➛ #Yaadadhu 👇
Yeroo Hirribaaf gara firaasha keetii deemtu seenaa sahaabaa kanaa yaadadhu ;
"Sahaabichi kuni (Radiyallaahu Anhu) warra jannataa tahuu isaa Rasuula keenyatu (SAW) Ragaa baheef. Kan jannata badhaafames dalagaa guddoo siinqeffateen osoo hin taane, yeroo hirribaaf deemu guyyaa tokko qalbii isaa keessatti jibbaa nama tokkoo qabatee bulee hin beeku, onneen isaa jibbaa fi waanyoo namaa irraa bilisa".
#Qalbii_bilisoomte!
Follow me👇
https://t.me/tafak_or

Telegram
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍
قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام.
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf👇
https://t.me/Ibrahim_92taf