𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
9.24K subscribers
546 photos
20 videos
20 files
1.76K links
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
Muhaadaraan keenya ykn barnoonni Sanbata dhufuu... #laamiyaa Kutaa 6ffaan Wal qabatee:

1) Aqiidaa Howditti amanuu,
2) Baldhinna Howdii Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wasallam) ilaalchisee,
Bifaa fi hafuura bishaan kanaa ?
3) Baay'inna Makarajii/jookii fi kubbaayyaa Howdii Rasuulaa.
4) Howdiin iddoo itti argamu,
5) Nama yeroo jalqabaa Howdii irraa dhugu,
6) Nabiyyoonni hunduu Howdii mataa isaanii qaban moo Nabi Muhammad (Sallallaahu aleyhi wasallam) qofatu qaba ?
7) Namoota Howdii Rasuulaa dhuguu hin dandeenye ykn isaan irratti haraamaa,
8) Warroonni Howdii Rasuulaa irraa hammaaratan eennuun fa'a.
9) Aqiidaan Ahlussunnaa Wal jamaa'aa miizaana keessatti maal jetti ?
10) Howdiin Kuni waan amma jiraati moo hin jiru ?
11) Howdiin hin jiru warri jedhu eennu fa'i ?
12) Miizaanni guyyaa qiyaamaa jiraachuu Ragaan qur'aanaa fi Hadiisarraa maali ?
13) Miizaanni Gurraa fi arraba qabaan dhugaadhaa ?
14) Miizaana tokko qofa moo heddutu jira guyyaa sana ?
15) Guyyaa sana maaltu mazzanama ?
Abbaa dalagaati moo, dalagaa isaati moo, galmee dalagaa isaati ?
16) Kan mazzanamu ulfaatinna keeti moo, ulfaatinna kiiloo keetiiti ?
Ragaa qabdaa ?
17) Dalagaan Kuffaaraa mazzanamtii ?
18) Warri Miizaanni qiyaamaa hin jiru jedhu eennu ? maaf akkasitti mormo ?
19) Warra miizaanaan Wal qabatee si morman akkamitti keessummeessuu dandeessa ?

Kun hunduu 👇
وأقر بالميزان والحوض الذي
أرجوا بأني منه ريا أنهل.....
20) Waa'ee Siraaxaa irraa...

👉#Deebiif....Wal argaan keenya Sanabata dhufu galgala sa'aatii 3:00 irratti #Live haa tahu.

Share👇
https://t.me/tafak_or
Assalamualaikum warahmatullaahi wabarakaatuh Maatii #Tafakkur hundaaf... galgala hardhaa Kitaaba #Laamiyaa kan sheeka beekkamaa ifaa addunyaa kanaa tahe, hayyuu hayyummaa isaa addunyaan ragdeef Kitaaba sheekul Islaam #Ibnu_Teymiyaa waan goolabnuuf irratti akka argamtan kabajaadhaan isin gaafadha....
Yeroon galgala sa'aatii 3:booda kallattii live nu eegaa....

Share👇
https://t.me/tafak_or