๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
9.63K subscribers
549 photos
20 videos
20 files
1.8K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Yอกอœaอกอœaอกอœdอกอœaอกอœdอกอœhอกอœuอกอœ

‏_" ุฃู†ุณู‰ ู…ุง ุชุดุนุฑ ุจู‡ุŒ ุชุฐูƒุฑ ู…ุง ุชุณุชุญู‚ู‡."
เผ† ยซ ๐…๐จ๐ซ๐ ๐ž๐ญ ๐ฐ๐ก๐š๐ญ ๐ฒ๐จ๐ฎ ๐Ÿ๐ž๐ž๐ฅ, ๐ซ๐ž๐ฆ๐ž๐ฆ๐›๐ž๐ซ ๐ฐ๐ก๐š๐ญ ๐ฒ๐จ๐ฎ ๐๐ž๐ฌ๐ž๐ซ๐ฏ๐žยป.
@tafak_or
#Yaadadhu.... ๐Ÿ˜ข

Ijoollee... Islaamummaan tuni akka akkanatti bareeddee isin bira geettuuf bar....!
ู‡ุฐุง ุงู„ุฏูŠู† ูƒูŠ ูŠุตู„ูŽ ุฅู„ูŠูƒุ›

โœ Fuula kabajamaa... fuula bareeda Ergamaa aalamaatti (SAW) tufamee jira...!
โœ Abuu Bakriin (Radiyallaahu anhu) kopheedhaan akka dhoqqeetti dachee irratti dhiitamee jira ...!,
โœ Mus'ab binu Umeyri nyaataa fi dhugaatii irraa lagamee... gogaan qaama isaa irraa quunca'ee akka bofni qola isaa keessaa bahu sanatti irraa bahee jira...!
โœ Islaamummaa tanaaf bar...Bilaal (Radiyallaahu anhu) haadni morma isaatti godhamee... ijoolleen gabayaa keessa olii gadi harkisaanii turte....! ergasii aduu keessatti dhakaan dugda isaa irratti baachifamee azzabamaa tureera...!
โœ Ijoolle... islaamummaan tuni nu haa geettuuf bar... Kabbaab binu Aratt ibiddaan gubamaa ture...
Jarana... amantiin Kuni qaaliidha... wareegama lubbuu namoota hedduu booda nutti dhaqqabe... maaf itti qoosna... maaf akkanatti laaffisna garuu.....! ๐Ÿ‘Œ

share๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or