Jiruu kankee keessatti namoota goonkumaa ati uf biraa dhabuu hin qabne(people you should never lose in your life);
๐ค~Nama yeroo aarii keetii si danda'e.
๐ค~Bakka ati isa bira hin jirretti nama sirraa falmate
( a person Who defended you while you were absent ).
ู ู ุฏุงูุน ุนูู ูุงูุช ุบุงุฆุจ.
๐ค~Nama yeroo ati yaada keessa seente si gammachiise
( a person who makes you happy while you are concerned).
ู ู ุฃุณุนุฏู ูุฃูุช ู ูู ูู .
๐ค~Nama iddoo ati injifatamtetti siif tumse(a person who is your support while you are defeated).
ู ู ูุงุตุฑู ูุฃูุช ู ุบููุจ.
๐ค~Nama amantaa guutuu sirra godhate( a person who puts his full confidence in you).
ุฅูุณุงู ูุถุน ููู ูุงู ู ุซูุชู.
๐ค~Nama yeroo kamuu beellama kee siif guute.
ุฅูุณุงู ููู ูู ุจุงููุนุฏ.
๐ค~Nama sujuuda keessatti si yaadate.
ุงูุณุงู ูุฐูุฑู ูู ุณุฌูุฏู.
๐ค~Nama yeroo ati haala hamaa keessa jirtu si moggaa dhaabate.
Share godhaa๐๐๐
By;#Abulmansuur(ibraahim Eda'oo).
@tafak_or
@tafak_or
#Seensa_Ramadaanaa
โช~ Seensa #Ramadaanaatiin: Balbaloonni jannataa ni banamu, kan Azaabaa ni cufamu, mata_jabeeyyiin sheeyxaanaa ni hidhamu.
โช~ #Baatiin_Ramadaanaa Gabayaa mu'umintootaati.
โช~ #Baatii Rabbiin Qurโaana isii keessa buusuun baatiiwwan hundaarraa adda ishee godhe.
โช~ #Baatiin_Ramadanaa Arkaana Islaamaa kan Amantiin namaa isa malee hin dhaabanne keessaa tokko.
โช~ Namni Waajibummaa #Baatii_Ramadaanaa beekee morme waliigaltee ulamaa'ii muslimtootaatiin kaafira.
โช~ #Baatii kaafirtootaa fi muslimoota, Warra Sodaa isaa qabuu fi fujjaartota addaan footu.
โช~ #Ramadaanni Gingilchaa fayyaa Iimaanaati.
โช~ #Baatii tanaan namni Islaamummaa dhugaa qabus namoota biroo irraa beekkama.
โช~ Ergamaan Rabbii (SAW) seensa isaatiin sahaabota gammachiisaa turan.
โช~ Ergamaan Rabbii (SAW) Baatii tanaan #baatii_Obsaa (sabrii) jedhaanii moggaasan.
โช~ Baatiin Ramadaanaa #Baatii_walqixxummaati. Baatii hiyyeessaa fi dureessillee Rabbiif jecha beelahuu keessatti walqixxaatu.
โช~ #Baatii isa keessa Rizqiin mu'umintootaa dabalamtu.
โช~ #Soomni leenjii qaamaatiifii ibaadaati.
โช~ Rabbiin #Baatii_Ramadaanaa bu'aa diinii fi diinagdee ilma namaatiif malee karaa hin goone.
โช~ #Soomni_Ramadaanaa Gosa Jihaadaa keessaa tokko. Qabsoon guddoon lubbuu ufiirratti qabsaa'uudha.
โช~ #Soomni wantoota fayyaa qaama keenyaatiif oolan keessaa tokko.
โช~ Wanti hunduu #Zakaa qaba Zakaan qaamaa sooma jedhan.
โช~ Namni Sooma soomu gammachuu lama qaba (2):
โGammachuun takka yeroo sooma furu.
โGammachuun takka immol Guyyaa Rabbii isaatiin walgahuu.
@tafak_or
Rabbiin Guddaan Ramadaanaan nu haa gahu.
By: #Abulmansuur(Ibraahim)
Join๐
@tafak_or
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

#Dammaqi_kuni_Aqsaadhaa bar!!( Wake up, this is Al_AQSA!)
ุงุณุชููุธุ ูุฐุง ูู ุงูุฃูุตู!!
โซ #Aqsaa jechuun, dachee nuti beeknu sana osoo hin taane, dachee qulqulleeffamtuu, dachee barakaa tan Rabbiin isii qulqulleessee bar.
โซ #Aqsaa jechuun, Dachee Rabbiin Qurโaana keessatti isii dubbate sanii!.
( This is the land that Allaah mentioned in the Qur'an ).
โซ #Aqsaa jechuun, lafa dachee tanarratti masjidni 2ffaadhaa irratti ijaarame sanii bar!(This is the land on which the second Masjid on earth was build).
โซ #Aqsaa jechuun, dachee salaanni takkattiin isii keessatti salaatamtu salaata kuma tokkotti madaalamuu bar!(This the land on which one prayer is equal to 1000 prayers ).
โซ #Aqsaa jechuun, dachee Ergamaan Aalamaa SAW ishee irraa gara Jannataa Rabbii keennaan walqunnamuuf ol koree bar! (This is the land from which the Messenger SAW taken up to the heavens to meet Allah SW).
โซ #Aqsaa jechuun, Dachee ergamaan Aalamaa SAW ishee irratti Anbiyoota hundaan Imaama ta'ee bar! (This is the land on which the the messenger (SAW) lead All the prophets in prayer ).
โซ #Aqsaa jechuun, Dachee ka'abaa dura naannoo baatii 16 qiblaa teenna taatee, fuulaan itti garagallee salaataa turree bar!(This is the land we faced in prayer for 16 month before the kaabah).
โซ #Aqsaa jechuun, Dachee malaa'ikaan Rabbii kooluu isaanii irra diriirsanii bar!
โซ #Aqsaa jechuun, Dachee ergamaan Aalamaa SAW kubbaayyaa farsoo didanii kubbaayyaa Aananii ishee irratti fudhatanii bar!, osoo kubbayyaa farshoo sana dudhatanii silaa ummanni hunduu ni jallata ture.
โซ#Aqsaa jechuun, Dachee Nabiyyallaahi Iisaan (AS), Dajjaalii badaa hamaa sana keessatti ajjeesuu bar!
โซ#Aqsaa jechuun, dachee Abbaan keenna Nabiyyallaahi Ibraahim AS irra quphatee bar!
โซ#Aqsaa jechuun, Dachee Nabiyyallaahi muusaan (AS) ollaa isiitti du'uuf hawwaa ture sanaa bar!
Dachee tana jaalachuun qofti Rabbii keetitti si kaleessiti!!
Dachee tana ganuun Rabbiif Rasuula ganuudha.
โซDachee akkanaa tana akka nuti gadi dhiisnuuf yaadaa jiran, mee sammuuttuu ni yaadamaa !?
Filisxeemonni bar "#Dachee_teenna_tana_osoo_tikfannu_duuna" wanti jedhaniif wantoota armaan olii waan beekaniif.
#Yaa_Rabbi_tumsa_kee!
By #Abulmansuur

๐ฐQurโaana
โ Qurโaanni kalaama/ jecha Rabbiiti.
โ Ministeera zikiriiwwaniiti.
โ Beekkumsa ija keessaa namaa banutu isa keessa jira.
โ Naamusa gaarii irraa baratta.
โ Gorsa qalbii jiisu irraa fayyadamta.
โ Jechamoota furtuu beekkumsaa ta'an keessaa funaannatta.
โ Qurโaanni jecha dhugaati.
โ Qurโaanni murtii haqaati.
โ Namni qajeelluma isaan malee barbaade dhugaa ni jallata.
โ Namni karaa isaa malee karaa biroo seene karaa irraa mucucaata.
Namni karaa isa hordofe karaa qajeelaa irra ejjata.
By #Abulmansuur
Namni Qurโaana jaalattan #share godhaa.

#Dhugaan_kee_guddaadha!
เผSamiillee torban biras ol dabree...#Sidratal-muntahaa dhaqqabee!
เผ Ergasiis gara dachee bareedduu tanatti ergaa guddaa qabatee nuttiin deebi'e!.
เผKophee ufii suphata!.., Reโee๐ ๐๐๐๐๐๐ elmata.
เผMiskiinaa fi dadhabaa wajjiin saanii takka keessaa nyaata!.
เผOsoo gara samiitti olin bahiniin durattis nama guddaa ture...erga gara dachee gadi bu'es guddinnuma sanarra ture!.
Guddaadha garuu uf hin jaju malee!.
Jabaadha ufin dhaadu malee!.
ุจุฃุจู ุฃูุช ูุฃู ู ูุง ุฑุณูู ุงููู โค
#Sallallaahu_Aleyhi_wasallam
By #Abulmansuur
Namni Rasuula jaalattan hunduu Share godhaa๐

#Mowlid๐ซ
โฌAkkauma beekkamu guyyoota muraasa booda Ayyaanni mowlida jedhamu Baatii Rabi'alawwal keessa gaafa guyyaa 12 namoota tokko tokkoo fi biyyoota tokko tokko keessatti ni kabajama, nutis waa'ee Ayyaana kanaa ilaalchisee ibsa gabaabaa fi gahaa taโe isiniif qooheessinee jirra...nu hordofaan dhaamsa keenya.
#Kutaa_1ffaa #Madda_Ayyaana_mowlidaa jedha.
Kutaan kun boqonnaa gaggabaaboo hedduu jalatti qabata;
1ffaa; Biyyoota yeroo jalqabaatiif Ayyaana kana kabajaa turan.
2ffaa; Mootummoota keessaa namoonni ayyaana kana kabajan jiruu ?
3ffaa; Ibsa gabaabaa waa'ee mootummaa "The Fatimid's" ุงููุงุทู ููู jedhamuun walqabatee.
4ffaa; Hayyoonni Islaamaa waa'ee mowlidaan walqabatee maal jedhu laata ?
5ffaa; Ragaa ifagalaa Ayyaanni kuni baqqa'uu dhabuun walqabatee.
6ffaa; Gaafiilee tokko tokko warroota Ayyaana kana Ayyaanteffataniif.
7ffaa; Dhiibbaa inni Amantii Islaamaa keessatti qabu.
By #Abulmansuur
#Itti_fufa
Join๐
@tafak_or
https://t.me/tafak_or
โฌAkkauma beekkamu guyyoota muraasa booda Ayyaanni mowlida jedhamu Baatii Rabi'alawwal keessa gaafa guyyaa 12 namoota tokko tokkoo fi biyyoota tokko tokko keessatti ni kabajama, nutis waa'ee Ayyaana kanaa ilaalchisee ibsa gabaabaa fi gahaa taโe isiniif qooheessinee jirra...nu hordofaan dhaamsa keenya.
#Kutaa_1ffaa #Madda_Ayyaana_mowlidaa jedha.
Kutaan kun boqonnaa gaggabaaboo hedduu jalatti qabata;
1ffaa; Biyyoota yeroo jalqabaatiif Ayyaana kana kabajaa turan.
2ffaa; Mootummoota keessaa namoonni ayyaana kana kabajan jiruu ?
3ffaa; Ibsa gabaabaa waa'ee mootummaa "The Fatimid's" ุงููุงุทู ููู jedhamuun walqabatee.
4ffaa; Hayyoonni Islaamaa waa'ee mowlidaan walqabatee maal jedhu laata ?
5ffaa; Ragaa ifagalaa Ayyaanni kuni baqqa'uu dhabuun walqabatee.
6ffaa; Gaafiilee tokko tokko warroota Ayyaana kana Ayyaanteffataniif.
7ffaa; Dhiibbaa inni Amantii Islaamaa keessatti qabu.
By #Abulmansuur
#Itti_fufa
Join๐
@tafak_or
https://t.me/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf
#Naafsiyaa
โพWanti lubbuu teenna caala lugaamatti hajamaa hin jiru.
๐Nafsiyaan tee yoo lugaamtee hin qabin qiletti si gatti!.
#Abulmansuur

#Hunda_hin_beekan!
โพWantoota tokko tokko wallaaluun kankee qananii mallaqaan hin madaalamne.