๐ท Assalamualaikum obboleewwan koo hunduu.... ergaa tana qalbirraa waan barreesseef dubbisaa...!
โ Dhiifama nama gaafachuun mallattoo qaroominnaa fi guddinnaa hanguma taheen... garuu bakka hunda dhiifamni balleessaa namaaf hin sirreessu...!
๐ Dhiifama kan siif godhu, osoo hin beekin tasa miila koo irra yoo ijjatte malee, gaafa Onnee kootirra miilaan deemtee miti....!
๐ Dhiifamni kan godhamu gaafa ati burcuqqoo bishaanii ykn qalama ani jaaladhu na jalaa cabsite malee....gaafa hamilee kiyya cabsitee miti....!!
๐ Gaafa ati Kitaaba akkaan jaaladhu siif ergise, qola Kitaaba kootii irraa cirtee naaf galchite malee....gaafa ati kabajaa fi ulfinna ani qabu, kan itti si amane sana na jalaa madeessitee miti....!!
Obbolaaa....
โ Yeroo tokko tokko dogoggoroota "#dhiifama" jechuun namaaf hin sirreeasinetu jira...!
Altokko tokko madaan madoofte suni,dhiifama caalaa gadi fageenya qaba...
waraansi ati waraannamte.... jecha dhiifama jettu sana caala keessi isaa qilata...!,
Cabiinsi ati cabde... qurciinsi/ sukkuummiin addunyaa tanaa guutuun walitti osoo qabamee, siif qurcuu dhabuu danda'a...!
Asumaanuu dogongorri irra hin dabramnes jira....
๐ Bakka madaa kootii akka na dhukkubu osoo beektu miila keetiin narra deemtee, dhiifama jechuun baay'ee ulfaataadha...!,
๐ Iccitii ufiiyyuuu lubbuu tiyya dhokfadhu wahii sitti himadhee, iccitii sana baasuuf jettee na sodaachisaa.... booda dhiifama na gaafachuun baay'ee ulfaataadha...!
๐ Hiriyyummaa ishee daangaa hin qabne takka sitti hiriyyoomee, ati jibbaa fiddee na keessa facaastee.... irra naaf dabri jechuun baay'ee natti ulfaataa beeki....!
#Obboleessa_koo....!,
โ Iddoo tokko tokko goonkumaa airreessuun baay'ee namatti jabaata...!,
Bishaan yeroo hunda bakka yaa'a isaatti hin deebi'uu beeki..., deebi'us bishaan ciisaa tahee hafa, bishaan gaafa ciise ni ajaawa... bishaan ajaan isaa ufitti sin kaleessine osoo dheebuun si laaffistee jiraattellee, dhuguun sitti jabaataa beeki...
๐ Osoo Albee ati ittiin na waraante irraa dhiigni hin gogin dhuftee dhiifama naan hin jedhin...!, Afaaniin ustee na biraa deemutu naaf bareedaa na amani...!
๐ Qalbii kiyya keessatti qaawwa jechamni addunyaa tanaa guutuun osoo walitti qabamee, guutuu hin dandeenye, na keessatti hanbiftee dhiifama nan gaafatin....
๐ Obboleessa/ttii koo erga harka kee turee... harkaa na baafattee... deebitee harka koo hin qabin...
๐ @Ibroo keessan....
Nagaan naaf turi.....!
Share๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

โ Bakka ati rakkattee fi cinqamtetti, ilmi namaa harka yoo si jalaa fudhate... Rabbiin dhimma kankee ittigaafatamummaa fudhachuu barbaadeetii beeki...!
Wayta San hanga feete rakkattus, namni haajaa tantee siif baasuu danda'u isa qofa akka tahe si yaadachiisuuf...!!
Allaah๐คฒ
https://t.me/tafak_or
Wayta San hanga feete rakkattus, namni haajaa tantee siif baasuu danda'u isa qofa akka tahe si yaadachiisuuf...!!
Allaah๐คฒ
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
โ Rabbiin haajaa tantee guutuu yoo barbaade, sihii biyya jirtuu, isheen biyya meeqa keessaa imaltee sitti dhufti....!
ูุฅุฐุง ุฃุฑุงุฏ ุงููู ุฅุชู ุงู ุญุงุฌุฉู
ุฃุชุชู ุนูู ุณูุฑู ูุฃูุช ู ููู ู
Rabbiin haajaa teessan hunda haa guutu....!

โ Yaadni humnaa ol taanaan, gammachuu jireenya keetii booressa... kanaafuu dhimma kankee Rabbumatti kennii dhiisi...!
@tafak_or
@tafak_or
โ Wanti hunduu Bareedinna mataa isaa qaba, garuu namni hundi bareedinna sana arguu hin danda'u malee....!!
@tafak_or
@tafak_or
โ Yeroo ilmi namaa bakka namatti booharuu fi bakka silaa bareeda jedhamu barbaadatee taa'u, Saahibni qur'aanaa immoo bakka tasgabbii qabuu fi bakka namni busy isa hin goone barbaadachuu eegala....!
Rabbitti booharuun yeroo sana isatti mi'aawa waan taheef...!!
Saahiba qur'aanaa Rabbiin nu haa taasisu....
https://t.me/tafak_or
Rabbitti booharuun yeroo sana isatti mi'aawa waan taheef...!!
Saahiba qur'aanaa Rabbiin nu haa taasisu....
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
โ Rabbiin hanguma dadhabbii keetiitiin; hanguma obsaa fi wareegama ati kafalteen galata siif kafala.
๐ Harka hin kennatin, hanga dhumaatti falmadhu....!, Abjuu milkaahuun ishee dirqamaattu jira waan ta'eef never give up....!!

๐บ๐
Sahaabaan guddaan #Abdallaa_Ibnu_Abbaas (Radiyallaahu anhumaa) akki jedhe:
โขโขููุงูู ุงุจููู ุนูุจููุงุณู - ุฑูุถููู ุงูููููู ุนูููููู ูุง :
โ Yeroo hirribaaf deemtan, wuduu'aan malee hin rafinaa, lubbuun ilma namaa waan irratti duute irratti kaafamtii..โ
ููุง ุชููููู ู ุฅููููุง ุนูููู ููุถููุกูุ ููุฅูููู ุงููุฃูุฑูููุงุญู ุชูุจูุนูุซู ุนูููู ู ูุง ููุจูุถููุชู ุนูููููููู .
๐
Albidaayaa wan-nihaayaa Jildii 9ffaa/fuula 251 ilaalaa...
๐ุงููุจูุฏูุงููุฉู ููุงููููููุงููุฉู ( ูขูฅูก/ูฉ)
โขโฟโโฟโข
https://t.me/tafak_or
Sahaabaan guddaan #Abdallaa_Ibnu_Abbaas (Radiyallaahu anhumaa) akki jedhe:
โขโขููุงูู ุงุจููู ุนูุจููุงุณู - ุฑูุถููู ุงูููููู ุนูููููู ูุง :
โ Yeroo hirribaaf deemtan, wuduu'aan malee hin rafinaa, lubbuun ilma namaa waan irratti duute irratti kaafamtii..โ
ููุง ุชููููู ู ุฅููููุง ุนูููู ููุถููุกูุ ููุฅูููู ุงููุฃูุฑูููุงุญู ุชูุจูุนูุซู ุนูููู ู ูุง ููุจูุถููุชู ุนูููููููู .
๐
Albidaayaa wan-nihaayaa Jildii 9ffaa/fuula 251 ilaalaa...
๐ุงููุจูุฏูุงููุฉู ููุงููููููุงููุฉู ( ูขูฅูก/ูฉ)
โขโฟโโฟโข
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
โ Dhiirti hedduun, shamarran waan nama mallaqa qabuu fi nama bareedinnaan nama hawatu waan jaalattu itti fakkaata...
Shamarran qabeenyaaf bareeda keetiif osoo hin taane kan si jaalatan..., nama abbaa, haadha, Obboleessaa fi utubaa gaarii isaaniif ta'u, nama isaan kabajuu fi gatii isaaniif kennu jaalatan...!!
#Hin_sobaminaa....!!
๐
https://t.me/tafak_or
Shamarran qabeenyaaf bareeda keetiif osoo hin taane kan si jaalatan..., nama abbaa, haadha, Obboleessaa fi utubaa gaarii isaaniif ta'u, nama isaan kabajuu fi gatii isaaniif kennu jaalatan...!!
#Hin_sobaminaa....!!
๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
โ Dhiirti hedduun, shamarran waan nama mallaqa qabuu fi nama bareedinnaan nama hawatu waan jaalattu itti fakkaata... Shamarran qabeenyaaf bareeda keetiif osoo hin taane kan si jaalatan..., nama abbaa, haadha, Obboleessaa fi utubaa gaarii isaaniif ta'u, namaโฆ
Mee akkamitti warra naan jedhuuf osoo deebii hin laanne... namni yaada kana amansiisuu dandeessan ?!
Dubbiin tuni dhugaa tahuu naaf himaa
Dubbiin tuni dhugaa tahuu naaf himaa
โ Gaafii: Waggaa tokko osoo hin guutin qur'aana akkamitti guutuu isaa sammutti haffazuu danda'a ? !
#Deebiin:
Sadarkaa bilbila kee harkaa hin bufanne sanitti, gaafa qur'aanas jabeeffatteedha...!
Share๐
https://t.me/tafak_or
#Deebiin:
Sadarkaa bilbila kee harkaa hin bufanne sanitti, gaafa qur'aanas jabeeffatteedha...!
Share๐
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
Maal irraa barattana
โ Kan mataa waa qabu keessaa gadi jedha, kan mataan duwwaa ykn haphiidhaa keessaa ol jedha....!
โ Yaaddeertaa... osoo haafiza qur'aanaa Rabbiin si godhee...!
waan barbaadde qaraata, bakka barbaaddee fi yeroo barbaadde qaraata....!!
wlh qananii tana, nama dhandhame qofatu beeka....
Rabbiin warra qur'aanaa nu haa taasisu....!!
ุงูููู ุงุฌุนููุง ู ู ุงูู ุงููุฑุขู."
https://t.me/tafak_or
waan barbaadde qaraata, bakka barbaaddee fi yeroo barbaadde qaraata....!!
wlh qananii tana, nama dhandhame qofatu beeka....
Rabbiin warra qur'aanaa nu haa taasisu....!!
ุงูููู ุงุฌุนููุง ู ู ุงูู ุงููุฑุขู."
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Gaazaa....!
โ Ministeera fayyaa filisxeem irraa....
๐ Dhibamaan kuma 26 ol yaalaaf alarraa deeggarsa barbaadee, namoota kuma 6 qofatu hanga ammaa imale....!
๐ Buufanni yaalaa harki caalu barbadaahee waan jiruuf iddoo itti yaalaman hin qaban...!
Namoonni dhibamanii hanga tokko yaalamaa jiranis, hanqinni dawaadhaa garmalee waan jiruuf, lubbuu isaaniif baay'ee sodaatameera...., keessattuu warroonni dhukkuba kanaafuu fi dhiibbaa dhiifama qaban...!!
Rabbiin isaaniif haa tumsu...!

๐คณ ๐ธ
โ Rakkataa tokko tokko qarqaaruuf manaa bahanii, akka tasaa karaa irratti Cameran ๐ธ๐คณ dalaguufii dinnaan... guyyaa biraa deebina jedhanii osoo nama tokkoo hin qarqaarin biraa deebi'an...
Innaa lillaahi WA innaa ileyhi Raaji'uun...๐ข

โ Jaarsi jaartii isaaatti hin hinaafne... hin jaalatuu beekaa...!!
#Hinaaffaa_fi_islaamummaa...
(Dubbisaa....๐)
๐ทNamni shariika jiruu isaattii/jaartii isaatti hin hinaafne ishee hin jaalatu jechuudha...!
โ Namticha Baadiyaa , kan haadha manaa isaa akka malee jaalatu tokkotu, ishee dhiira fooddaa gubbaan laaltu argee jennaan xalaaqe/hiike...
Ergasii xalayaa akkana jedhee barreesse:
Ishee jibbeetii miti kan jaalala ishee dhiiseef, jaalala keessatti maamiltoonni heddummaannaan malee...!
๐ Ilaa mee...., Nyaata akkaan mi'aawu tokko, osoo ati nyaataa jirtu akka tasaa yoo Tiitisni ๐ irra buute, osoo lubbuun tee sin quufin harka irraa maratta....!!
๐ Leenci bishaan dhuguuf yoo laga bu'e, akka tasaa isa dursee sareen irraa laccisee/dhugee jira taanaan, osoo dheebuunis du'aa jiraatee inuma dhiisa..
โ #Ibnulnqayyim ( Rahimahullaah...) akkana jedhan:
โ Hinaaffaan qalbii keessaa fe'annaan, jaalaltis faanuma fe'attee baati, inumaa Diinii hundatu wajjiin fe'atee baha... โ
โ Ammas akkana jedhama:
Namni hinaaffaa hin qabne diiniiyyuu hin qabu jedhama...!
๐ Maalummaa dhiira takkaa beekuu yoo barbaadde, hinaaffaa inni siif qabu sana laali...!!
โ Dhiirummaa maal jedhama... dhiira haadha manaa isaa akka barbaadetti gadi dhiisee, bakka barbaadde dhiira barbaadde wajjiin ooltee... dhiira barbaadde ilaalaa; dhiira barbaadde wajjiin haasahaa; dhiira barbaadde wajjiin kophaa bahaa; wajjiin teessee kolfaa taphachaa....๐
โ Inumaa gariin bakka dalagaadhaa wajjiin deemanii, inni akka television taa'ee ilaala, isheen immoo isuma fuulduratti abbaa barbaadde wajjiin taphattee seeqatti...
Hayyee... kan bakka inni jirutti hangasii, gaafa isheen kophaa jirtu hoo hangamii....
Garuu hinaaffaan ani baanu tan jaalalati....jirti ta biraalllee, san natti hin kaasinaa...
Ammaaf tunummaan gurra isin haa buutu... dayyuusa hin tahinaa... ๐

Hunduu ija isaatiin si laala...!!
1) Kophee daa'ima tokkootu galaana keessatti bannaan daa'imichi "galaanni kun hattuudha" jedhee cinaa galaanaatti barreesse.
2) Dargaggeessi tokkommoo qurxummii baay'ee adamfatee "galaanni kun arjaadha" jedhee barreesse.
3) Manguddoo tokko jalaa ilma isii ajjeefnaan "galaanni kun ajjeesaadha (lubbu baasaadha)" jettee barreessite.
โ Dambaliin dhufee barreeffama hundaa haqee balleesse jedhan.
Kanaafuu jecha namaatiif hin yaadda'in; hundinuu ija adda addaatiin addunyaa ilaala waan ta'eef. Hojii kee gaaromsuuf yaadda'i.
Page Gaalii Abbaa boor irraa...

#Yaadachiisa warroota Tafakkur family jala jirtaniif....
โ Warroonni waan barbaaddan group gubbatti post gootan... ani altokko isin jalaa haqee jennaan... gareen Bot mataa isaa qaba... Botichi immoo Moderatora warroota barreeffama keessan check godhan qaba... nama ani takka jalaa haqe.... hanga sadarkaa Block Isa gochuutti tarkaanfii fudhata...
Kanaaf yoo waan hin taane Post gootanii ykn barreesaitanii Botin isin baase deebitanii akka nan gaafanne...
Kanaafuu hamma dandeettaniin uf qusadhaa wantoota akkanaa kanneen irraa....!
๐
It really doesnโt matter what you send, as long as the receivers find it unwelcome. It could have been a photo, an invite link or a chain letter. Please only send messages when you are sure people wonโt mind getting them.
As a general rule, people donโt like receiving unsolicited advertisements, links, invite links to groups or channels, random photos and, above all, anything related to commerce or promotion of any kind.
Our moderators check all reports, so if you send annoying content to strangers you will be blocked.
Galatoomaa...