Sanyii Guddataa
190K subscribers
15.1K photos
221 videos
475 files
14.1K links
Download Telegram
#Hubannoof/Understanding

#Gaafii lamaa irratti #yaada keenu barabaada #namoota hedduu irraa #Inbox keessan na qaqqabaa jiru keessaa isan guddaa.

1ffaa. Gaaffiin qormataa Baankii daldala Itoophiyaa #Aptitude moo #Course dha..? Yeroo dheeraaf qormataa aptitude akka qora turee bekkamaadha garuu yeroo dhiyootti asi Course eegale jira barattoota #Inginariingii dhiyoo qormataa fudhatanii irraa quluqulessaa. Kanaafuu kan murteessuu isiin ani itti gafatamumamaa hin fudhadhu.

2ffaa. Namoota #online galmeessuu danda'aan maaf #maxxansuu dhiftee

Wanan #taajjabee irraa galmee #galmeessuuf qofaf maaf qarshii hangaa 300 barabaachiisa namonni hangaa qarshii 50 qofa galmeessuu dandessan jedhe #maxxansaa ture garuu feedback #arrabsoo hedduu Kara namoota online galmeessuu danda'aan na qaqqabaa ture.

Maaliif hangaa qarshii 50 qofa jeettee kan jedhuuf. Eeyyee dhugaa dha #mirgaa hin qabu gaatii galmee keessan murteessuuf garuu qarshii irraa namummaa dursa jedheen malee warra galamaahuu fi galmeessuu irraa saantimmaa tokko hin argadhuu.

Ani qarshii irraa gammachuu sammuu kooti dursa waan ta'eef sababa kanafanii namoota online galmeessuu danda'aan dhisee....!

@segnigudeta
#Gaafii fi #Yaada Chaanaalii Telegiramii koo irratti qabdan naf barreessaa galatoomaa. @segnigudeta
#Gaafii deebii #dhabe...?!
Who am I....?


#Gaafii hundi keenya of #gaafachuu qabnuudha #Ani eenyu dha...........?