๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Deebii๐
#Xalhaa (Radiyallaahu anhu)
[kurnyan Jannataan gammachiifaman keessaa isa tokko ]
โDubartoota 4 fuudhe, afranuu Obboleewwan ishee Ergamaa Aalamaattu uf jalaa qaba. Isaanis :
#1ffaa : Ummu Kulsuum intala Abii Bakrii (Obboleettiin ishee Aa'ishaa haadha manaa Rasuulaati).
#2ffaa : Hamnaa intala Jahshii [Obboleettii Zeynabaa binti Jajshii ] fuudhee uf jalaa qaba.
#3ffaa : Faari'aa [Obboleettii Ummu Habiibaa intala Abii Sufiyaan ] fuudhee uf jalaa qaba.
#4ffaa : Ruqayyaa intala Abii Umayyaa [ Ummu Salamaa : Hindi binti Abii Umayyaa ] fuudhee uf jalaa qaba.
Radiyallaahu anhum Ajma'iin.
โ Namni deebii kana sirriitti argate, nama chaanaalii keenya yeroo dheeraaf hordofaa ture #Mubaarak_Zakaariyyaa jedhama, Mubee Jzk keyran, Rabbiin ilmii irraan ilmii siif haa dabalu siin jenna.
Follow me๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf