โ #Yaadadhu ๐
Yeroo Hirribaaf gara firaasha keetii deemtu seenaa sahaabaa kanaa yaadadhu ;
"Sahaabichi kuni (Radiyallaahu Anhu) warra jannataa tahuu isaa Rasuula keenyatu (SAW) Ragaa baheef. Kan jannata badhaafames dalagaa guddoo siinqeffateen osoo hin taane, yeroo hirribaaf deemu guyyaa tokko qalbii isaa keessatti jibbaa nama tokkoo qabatee bulee hin beeku, onneen isaa jibbaa fi waanyoo namaa irraa bilisa".
#Qalbii_bilisoomte!
Follow me๐
https://t.me/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://t.me/Ibrahim_92taf

#Yaadadhu.... ๐ข
Ijoollee... Islaamummaan tuni akka akkanatti bareeddee isin bira geettuuf bar....!
ูุฐุง ุงูุฏูู ูู ูุตูู ุฅูููุ
โ Fuula kabajamaa... fuula bareeda Ergamaa aalamaatti (SAW) tufamee jira...!
โ Abuu Bakriin (Radiyallaahu anhu) kopheedhaan akka dhoqqeetti dachee irratti dhiitamee jira ...!,
โ Mus'ab binu Umeyri nyaataa fi dhugaatii irraa lagamee... gogaan qaama isaa irraa quunca'ee akka bofni qola isaa keessaa bahu sanatti irraa bahee jira...!
โ Islaamummaa tanaaf bar...Bilaal (Radiyallaahu anhu) haadni morma isaatti godhamee... ijoolleen gabayaa keessa olii gadi harkisaanii turte....! ergasii aduu keessatti dhakaan dugda isaa irratti baachifamee azzabamaa tureera...!
โ Ijoolle... islaamummaan tuni nu haa geettuuf bar... Kabbaab binu Aratt ibiddaan gubamaa ture...
Jarana... amantiin Kuni qaaliidha... wareegama lubbuu namoota hedduu booda nutti dhaqqabe... maaf itti qoosna... maaf akkanatti laaffisna garuu.....! ๐
share๐

Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM