𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
12.1K subscribers
596 photos
23 videos
32 files
2.08K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Arraba👅

"Namni Umrii guutuu hidhamuu haqa godhatu Arraba qofa".
Rabbiin Arraba kenya nu haa tiksu.
#Abdallaah_binu_mas'uud
Join👇
@tafak_or
👌

Gorsaan heddummaate, kan gorfamu garuu baay'ee xiqqate..

👉 Urjiin Islaamaa; Sahaabaan guddaan #Abdallaah binu Mas'uud (Radiyallaahu anhu) jedhamu guyyaa tokko akkana jedhe:👇

"Isin boodaan zamana hayyuun keessa xiqqaatu; gorsaan keessa heedummaatu; kadhattuun garmalee heddummatu; arjaan keessaa dhabamutu dhufuuf deema. Gadaa sana keessa wanti ilma namaa hoogganaa fedhii lubbuuti..."

👇
عبدالله بن مسعود رضي الله عنه.
Imamul Bukaariin kitaaba Adabal-mufrad jedhamu keessatti gabaase.
اخرجه البخاري في الأدب المفرد📚

Share👇
https://t.me/tafak_or