Sanyii Guddataa
194K subscribers
15.6K photos
225 videos
502 files
14.3K links
Download Telegram
"#Addunyaa kan irratti wanti nama gaddisiisuu jireenya #kaayyoo hin qabneedha Dr. Maayelsi.M

"#Kaayyoo hin qabdu taanaan mul'ata hin qabdu,Mul'ata hin qabdu taanaan karoora hin qabdu, Karoora hin qabdu taanaan yeroo kee hin to'attu, Yeroo kee hin to'attu taanaan jireenya jiraachaa hin jirtuu, jireenya jiraachaa hin jirtuu taanaan,jooraa jirta jeechudha. Arguun hojii ijaati, mul'anni kan lapheetii. Dr. Maayelsi Munroo

Mul'anni waan amma qabatamaatti hin jirre tokko qor~qalbii of keessatti arguu danda'uu jeechudha. Jijjiiramaaf si caalaa namni sirrii, ammaa caalaa yeroon sirrii bakka ati jirtu caalaa bakki sirrii hin jiru.

"#Sammuu ittin rakkina uumneen rakkinicha furuu hin daandeenyu!" Arberti Inistaayin. Mul'anni kee kunuunsa guddaa barabaada.

Namoonni baay'een mul'ata akka qaban dubbatu, mul'ata isaaniif kunuunsa waan hin taasisneef garuu mul'anni isaanii hawwii qofa ta'e hafa. Mul'ata kee kunuunsuu banuun ogummaa gudda jireenya si gaafattudha. Mul'ata gudda qabaattee sammuu mo'ichaa qabaachuu yoo baattee hin milkooftu. Mul'anni humna ittin kaayyoo Jireenya kee raawwattudha.

Namoonni Shashamane fi naannoo ishee jirtaan Leenjii ga'umsa sammuu fi carraa biizinaasii guddaa barabaadan keessan na dubbisaa. #Namoota sammuu guddataa qabu #qofa ilalaata. @segnigudeta
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
"#Addunyaa kan irratti wanti nama gaddisiisuu
jireenya #kaayyoo hin qabneedha!"

"Kaayyoo hin qabdu taanaan mul'ata hin qabdu, mul'ata hin qabdu taanaan karoora hin qabdu, karoora hin qabdu taanaan yeroo kee hin to'attu, yeroo kee hin to'attu taanaan jireenya jiraachaa hin jirtuu, jireenya jiraachaa hin jirtuu taanaan,jooraa jirta jeechudha. Arguun hojii ijaati, mul'anni kan lapheetii. Dr. Maayelsi Munroo

Mul'anni waan amma qabatamaatti hin jirre tokko qor~qalbii of keessatti arguu danda'uu jeechudha. #Jijjiiramaaf si caalaa namni sirrii, hin jiru.

"#Sammuu ittin rakkina uumneen rakkinicha furuu hin daandeenyu!" . Mul'anni kee kunuunsa guddaa barabaada.
Namoonni baay'een mul'ata akka qaban dubbatu, mul'ata isaaniif kunuunsa waan hin taasisneef garuu mul'anni isaanii hawwii qofa ta'e hafa. Mul'ata kee kunuunsuu banuun ogummaa gudda jireenya si gaafattudha. Mul'ata gudda qabaattee sammuu mo'ichaa qabaachuu yoo baattee hin milkooftu.Mul'anni humna ittin kaayyoo Jireenya kee raawwattudha.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
"#Addunyaa kan irratti wanti nama gaddisiisuu  jireenya #kaayyoo hin qabneedha!"

"Kaayyoo hin qabdu taanaan mul'ata hin qabdu, mul'ata hin qabdu taanaan karoora hin qabdu, karoora hin qabdu taanaan yeroo kee hin to'attu, yeroo kee hin to'attu taanaan jireenya jiraachaa hin jirtuu, jireenya jiraachaa hin jirtuu taanaan,jooraa jirta jeechudha. Arguun hojii ijaati, mul'anni kan lapheetii. Dr. Maayelsi Munroo

Mul'anni waan amma qabatamaatti hin jirre tokko qor~qalbii of keessatti arguu danda'uu jeechudha. #Jijjiiramaaf si caalaa namni sirrii, hin jiru.

"#Sammuu ittin rakkina uumneen rakkinicha furuu hin daandeenyu!" .
Namoonni baay'een mul'ata akka qaban dubbatu, mul'ata isaaniif kunuunsa waan hin taasisneef garuu mul'anni isaanii hawwii qofa ta'e hafa.

Mul'ata kee kunuunsuu banuun ogummaa gudda jireenya si gaafattudha. Mul'ata gudda qabaattee sammuu mo'ichaa qabaachuu yoo baattee hin milkooftu.Mul'anni humna ittin kaayyoo Jireenya kee raawwattudha.
Please add More*

https://t.me/+s8kdfRdWEjwzNTU0
"#Sammuu hidhamaadhaan #addunyaa hiikamaa keessa jiraachuu irra qaamaan hidhamanii sammuu hiikamaa qabaachuu wayya. Pro. Mihiratuu.S

Kitaaba G/Pro. # Mihiratuu_Shaanqoo
keessaa kan fudhatame, jechoota sammuuf soorata ta'an dubbisaa!!

Namoonni baay'een gaafuma dhalatan du'an. Muraasni immoo gaafa du'an dhalatu. Ati hoo? Osoo nama hin ta'iin, namaaf ta'uun hin jiru.

Of beekuuf murtoo hin qabdu taanaan yoo of beektes murtoo hin murteessitu. Barachuun beekuu hin ibsu. Beekuun garuu barachuu ibsa.

Gad-aantummaa×Hirkattummaa×of awwaaluu= Of wallaaluu. of wallaaluun of Awwaaluudha. Dhala namaa malee addunyaan duwwaadha. Qabeenyi bakka malee kufee fi dagatame dhala namaati.

(Of beekuun foormulaa hin qabu!)
Namni lakkoofsa guutuuf dhalate hin jiru. Lakkoofsa guutuu ta'ee dhalata malee.

Ati of daangesitee teessa taanan eenyutu daangaa si ceesisa? addunyaa keessa jirramoo addunyaatu nu keessa jiraa? yoo qophaa'aa taate guyyaan borii qabeenya ati qooddachuuf eeggattudha.

Jaarraan kun jaarraa mul'ataan injifataniidha malee jaarraa mufachuun injifatanii miti. ilaamee!! Addunyaan sammuukee fi jecha ati waa'ee keef qabdu keessa jirti.

Nama jechuun bu'aa yaada isaati. namni waanuma nyaatu fakkaata. barrisuu kan dandeessu hanga barrisuu dandeessu yoo amante qofaadha.

Of hin shakkin inni namni biraa si shakku iyyuu si ga'aa. Dirree itti injifatamte keessatti lubbuun jiraachaa hafuukee caalaa dirree itti injifatte keessatti duutee awwaalamuu siif wayya.

Meeshaa ammayyaa caalaa sammuu injifannoo qabaadhuutii gara dirree seeni. tulluun ofiin beekee si duraa kufu hin jiru akkasumas tulluun
ati dhiibdee si duraa kufuu didus hin jiru. Sammuu injifannoo malee hidhamee jiru qabaachuun rakkisaadha.

Sammuu hidhamaadhaan addunyaa hiikamaa keessa jiraachuu irra qaamaan hidhamanii sammuu hiikamaa qabaachuu wayya.

Rakkina kaleessa sirra ga'e har'as rakkina jettee dubbatta taanaan, har'a iyyu namatu siif hin argine malee ati rakkina isa kan kaleessa caalu keessa jirta. of booda hin ilaaliin! Booriikee namni siif ilaalu hin jiruu.

Please add More*

Yoo isinitti tole namoota #jaallattaniif #add

Positive mind find opportunity in everything.

https://t.me/+s8kdfRdWEjwzNTU0
#DARGAGGOOTAAF

#Dargaggummaan umurii dhala namaa keessaa yeroo baay'ee hawwamaadha. Bara humni jiru, bifa tolan, bara hojjechuuf yeroo qaban, bu'anii ba'uun namaaf salphatuudha. Filannoon jireenyaa kan heddummatu umurii kanatti. Boca jireenya keenya gara duraa kan murteessus sadarkaa kana!

#Egaa jireenya keenya gara duraa kan bareechinus ta'e kan balleessinu daangaa umurii dargaggummaa keessatti. Dargaggoonni kaan har'a keessa taa'anii borii isaanii ibsatu, warreen biroon immoo borii isaanii har'a keessatti dukkaneessaa jiraatu. "Youth is the best time to be rich, and best time to be poor" jedhu warri adii!

#Bakka ati yeroo dulluma kee teessu gocha bara dargaggummaa keetu murteessa.
Dadhabbii kee har'aattu walitti idaa'amee bor siif kennama. Kanaaf hojiitu dhibe, qarshiin dhabe, fira na gargaaru hinqabu...waan hinqabne yaaduu dhiisii, waan qabdu yaadadhu. Marattee taa'uu dhiisii ka'ii socho'i!

#Dargaggeessi kaayyoo jiraatuuf qabu haala rakkisaa keessa dhabatee galma guddinaa arga. Filannoo argatteef qofa hinfilatu. Maalitti akka goruufi maalirraa akka goru haalaan beeka. Waan isa barbaachisu osoo hintaane, waan caalaatti isa barbaachisu irratti xiyyeeffata. Ba'aa matii ta'ee jiraata osoo hintaane maatii irraa ba'aa hir'isa. Maatii isaatu yaadda'a osoo hintaane, maatii isaaf yaada!

#Addunyaa kanarraa baay'inaan toora duraa irra kan jiru dargaggeessa. Biyya kana keessaas dhibbantaa 77 dargaggoota akka ta'an qorannooleen addeesu. Kana jechuun eenyu caalaa iyyuu jijjiiramatti dhiyoo kan jiran dargaggoota. Kan nama gaddisisu garuu carraa nuti qabnu kun akka albuuda Afirikaati. Itti hinfayyadamnu!

#Jireenyi utuu waan darbu hinfakkaatin darba. Humni har'a qabdu bor ni dhiba. Umuriin namaa dungoodha. Irraa gadi hir'achaa deema. Kana beekanii yeroo hojjechuu qabanitti hojjechuun, yeroo boqonnaan barbaachisutti akka hinjoorre nama oolcha!

#Dammaqi! kana dura osoo hinbeekin umurii kee qaalii kana akkasumaan dabarsaa turte ta'a. Amma garuu nama kaayyoof jiraatu ta'uu qabda.

"#Dargaggoon qophaayeef balballi #Addunyaa banaadha, kan hin qophoofneef #balballi mana isaa iyyuu #cufaa dha." G/pirofesaraa Miratuu Shaanqoo haasawa gaggesitoota biiroo dargaggootaa fi jaarmiyaa dargaggootaf taasisan irraa kan fudhatame. @segnigudeta @WABIISG