๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
10.2K subscribers
551 photos
21 videos
21 files
1.85K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Gosaan(sabaan)_uf dhaaduuโ€ผ

#Ibnu_teymiyaa irraa;

ู„ูŠุณ ููŠ ูƒุชุงุจ ุงู„ู„ู‡ ุขูŠุฉ ูˆุงุญุฏุฉ ูŠูู…ุฏุญ ููŠู‡ุง ุฃุญุฏ ุจู†ูŽุณูŽุจู‡ ูˆู„ุง ูŠูุฐู… ุฃุญุฏ ุจู†ูŽุณูŽุจู‡.

Qurโ€™aana Rabbii keessa aayanni takka tan namni tokko gosa isaatiin faarfame/arrabsame takkallee hin jirtu.

Kitaaba(m_fataawaa 35/230).
ู…ุฌู…ูˆุน ุงู„ูุชุงูˆู‰ (35 /230)

@tafak_or
@tafak_or
#Gorsaaf

โžซ Namni #Aangoodhaan uf dhaadu #Fir'ownaan haa yaadaatuu.
Namni #qabeenyaan uf dhaadu #Qaaruuniin haa yaadatuu.
Namni #Gosaan uf dhaadu #Abuu_lahbiin haa yaadatuu.

โžฌ #Firowna Bishaaniin nyaatame,
โžฌ#Qaaruun dacheen liqimsame,
โžฌ #Abuu_lahab Reeffi isaa ajaayee gosti isaa hundi irraa dheessitee kabajaa dhabee badhetti gatame.
Join๐Ÿ‘‡
@tafak_or