka diinaa seente.
โGuyyaa akkanaa kana, bulchiinsi Islaamaa biyya indonesia harka muslimootaa harkaa bahe.
โ Indonesiaan bara 711 harka muslimoota seentee, bara 1492 harkaa baate.
โIndonesiaan jaarraa dheeraaf biyya baay'enni muslimootaa %90 ol keessa jiraatan turte....amma garuu.
Aaaaaaaaaah....๐ญ๐ญ๐ญ
Share๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Deebii๐
#Xalhaa (Radiyallaahu anhu)
[kurnyan Jannataan gammachiifaman keessaa isa tokko ]
โDubartoota 4 fuudhe, afranuu Obboleewwan ishee Ergamaa Aalamaattu uf jalaa qaba. Isaanis :
#1ffaa : Ummu Kulsuum intala Abii Bakrii (Obboleettiin ishee Aa'ishaa haadha manaa Rasuulaati).
#2ffaa : Hamnaa intala Jahshii [Obboleettii Zeynabaa binti Jajshii ] fuudhee uf jalaa qaba.
#3ffaa : Faari'aa [Obboleettii Ummu Habiibaa intala Abii Sufiyaan ] fuudhee uf jalaa qaba.
#4ffaa : Ruqayyaa intala Abii Umayyaa [ Ummu Salamaa : Hindi binti Abii Umayyaa ] fuudhee uf jalaa qaba.
Radiyallaahu anhum Ajma'iin.
โ Namni deebii kana sirriitti argate, nama chaanaalii keenya yeroo dheeraaf hordofaa ture #Mubaarak_Zakaariyyaa jedhama, Mubee Jzk keyran, Rabbiin ilmii irraan ilmii siif haa dabalu siin jenna.

#Haadha_gootaa๐ญ
โ Meeshaan kuni, meeshaa ispeenonni waggaa 500 dura dubartoota Muslimaa irraa harma ittiin muraa turaniidha.
Muslimoonni indonesia xumura gaafa aangoo gadi lakkisanii, wantoonni isaan ummata kafaraa san waadaa seensifatan hedduudha. San keessaa ijoon dubartoota keenya nu jalaa hin tuqinaa ture.
Garuu isaan dubartoota Islaamaa irratti, osoo abbaan manaa ishee fi ijoolleen ishee dhaabattee ilaaltu meeshaa kanaan harma irraa ciraa turaniru.
#Yaa_haadha_gootaa๐ญ

โ Namni Rabbiin hin qabne, homaayyuu hin qabu.
-ู ู ููุฏ #ุงููู ูู ุญูุงุชู ููุฏ ูู ุดูุก

#Gaachana_Islaamaa [Kadiijaa]
Waa'ee ishee Ergamaan Aalmaa yeroo dubbatan akkana nuun jedhan :๐
โ "Yeroo hawaasni guutuun natti kafare, isheen natti amante,
"ุขู ูุชู ุจู ุฅุฐู ููุฑู ุจู ุงููููุงุณ
Wayta hawaasni guutuun na kijibsiise, isheen dhugaa dubbatte naan jette,
ูุตูุฏูููุชููู ุฅุฐู ูุฐูุจูู ุงููููุงุณ
Yeroo hawaasni guutuun ufirraa na dabre, isheen ufitti na qabde,
ูุขูุชููู ุฅุฐู ุทูุฑุฏูููู ุงููููุงุณ
Yeroo ilmi namaa hundi Aadmaa natti mure, isheen qabeenya isiitiin na boohatsite."
ููุงุณุชููู ูู ู ุงููุง ุฅุฐ ุญุฑู ูู ุงููููุงุณ"
โ Ajaa'iba!, yeroo dubartiin takkattiin, waraana guututti madaalamtu. Baay'ee nama ajaa'ibdi Haati mu'umintootaa Kadiijaa binti Kuweylid...[Radiyallaahu Anhaa].
ุนูุฏู ุง ุชุตุจุญู ุงู ุฑุฃุฉู ูุงุญุฏุฉ ุฌูุดุงู ูุงู ูุงู
ุฎุฏูุฌุฉ ุจูุชู ุฎูููุฏ โค
Follow me๐
https://t.me/tafak_or
Waa'ee ishee Ergamaan Aalmaa yeroo dubbatan akkana nuun jedhan :๐
โ "Yeroo hawaasni guutuun natti kafare, isheen natti amante,
"ุขู ูุชู ุจู ุฅุฐู ููุฑู ุจู ุงููููุงุณ
Wayta hawaasni guutuun na kijibsiise, isheen dhugaa dubbatte naan jette,
ูุตูุฏูููุชููู ุฅุฐู ูุฐูุจูู ุงููููุงุณ
Yeroo hawaasni guutuun ufirraa na dabre, isheen ufitti na qabde,
ูุขูุชููู ุฅุฐู ุทูุฑุฏูููู ุงููููุงุณ
Yeroo ilmi namaa hundi Aadmaa natti mure, isheen qabeenya isiitiin na boohatsite."
ููุงุณุชููู ูู ู ุงููุง ุฅุฐ ุญุฑู ูู ุงููููุงุณ"
โ Ajaa'iba!, yeroo dubartiin takkattiin, waraana guututti madaalamtu. Baay'ee nama ajaa'ibdi Haati mu'umintootaa Kadiijaa binti Kuweylid...[Radiyallaahu Anhaa].
ุนูุฏู ุง ุชุตุจุญู ุงู ุฑุฃุฉู ูุงุญุฏุฉ ุฌูุดุงู ูุงู ูุงู
ุฎุฏูุฌุฉ ุจูุชู ุฎูููุฏ โค
Follow me๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
Maqaan fir'owna jedhu yeroo meeqa Qurโaana keessatti dubbatame___?
Anonymous Quiz
47%
A) yeroo 56
34%
B) yeroo 67
19%
C) yeroo 90
#Zikrii_ganamaa๐
ุฃุตุจุญูุง ูุฃุตุจุญ ุงูู ูู ููู ุฑุจ ุงูุนุงูู ูู
[Asbahnaa wa asbahalmulku lillaahi Rabbil aalamiin ]
Rabbiin oolmaa milki, tan gammachuu nuuf haa godhu.
ุฃุณุนุฏ ุงููู ุตุจุงุญู

#Yeroo_Sahaabaan_Rasuulaa(SAW)boohu!๐
โYaa Abbaa Hureeyraa; Duniyaatu akkana si boochisaa jira moo waan biraati sila...โ
ูุง ุฃุจุง ููุฑูุฑุฉ ุ ุฃุชุจูู ุนูู ุงูุฏููููุง !
Miti, Rabbii kiyyatti kakadhee, duniyaan teessan tuni yoomuu nan boochistu...garuu๐ญ
ูุง ูุงููู ุ ุฏูููุงูู ูุฐูู ูุง ุชูุจูููู ..
Garuu wanti na boochisaa yoo jiraate :
ุฅูููู ุง ุฃุจูู....
โ Ulfaatinna ba'aa kooti,
ู ููู ุซููููู ุงูุญูู ูู ุ
โ hammeenya hiriyyaa kooti,
ูุณูุก ุงูุฑููู ุ
โxiqqaachuu /haphachuu siinqii ykn dhalee kooti,
ููู ูู ููููุฉู ุงูุฒููุงุฏ ุ
โFageenya karaa ani deemuuti,
ููุจุนุฏู ุงูุทููุฑูู ุ
โ Guyyaa Qiyaamaa wy siraaxa gubbaa kufee, Jannata bareedduu sana dhabaa waan jedhutu na boochisa....!
ุฃุจูู ุฎูููุง ู ูู ุฃุณููุท ููู ุงูููุงู ุฉ ู ูู ุนูู ุงูุตุฑุงุท ููุง ุฃุฏุฎูู ุงูุฌูููุฉ ..
โOsoo dhaladhee, addunyaa tana arguu baadhee jedheen baay'ee hawwaa ture....๐ญ
ููุฏูุฏุชู ุฃูููู ููู ุฃูุฎูู.
Aaaaaaah.....goggogiinsa qalbii koottu na yaachise wlh๐ญ
โSahaabaan, hadiisa Rasuulaa odeessuun 1ffaa, sahaabaan guyyaa takka Rasuula Rabbiitiin adda bahee hin beekne yoo akkanatti boohu....nu hoo eessa jirra laata____โ
Maddi๐
โ ุณูุฑ ุฃุนูุงู ุงููุจูุงุก (ูฅูขูฅ/ูข).
Follow me๐
https://t.me/tafak_or
โYaa Abbaa Hureeyraa; Duniyaatu akkana si boochisaa jira moo waan biraati sila...โ
ูุง ุฃุจุง ููุฑูุฑุฉ ุ ุฃุชุจูู ุนูู ุงูุฏููููุง !
Miti, Rabbii kiyyatti kakadhee, duniyaan teessan tuni yoomuu nan boochistu...garuu๐ญ
ูุง ูุงููู ุ ุฏูููุงูู ูุฐูู ูุง ุชูุจูููู ..
Garuu wanti na boochisaa yoo jiraate :
ุฅูููู ุง ุฃุจูู....
โ Ulfaatinna ba'aa kooti,
ู ููู ุซููููู ุงูุญูู ูู ุ
โ hammeenya hiriyyaa kooti,
ูุณูุก ุงูุฑููู ุ
โxiqqaachuu /haphachuu siinqii ykn dhalee kooti,
ููู ูู ููููุฉู ุงูุฒููุงุฏ ุ
โFageenya karaa ani deemuuti,
ููุจุนุฏู ุงูุทููุฑูู ุ
โ Guyyaa Qiyaamaa wy siraaxa gubbaa kufee, Jannata bareedduu sana dhabaa waan jedhutu na boochisa....!
ุฃุจูู ุฎูููุง ู ูู ุฃุณููุท ููู ุงูููุงู ุฉ ู ูู ุนูู ุงูุตุฑุงุท ููุง ุฃุฏุฎูู ุงูุฌูููุฉ ..
โOsoo dhaladhee, addunyaa tana arguu baadhee jedheen baay'ee hawwaa ture....๐ญ
ููุฏูุฏุชู ุฃูููู ููู ุฃูุฎูู.
Aaaaaaah.....goggogiinsa qalbii koottu na yaachise wlh๐ญ
โSahaabaan, hadiisa Rasuulaa odeessuun 1ffaa, sahaabaan guyyaa takka Rasuula Rabbiitiin adda bahee hin beekne yoo akkanatti boohu....nu hoo eessa jirra laata____โ
Maddi๐
โ ุณูุฑ ุฃุนูุงู ุงููุจูุงุก (ูฅูขูฅ/ูข).
Follow me๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Anaaf_jecha_waa_meeqa_taate____!
โ Yeroo jireenyi nama akka ati yeroo hunda gammachuu qabaaattuuf; nama gadda kee arguu hin barbaanne ooftee sitti fiddu, Rabbii kankee galatoomfadhu. Gadaa tana keessa namoonni gammachuu kee hawwan ykn ufii olitti gammachuu kee barbaadan, baay'ee xiqqqoodha waan taheef.
โ Namoonni gammachuu koo hawwaa turtan, namoonni akka ani gammaduuf, baay'ee na waajjiin ifaajaa turtan galatoomaa isiniin jechuu barbaada.๐๐
Follow me๐
@tafak_or

#Keyrimaaf๐
โ Gadda takka tan karaa Rabbii si deebistutuu..., gammachuu kuma tokko tan karaa Rabbii irraa si balleessitu irra siif caala.
@Ibroo