#ุณูุฑุฉ_ุงููุจู_ุงูู
ุฃู
ูู
#Seenaa_Rasuulaa(SAW)
#ุงูุญููุฉ_7โฃ
#Kutaa_7โฃffaa
79~Abuubakri osoo fuulaan gara biyya habashaa garagalee deemaa jiru namni Ibnuddugunnaa jedhamu tokko itti dhufe.
80~#Ibnuddugunnaan kuni Sayyida gosa Qaaraati,Abuubakriin ollaa isaatti galchee,akkana jedheen;
"Deebi'ii makkaan keessatti Rabbii kankee gabbaradhu"jedheen,qureeyshas hin moromnee inuma caldhiste.
81~Abuubakri Amaana ibnuddaginaa jala galuun isaa Gosa Qureeyshaa akka malee dhiphisee ture,Abuu bakri Qurโaana sagalee ol fuudhee qaraโuu eegale.
82~#Ibnuddaginaa kuni abuubakriin yeroo Qurโaana qaraatu sagalee kee akka olin kaasne isaan jennaan,abuubakris ni dide Amaana isaa jalaa bahee adda isaa makka keessa jiraataa ture.
83~Jireenyi makkaa kuni akka malee Rasuulatti hammaannaan,Ergamaan Rabbii(SAW) Ummata #Xaa'if gara Islaamummaatti yaamuuf Miilaan gara Xaa'if deeman.
84~Warri Xaa'if ergamaa Aaalamaatii(SAW) Dhakaadhaan fuulaa fi luka isaa keessa simannaa godhaafii turan,hanga dhiigni miila isaa irraa dhangala'u takka.
85~Ergamaan Rabbii(SAW) haala yaadni fuula isaa jijjiiree jiruun Xaa'if keessaa bahan,hanga bakka #Qarnal-manaazil jedhamtu gahanitti uf beekuu hin dandeenye.
itti fufa....
๐Namni seenaa Rasuulaa hin beekne Ani Rasuula jaaladhaan kijiba.
Share godhaa๐๐๐
@tafak_or