๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ
12.2K subscribers
613 photos
25 videos
32 files
2.11K links
๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ
ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู….
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐Ÿ‘‡
https://t.me/Ibrahim_92taf
Download Telegram
#Oduu gammachiisaaโ€ผ

Obboleewwan tantee wantoota armaan gadiitiin gammachiisuu qabda;

โžŠffaa;namni obboleessa isaa waan isa gammachiisa jedhee yaadu wahiitiin isa gammachiise Rabbiin guyyaa qiyaamaa isa gammachiisaa.
โž‹ffaa;Irra caaltuun sadaqaa waan baratte obboleessa kee kan muslimaa barsiisuudha.
โžŒffaa;Namoota rabbiif jecha wal jaalatan Rabbiin gaaddisa isaa jalatti isaaniif gaaddiseessa.
โžffaa;jannata keessa fooqitu jira,eennuufโ‰
โœ”Nama haasawa gaarii haasaweef.
โœ”Nama nyaata nama nyaachiseef.
โœ”Nama yeroo ilmi namaa rafu dhaabbataa buleef.
โžŽffaa;mahriin huural-eynii jannataa masjida ijaaruu fi mukuu baasuudha.
โžffaa;ergamaan Rabbii(SAW) namicha jannata keeysa oliigadi gaggaragalu argan,sababa mukattii muslimtoota azaa gootu karaa irraa mureef qofa!.
โžffaa;Rabbiin gabarran isaa gaggaariidhaaf jannata keessatti waan takkaa qalbii ilma namaa irraa hin yaane qopheesseefii jira.
โž‘ffaa;Namni qallaba maatii isaatiif kennu rabbirratti herreegate sadaqaa isaaf taati.
โพffaa;Namni rizqiin isaa akka isaaf baldhifamtu barbaade rahima isaa haa sufatuu.
Itti fufa...
@tafak_or
@tafak_or
#Oduu_Gammachiisaa

Kitaabni "#Iccitii_Dhaloota_Qubee " jedhu kan Tarbiyaa Islaamaa irratti xiyyeeffatu, kan Abdii guddaa namatti horu, akkasuma kan haala qabatamaa dhaloonni lafaa dhufaan amma keessa jiruu fii haala yeroo ammaa Biyyoonni Islaamaa keessa jiraniin walgalu, bu'aa bahii hedduu booda maxxanfamee hawaasa isaa bira gahee waan jiruuf irraa fayyadamaan dhaamsa keenya.
Akkasuma Gaafa guyyaa #20_9_2013 /Jum'aa magaalaa Hasaasaa Masjida guddaa Aalimni keenya guddaan H/Yuusuf Ciroo itti barsiisanitti, Hayyootaa fi Ulamaa'ota gurguddoon erga eebbifamee booda Gabayaa irra ni oola.
Bakka Argitanitti Irraa fayyadamaa.

Barreessaan Dargaggoo
#Ibraahim_Eda'oo
(Abulmansuur)
Share๐Ÿ‘‡
@tafak_or
#Oduu_gammachiisaa
Maatii Tafakkur hundaaf...

โœ Ethiopia irraa gara #Belarus irraa gara
Germany gara
Poland gara
England deemuu namoonni barbaaddan seeraan if qopheessaa...!
akkasuma Ethiopia irraa gara #Greek Greek irraa
Germany
USA
UK ykn England namoonni guyyaa 10 keessatti deemuu barbaaddan qofti uf qopheessaa...
#Hubachiisa :Kafaltiin isaa erga waa hundi dhumatee biyya sana seente... ykn galgala bararaaf kaatu sana kaffalama...
passport fi Suuraa qofa barbaachisa
#Carraan_yeroo_hunda_hin_deebitu....

Seenaa๐Ÿ‘‡
https://t.me/qube_ee