#ุณูุฑุฉ_ุงููุจู_ุงูู
ุฃู
ูู
#Seenaa_Rasuulaa
ุงูุญููุฉ 3โฃ1โฃ
Kutaa1โฃ3โฃ
#Rasuulaa__fi__Hijraa
160__Bey'atul_Aqabaa booda baatii lama yoo gahu makkaatti Rasuula Rabbii (SAW), Abuu Bakrii fi warra isaanii akkasuma namoota sochii gochuu hin dandeenye qofatu hafee jira.
161~Nama hidhamee jiru,ykn dhibamaa fi nama sochii gochuu hin dandeenye yoo taate malee akka namni achi keessatti hin hafin ergamaanis ammas adda baafatan.
162~Abuubakri(RA) yeroo hedduu imalaaf ergamaa Aalamaa(SAW) hayyama gaafataa ture,garuu isaan akkana jedhaniin;
" ูุง ุชุนุฌู ุ ูุนู ุงููู ูุฌุนู ูู ุตุงุญุจุงู ".
" `Hin jarjarin,Rabbiin waahila siif godhuun isaa ni kajeelamaa ".
163~Rasuulli keenyas(SAW) akka isaan #Hijraa bahaniif hayyamni Rabbirraa isaaniif dhufee ture,ammas namni isaan wajjiin hijraaf deemus akka #Abiibakriin taโe asuma keessa jira.
164~Ergamaan Aalamaa(SAW) erga Abuubakritti himanii booda Abuubakris Gaala lama qopheessuu danda'eera.
165~Kuffaarri Qureyshaa #Daarunnadwaa iddoo jedhamutti walgaโii gaggeessa turaniin,ergamaa Rabbii ajjeesuu irratti waliigalan.
Ammas namni Rasuula(SAW) ajjeesee argame Badhaasa #Gaala 100 akka qabu beeksisaa turan.
166~Rabbiin ergamaa isaa mala jarri itti malte kana itti beeksisuudhaan jalaa isaan baase.
Ergamaan keenya(SAW) Abuubakriin wajjiin gara #Goda_Sowrii garagalan.
167~Rasuulaa fi Abuubakri(SAW) goda kana keessatti guyyaa sadihiif dhokatanii turan,guyyaa kanneen sadanuu Asmaa'atu nyaata fidaafii ture.
168~Ummanni kafaraa ergamaa keenya(SAW) bakka hunda barbaadanii argachuu hin dandeenye,namoonni muraasni gara godaa fuulaan as garagalanii balbala godaa irra dhaabbataa turan.
169~Osoo namni tokko kan goda keessa gadi laalu taatee silaa isaan arga turee garuu Rabbiin isaanirraa garagalche,balbalarra osoo jiranuu goda keessa ilaaluu hin dandeenye.
Itti fufa...
Share godhaa๐๐
@tafak_or