#ุณูุฑุฉ_ุงููุจู_ุงูู
ุฃู
ูู
#Seenaa_Rasuulaa
ุงูุญููุฉ 4โฃ1โฃ
#Kutaa___14ffaa
171~Ergamaa Rabbii fi Abuubakris erga goda keessa guyyaa sadi turanii booda goda keessaa bahanii gara madiinaa deeman.
172~Ammas namni Abuubakri gabrummaa irraa isa bite tokkos kan maqaan isaa #Aamir_binu_Fuheyraa jedhamu imala wajjiin eegalee,karaa irrattis isaan tajaajilaa ture.
โNamni karaa madiinaatti isaan qaceelchaa ture #Abdallaah_binu_Ureyqix jedhama,garuu waan nama dinqisiisaa yeroo sana mushrika ture.
173ffaa;
Yeroo #Rasuulli Aalamaa fi #Abuubakri-siddiiq,#Aamir_binu_fuheyraa, akkasuma qajeelchaa karaa #Abdallaa_binu_Ureyqix Imaalaa turanitti wantoota heddutu isaan mudate;
174~Mudannoowwan sana keessaa;
โSeenaa #Suraaqaa_binu_Maalik.
โTikseen Holaa Islaamummaa seenuu.
โSeenaa #Ummu_ma'abad Alkuzaa'iyyaa.
โZubeeyrii fi Xalhaan osoo biyya Shaam irraa galaa jiran Rasuulaan walitti dhufuu.
Itti fufa...
Share godhaa๐๐
@tafak_or