Waa lama(2) argannoo/invention badatu dachee tanarratti aragatame,isaanis:
1ffaa; #Shugguxii;
Shugguxiin luynaa fi goota walqixxeessite.
2ffaan; #Social-Media;
Socialmedianis beekaa fi wallaalaa walqixxeesse.
tafak_or

Warroota Mรญidiyaa hawaasaas ta'ee page dhuunfaa isaanii fayyadaman hundaan naa gahaa....๐
โ Hundi keessanuu #social_media irra kan turtan yeroo gabaabaadhaaf. Guyyaan ati warra text/barreeffama isaanii dubbisaa jirtu kana uf biraa dhabdus dhufuun isaa waan hin oollee itti nyaadhuu dhugi... ๐ข
ูููุง ูู ูุณุงุฆู ุงูุชูุงุตู ุชูุงุฌุฏูุง ู ุคูุช
ุชุฃูุฏ ุฃูู ุณูุฃุชู ุงูููู ุงูุฐู ูู ุชุฌุฏ
ููู ุงูุฐูู ุชูุฑุฃ ููู ุงูุฃู ..๐
โ Karaa keessa dabraa jirtu kana suutuma deemi mee..!,
๐ Qoreen hedduun karaa kana keessa jiraachuu danda'aa amala kee bareechifadhu!,
๐ jechaan nama hin miidhin!,
๐ arraba keen daangaa namatti hin dabrin..!
๐ waan waggaa dheeraa addunyaa kanarra jiraattu seetee namarratti uf hin tuulin..!
๐ like fi comment namni sii kennuun hin dagamin...!
๐ jechaa fi gocha fokkataa page Kee irratti dhiistee addunyaa kanarraa hin godaanin...!
๐ bakka hin taanetti, akka sirraa hin bareennetti hin muldhatin...!
Gaariin ati barreessitee bira kutte; dhaamsi gaggaariin ati namaaf laatte; hagam takka akka nama fayyadu hardha osoo hin taane boru kan beekuu dandeessu....
Kanaafuu uf duubatti waan gaarii dhiisii deemi....!
#Dhiifama_naaf_godhaa...
๐๐
Share ๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf