#Seenaa_Rasuulaa
kutaa_โตโตffaa
134~Ganda #Ansaarotaa keessatti bakki ergamaan Aalamaa itti hin dubbatamne hin jiru.
Ergama Rasuulaa irraa waggaa 12ffaatti,Ansaarota keessaa namoota 12tu hajjiidhaaf gara makkaa gale.
135~Namoonni 12 kunniin hunduu Rasuula keenyaan walitti dhufanii,hundi isaaniituu Islaamummaa irratti waadaa(#Ahdii_seenanii) biraa deeman.
โพAhdiin sunis #Beyatul_Aqabatil_uulaa jedhamti.
136~Waliigalteen kuni maalirratti seetanโ
โพYeroo gaddaa fi gammachuu qabanis,yeroo baldhinnaa fi Rakkoo keessa jiranis ergamaa Rabbii(SAW) waan isaan jedhan hundaa tole jechuu fi ergaa isaanii fudhachuu irratti waliif galan.
โพAmmas gaafa isaan makkarraa gara Madiinaa galanis isaan wajjiin dhaabachuu irratti ture.
138_Kitaabonni gariin Bey'aan tuni #Bey'atunnisaa'i jedhamti warri jedhus ni jira garuu sirrii miti.
138~Keessummaan Ansaaraa wayta isaan gara Madiinaa galuu barbaadan Ergamaan Aalamaa(SAW) barsiisaa addaa isaaniif kenne.
โInnis Daa'ii beekkamaa(#Mus'ab_binu_Umeyri) jedhama.
139~Harka Daa'ii beekamaa kanaatti matoolee(Sayyidoota) gosa Banii_Abdil_Ashhal jedhamtuu lamatu harka isaatti Islaamummaa qabate,isaanis;
#Sa'adi_binu_Mu'aazii fi #Useydi_binu_kudeyri jedhamu.
140~Mus'ab ganda #As'ad_binu_Zuraaraa keessa taa'ee Islaamummatti yaamaa ture,hanga ganda san guutuu amantii Islaamaa qabsiisutti.
โพKanaafuu Namni yeroo jalqabaaf Da'awaa eegale mus'ab jechuudha.
141~Ergama Rasuulaa irraa gaafa #wagga_13ffaa Ansaarota irraa Dhiira 73 fi Dubartoonni lamaa Iddoo Hajjiin itti gaggeeffamutti ergama Rabbiitiif waadaa galuuf manaa bahan.
142~Namoonni 73 kunniin iccittiidhaan walakkaa Ayyaamat-tashriiq keessa karaa Aqabaa biratti walgahan.
143~Guyyaa beellama isaanii sanatti Nabiyyiin keenya Ansaarota 73 fi dubartoota lamaan iddoo iccitii isaanii sanatti waadaa galuuf walgahan.
โพWaadaan kunis(#Bey'aa_Aqabaa_Saaniyaa)jedhamti.
Share godhaa๐๐๐
@tafak_or

itti fufa
...Share godhaa๐๐๐
@tafak_or
@tafak_or