Sanyii Guddataa
174K subscribers
13.2K photos
191 videos
449 files
13.2K links
Download Telegram
Aaga dhaga'aa

Jiraattota magaalaa Naqamtee fi naannoo ishee maraaf

Dhalootaaf Art production niin barattoota isaa marsaa jalqabaa bifa bareedaa ta'een barsiisee xummursiisee eebbaaf guyyaa qabatee jirra.
.
Guyyaa 21-4-2016
Bakki M/B/JIITUU
sa'a 7 irraa eegalee
.
Saganticha irrattis qophiilee kanneen akka
#_1_Tiyaatira :-mata dureen isaa "EKERAA" jedhu kan namoota ciccimoo kanneen akka daadhii tamiruu, Haftee Baqqalaa mubaari alii. jedhamaniin kan barraa'e taatoowwan qaqqaalii dhalootaaf oomishtee fi daarikteerota akka naqamteetti fi godinaalee oromiyaa gara garaa irratti hojjechuu maadaallii hin qabnee Fedhii Taye Garramoo Ab fi Lemi Admasu tiin.kan qajeelfame gaafas nii agarsiifama
#_2_Subbisa.
#_3_Modeling
#_4_Walaloo
#_5_Maayimikii
#_6_Sirbaa fi qof dubbii
Qabannee isiniif dhufaa jirra !
.
Maarrree egaa aartiif aantii irraa hin hafan jedhu Yeroo fi bakka isaatti nuuf kottaan affeerraa keenya. @segnigudeta