๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
10.2K subscribers
551 photos
21 videos
21 files
1.85K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
Suuraan sababa isii dubbisuutiif Umar binu Kaxxaab Islaamummaa seenee suuraa tami______?
Anonymous Quiz
21%
A) Suuraa Baqaraa
21%
B) Suuraa Mariyam
59%
C) Suuraa Xaahaa
โœ Gadaa tana keessa barreeffama keennaafuu guard/Eegdota barbaachisee jira...
Jecha takka yoo ati dubbatte namni hiika dhibba takka itti kenna... dhugaa wardiyyaa barreeffama koo qofa naa eegu qacaruun barbaada...
inbox na dubbisaa... ๐Ÿ˜

@tafak_or
แŠ แŠ•แ‹ณแŠ•แ‹ด แˆแ‹ตแˆญ แˆ‹แ‹ญ แŠฅแŠ› แˆแŠ•แˆแˆแŒˆแ‹ แŠฅแŠ“ แˆแŠ•แˆ˜แŠ˜แ‹ แŒˆแ…แ‰ณ แ‰ฃแ‹ญแŠจแˆฐแ‰ต แ‹ˆแ‹ญแˆ แ‰ฃแ‹ญแˆ†แŠ•แˆแŠ• แ‹แˆตแŒฃแ‰ฝแŠ• แ‹จแŠแ‰ แˆจแ‹แŠ• แ‰ณแˆ‹แ‰แŠ• แ‹จแŒˆแ…แ‰ณแ‹แŠ• แˆ€แ‹ญแˆ แ‹แˆตแŒฃแ‰ฝแŠ• แ‹แˆตแŒฅ แˆ›แ‰†แ‹จแ‰ณแ‰ฝแŠ• แ‰ แˆ†แŠ แŒŠแ‹œ แŠจแˆแŠ•แˆแˆแŒˆแ‹ แ‹แˆ‹แˆ› แ‰ แˆ‹แ‹ญ แŠฅแŠ•แ‹ตแŠ“แŒˆแŠ แ‹ญแˆจแ‹ณแŠ“แˆ

So แˆ‹แ‰ฐแˆ…แ‹˜แŠ• ๐Ÿ‘
https://t.me/tafak_or
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
โœ Chaanaalli #Tafakkur miseensota 4700 ol qaba. miseensonni keenna hunduu osoo nama 1 qofa add godhanii ykn nama tokko affeeranii namoonni keeyrii tana saamatan meeqa tahu....!?
โœ Waan ufii jaalattan obbolaa keessaniifis jaaladhaa....

https://t.me/tafak_or
โœ Rasuulli keenya SAW Erga ergamtoonni yeroo dheeraaf addaan citanii; erga wallaalli dachee tana dhaale; erga dukkanti wallaalaa ifnana beekkumsaa dhaamsitee booda; gadaa ummanni akka qorsoo bichaannitti naqamtee addaan faffaca'e keessa ergaman. ๐Ÿ‘‡

โœ Erga Nabiyyiin qajeellumaa; ergamaan Rahmataa Kuni dhufee booda ummanni diinaa bareedaa kanaan badhaadhe.. ๐Ÿ‘‡
โœ Osoo meeqa jibbu; osoo meeqa garaan baasu; osoo hedduun isaanii waanyoof mataan dhukkubu islaamummaan mataa ol qabatte.... ๐Ÿ‘‡
ู‡ููˆูŽ ุงู„ู‘ูŽุฐููŠ ุฃูŽุฑู’ุณูŽู„ูŽ ุฑูŽุณููˆู„ูŽู‡ู ุจูุงู„ู’ู‡ูุฏูŽู‰ ูˆูŽุฏููŠู†ู ุงู„ู’ุญูŽู‚ู‘ู ู„ููŠูุธู’ู‡ูุฑูŽู‡ู ุนูŽู„ูŽู‰ ุงู„ุฏู‘ููŠู†ู ูƒูู„ู‘ูู‡ู ูˆูŽู„ูŽูˆู’ ูƒูŽุฑูู‡ูŽ ุงู„ู’ู…ูุดู’ุฑููƒููˆู†ูŽ
โœ Booda islaamummaan mudhattee dachee tana bahaa fi dhiha geette; ummanni islaamaas tokkummaadhaan amantii kana qabatanii turan. Qalbiin isaanii karaa diriiraa kana irratti ijaaramtee...; waljaalattee; qaama tokko taatee deemaa turte...๐Ÿ‘‡
โœ Rasuula keenna boodas, bakka bu'oonni isaa/Kulafaa'onni islaamaa karaa kana qabatanii, qarriffaan ciniinanii waggaa dheeraaf Irra deemaa turan... ๐Ÿ‘‡
โœ Yeroo dheeraa booda fitnaan/dhibdeen Rasuulli gidduu keessanitti buuti jedhan Suni ni buute.... ๐Ÿ˜ญ....

#itti_fufuu_laata...?!

share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
Warroota Mรญidiyaa hawaasaas ta'ee page dhuunfaa isaanii fayyadaman hundaan naa gahaa....๐Ÿ‘‡

โœ Hundi keessanuu #social_media irra kan turtan yeroo gabaabaadhaaf. Guyyaan ati warra text/barreeffama isaanii dubbisaa jirtu kana uf biraa dhabdus dhufuun isaa waan hin oollee itti nyaadhuu dhugi... ๐Ÿ˜ข
‏ูƒู„ู†ุง ููŠ ูˆุณุงุฆู„ ุงู„ุชูˆุงุตู„ ุชูˆุงุฌุฏู†ุง ู…ุคู‚ุช
‏   ุชุฃูƒุฏ ุฃู†ู‡ ุณูŠุฃุชูŠ ุงู„ูŠูˆู… ุงู„ุฐูŠ ู„ู† ุชุฌุฏ
‏ููŠู‡ ุงู„ุฐูŠู† ุชู‚ุฑุฃ ู„ู‡ู… ุงู„ุฃู† ..๐Ÿ‘‡

โœ Karaa keessa dabraa jirtu kana suutuma deemi mee..!,
๐Ÿ‘‰ Qoreen hedduun karaa kana keessa jiraachuu danda'aa amala kee bareechifadhu!,
๐Ÿ‘‰ jechaan nama hin miidhin!,
๐Ÿ‘‰ arraba keen daangaa namatti hin dabrin..!
๐Ÿ‘‰ waan waggaa dheeraa addunyaa kanarra jiraattu seetee namarratti uf hin tuulin..!
๐Ÿ‘‰ like fi comment namni sii kennuun hin dagamin...!
๐Ÿ‘‰ jechaa fi gocha fokkataa page Kee irratti dhiistee addunyaa kanarraa hin godaanin...!
๐Ÿ‘‰ bakka hin taanetti, akka sirraa hin bareennetti hin muldhatin...!
Gaariin ati barreessitee bira kutte; dhaamsi gaggaariin ati namaaf laatte; hagam takka akka nama fayyadu hardha osoo hin taane boru kan beekuu dandeessu....
Kanaafuu uf duubatti waan gaarii dhiisii deemi....!
#Dhiifama_naaf_godhaa...
๐Ÿƒ๐Ÿ•Š
Share ๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
โœ Balballi keeyrii tokko yoo isiniif saaqame daddafaa itti ariifadhaa... yoom akka cufamu waan hin beekneef....
โœ Jannata keessa amantii tokko qofatu jira... Ibidda keessatti immoo amantii heddutu walitti qabama...
โœ Hijraa Rasuulaa irraa maal qayyabattan Mee naaf bareessaa____?



comment
#Yaadadhu.... ๐Ÿ˜ข

Ijoollee... Islaamummaan tuni akka akkanatti bareeddee isin bira geettuuf bar....!
ู‡ุฐุง ุงู„ุฏูŠู† ูƒูŠ ูŠุตู„ูŽ ุฅู„ูŠูƒุ›

โœ Fuula kabajamaa... fuula bareeda Ergamaa aalamaatti (SAW) tufamee jira...!
โœ Abuu Bakriin (Radiyallaahu anhu) kopheedhaan akka dhoqqeetti dachee irratti dhiitamee jira ...!,
โœ Mus'ab binu Umeyri nyaataa fi dhugaatii irraa lagamee... gogaan qaama isaa irraa quunca'ee akka bofni qola isaa keessaa bahu sanatti irraa bahee jira...!
โœ Islaamummaa tanaaf bar...Bilaal (Radiyallaahu anhu) haadni morma isaatti godhamee... ijoolleen gabayaa keessa olii gadi harkisaanii turte....! ergasii aduu keessatti dhakaan dugda isaa irratti baachifamee azzabamaa tureera...!
โœ Ijoolle... islaamummaan tuni nu haa geettuuf bar... Kabbaab binu Aratt ibiddaan gubamaa ture...
Jarana... amantiin Kuni qaaliidha... wareegama lubbuu namoota hedduu booda nutti dhaqqabe... maaf itti qoosna... maaf akkanatti laaffisna garuu.....! ๐Ÿ‘Œ

share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
ุงู„ุญู…ุฏ ู„ู„ู‡

แŠ แŠ•แ‹ณแŠ•แ‹ด แŠ แˆ‹แˆ… แŠแŒˆแˆฎแ‰ฝแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‹ซแˆตแ‰ฐแŠซแŠญแˆ แ‰ แˆ˜แˆˆแˆ˜แŠ• แŠฅแŠ•แŒ แˆ˜แ‹ตแŠ“ แˆˆแˆฐแˆซแ‹ แˆแˆ‰ แŠฅแˆฑแŠ• แˆ›แˆ˜แˆตแŒˆแŠ•แŠ• แŠฅแŠ•แˆจแˆณแ‹‹แˆˆแŠ•!
แ‹จแˆˆแˆ˜แŠ•แŠจแ‹แŠ• แˆตแ‰ณแŒˆแŠ แŠ แˆ‹แˆ…แŠ• แŠ แ‰ตแˆญแˆณแข

https://t.me/tafak_or
2 แŠฎแˆญแˆถแ‰ฝ

แŠแ‰ฅแˆตแˆ…; แ‰ แ‹แŠแ‰ต แŠซแˆแ‰ฐแŒ แˆ˜แ‹ตแŠญ แ‰ แ‹แˆธแ‰ต แ‹ญแ‹ญแ‹แˆƒแˆแข แˆแ‰ฅแˆ…; แ‰ แŠ แˆ‹แˆ… แแ‰…แˆญ แŠซแˆ‹แ‹ฐแˆจแŒ‹แ‰ฝแˆแ‰ต แ‰ แแŒกแˆญ แแ‰…แˆญ แ‰ตแŠ–แˆซแˆˆแ‰ฝ แŠฅแŠ“ แ‹ญแˆ… แ‹จแ‰ฐแˆจแŒ‹แŒˆแŒ  แŠฅแ‹แŠแ‰ณ แŠแ‹แข แˆแˆ‹แˆต แŠ แˆ‹แˆ…แŠ• ; แ‰ แˆ›แˆตแ‰ณแ‹ˆแˆต แŠซแˆ‹แˆตแŒจแŠแ‰€แˆ… แ‰ แŠฅแˆญแŒแŒฅแˆ แ‰ แŠจแŠ•แ‰ฑแŠแ‰ต แ‹ญแ‹ญแ‹แˆƒแˆแข

แˆตแˆˆแ‹šแˆ… แŠจแˆแˆˆแ‰ฑ แŠฎแˆญแˆถแ‰ฝ แŠ แŠ•แ‹ฑแŠ• แˆˆแˆซแˆตแˆ… แˆแˆจแŒฅ ๐Ÿ‘
https://t.me/tafak_or
#Aaamiin_jedhaa...๐Ÿ‘‡

Yaa Rabbi.....;๐Ÿคฒ
๐Ÿ‘‰ Baldhinna isa booda dhiphinni hin jirre...
๐Ÿ‘‰ Durummaa boodaan hiyyummaa namatti hin finne,
๐Ÿ‘‰ Gammachuu isa boodaan gaddi hin jirre Rabbiin nuuf haa kennu.
Yaa Rabbi.... ๐Ÿคฒ
๐Ÿ‘‰ Si malee namatti nun hajamsiisin...
๐Ÿ‘‰ Ba'aa nuti hin dandeenye nun baachisin...
๐Ÿ‘‰ Namarrattis ba'aa nun taasisin...
๐Ÿ‘‰ Durummaa teetiin harka nama biroo Jala nun qabachiisin...
Yaa Rabbi....;๐Ÿคฒ
๐Ÿ‘‰ Keessi keenna du'uu...
๐Ÿ‘‰ boqonnaa dhabuuu..
๐Ÿ‘‰ galgalli keenna fokkatuu...
๐Ÿ‘‰ katmiin teenna baduu..
๐Ÿ‘‰ Duniyaan nu dhibuuu...
๐Ÿ‘‰ nafsiyaan dhama'uu...
๐Ÿ‘‰ malli nu harkaa baduu...
๐Ÿ‘‰ duniyaa argannee Aakiraa dhabuu nuuf didi yaa Allaah..

Aaamiin Yaa Allaah

share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or
โœ Ilma namaa wajjiin akkamitti obsitee jiraachuu dandeessa....?!



hordofaa....
Afaan Arabaatiin namni abbaan xiqqeenyatti irraa dabre Yatiima yoo jedhame... kan haati irraa duutee aanaan nama biraatiin guddate hoo maal jedhama_____?
Anonymous Quiz
18%
A) Miskiina
24%
B) Yatiima
42%
C)Laxiima
16%
D) Ajjiyyii