Sanyii Guddataa
189K subscribers
14.9K photos
220 videos
475 files
14.1K links
Download Telegram
Sirna Eebba Kitaaba Har'aa bakkeewwan gara garaa sadiitti kabajamaa ture!

Barreessitoonni; Nasruu Kush [ Hiigaa] ,Bar/ Dita [ Mo'amee hin galu] Nimoonaa [ Jaalalaa fi Bilisummaa]..., Hundi keessan baga milkooftan!
Badhaafamtootni baramaniiru baga gammaddan bilbila keessan kara keessa na erga galatoomaa Namoota dursanii tilmaamaan malee namonni argattan hedduu dha aadara akkasiin na hubadha.

Xumurame
Cheelsii 0-1 Livarpuul
⚽️Vandaayik 118'

1ffaa. Jalo lav
2ffaa. Obsiinaan Milkii
3ffaa. Eliyas Fekadu

https://t.me/sooratasammuuargaachuuf
🎴Tsehay Bank SC🎴

▪️1 - Digital Banking Operation Officer
▪️2 - Principal Card Banking Technology Officer
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/tsehay-bank-sc-feb-26-24/

▪️Deadline: March 01/24
"You are like a captain navigating a ship. You must give the right orders, thoughts, and images to your subconscious which controls and governs all your experiences."

Take personal development training it the key your personality.

Contact
👇👇👇👇
@Eyunit

Join
👇👇👇
@Eyu2023
🎴Abay Bank SC🎴

▪️1 - Customer Service Supervisor - Grade I
▪️2 - Branch Manager Grade I
▪️3 - Capital Market Advisor
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/abay-bank-sc-feb-26-24/

▪️Deadline: March 01/24
Ramaddii_Barsiisotaa_BSTD_Sartifikeetiin_Eebbifaman_Bara_Gurrandhala.pdf
26.1 MB
Leenjifamtoota haaraa Bara 2016KBBShasmbuutti simatamuuf qormaata fudhattanii firii eeggachaa jirtan firii qormaata keessanii ilaallachuun kanneen darbitanii akka galmooftan isiniif heeyyamame 30/05/2016_01/06/2016 akka galmooftan haata'u!
▪️For Fresh & Exp🎴Subasafe PLC🎴

▪️1 - Marketing Officer
▪️2 - Contract Management Officer
▪️3 - Auditor
▪️4 - autsourcing Operations Manager
▪️5 - Human Resource Management Manager
▪️6 - Finance Management Manager
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/subasafe-plc-feb-26-23/

▪️Deadline: March 01/24
🎴Cross-Land Construction🎴

▪️1 - Contract Engineer
▪️2 - Office Engineer
▪️2 - Sructure Forman
▪️4 - Earthwork Forman
▪️5 - Project Administrator
▪️6 - Project Finance Head
▪️7 - External Auditor
▪️8 - Auxiliary Equipment Maintenance
▪️9 - Mechanic
▪️10 - Backhoe Loader Operator
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/cross-land-construction-feb-26-24/

▪️Deadline: March 04/24‌‌
Beeksisa Waamicha Qormaataa
-----------------------
(Guraandhala 18, 2016 MMWO Finfinnee)-  Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa   gita hojii  banaa  Ofiseera Seeraa Mana Murtii Waligalaa irraa qabu irratti beeksisa baasuun  ogeessota fedhii qabanii fi ulaagaa guutan galmeessee dorgomsiisaa jiraachuun ni beekama. Bu'uuruma kanaan dorgomtoonni maqaan keessan armaan gaditti tarreeffame  calallii  jalqabaa  waan dabartaniif  qormaata barreeffamaa akka fudhattan  murtaa'ee jira.
Waan ta'eefis Guraandhala 22/2016 ganama keessaa sa'aatii 3:00 irratti   magaalaa Adaamaa, Inistiitiyuutii Qorannoo fi Leenjii Seeraa  Oromiyaa  (ILQSO),(Galma Abbaa Gadaa cinaatti argamu)tti akka argamtan ni hubachiifna.
Hub- 1) Dorgomtoonni calallii  keessaa hafan 1ffaa-Ofiseera Seeraa ta'anii  muudamanii waggaa lama kan hin guunnee fi 2ffaa-Gita hojii  duwwaa muraasaaf dorgomtoota heddu qormaata barreeffamaaf  waamuun bu'uura Qajeelfama Fo'annoo fi Filannoo Lakk.17/2015 Kew.14/3 fi 4tiin  barbaachisaa  miti jedhee KFF waan amaneef dorgomtoota  qabxii barnoota (GPA)  dhiirotaaf 3.2 gadii fi  dorgomtoota dubartootaaf 2.3 gad qaban qormaata barreeffamaaf kan hin waamamne ta'uu ni hubachiifna.
2) Barreeffama bifa kamiyyuu qabatanii galma qormaataa  seenuun kan hin danda'amne ta'uu beektanii haala kanaan akka of qopheessitan
2) Qormaanni Afaanii bulee isaa ganama gaafa 23/6/2016 achumatti waan kennamuuf akkaataa kanaan akka of qopheessitan ni hubachiifna
Via Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa
🎴Ethiopian Airlines and Skylight Hotel🎴🚩  Call For Written Exam and Interview

▪️1 -Manager Marketing and Communication
▪️2 - College Trainee - Commercial Candidates
▪️3 -  College Trainee – Purchasing Candidates
▪️4 -  Supervisor Accounts Payable
▪️5 -  Chief Accountant
▪️6 -  Assistant Material Controller 
▪️7 -  Trainee Aircraft Mechanic
▪️8 -Trainee Aircraft Maintenance Technician (AMT)
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/ethiopian-airlines-and-skylight-hotel-call-for-written-exam-and-interview-feb-26-24/
🎴Ministry Of Education🎴#ማስታወቂያ

▪️ለሁሉም የግልና የመንግስት ከፍተኛ ትምህርት ተቋማት በሙሉ
▪️የ2016  ዓ .ም አጋማሽ የመውጫ ፈተና  ውጤት ከየካቲት 18/2016 ዓ ም ጀምሮ  ስለተለቀቀ

https://result.ethernet.edu.et

ሊንክ ማየት የምትችሉ መሆኑን እናሳውቃለን።

ይከታተሉ

For More updates Join Our Official Telegram Channel

https://t.me/elelanajobs