𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
11.2K subscribers
559 photos
21 videos
23 files
1.95K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
Warroota Míidiyaa hawaasaas ta'ee page dhuunfaa isaanii fayyadaman hundaan naa gahaa....👇

Hundi keessanuu #social_media irra kan turtan yeroo gabaabaadhaaf. Guyyaan ati warra text/barreeffama isaanii dubbisaa jirtu kana uf biraa dhabdus dhufuun isaa waan hin oollee itti nyaadhuu dhugi... 😢
‏كلنا في وسائل التواصل تواجدنا مؤقت
‏   تأكد أنه سيأتي اليوم الذي لن تجد
‏فيه الذين تقرأ لهم الأن ..👇

Karaa keessa dabraa jirtu kana suutuma deemi mee..!,
👉 Qoreen hedduun karaa kana keessa jiraachuu danda'aa amala kee bareechifadhu!,
👉 jechaan nama hin miidhin!,
👉 arraba keen daangaa namatti hin dabrin..!
👉 waan waggaa dheeraa addunyaa kanarra jiraattu seetee namarratti uf hin tuulin..!
👉 like fi comment namni sii kennuun hin dagamin...!
👉 jechaa fi gocha fokkataa page Kee irratti dhiistee addunyaa kanarraa hin godaanin...!
👉 bakka hin taanetti, akka sirraa hin bareennetti hin muldhatin...!
Gaariin ati barreessitee bira kutte; dhaamsi gaggaariin ati namaaf laatte; hagam takka akka nama fayyadu hardha osoo hin taane boru kan beekuu dandeessu....
Kanaafuu uf duubatti waan gaarii dhiisii deemi....!
#Dhiifama_naaf_godhaa...
🍃🕊
Share 👇
https://t.me/tafak_or