Sanyii Guddataa
195K subscribers
15.6K photos
226 videos
505 files
14.3K links
Download Telegram
Beeksisa Namootaa 250 olii
Engineering Corporation of Oromia
#Hubaachiisaa beeksisa Dilbataa Reporter irrattii bahe waan Ajaa'iba
Namootaa #Kumaa Hedduu barabadaa Hundaa Isa qulqullina suuraa waliin #Telegram irrattii hordofa #hiriyoota keessan Kara fb eega jira Inform godha fb irratti maxxansuu hin danda'uu #Adabbii jaal jira. #QabsooDiinagdee itti fufa
Qabsoo Diinagdee Utubaa Biyyaat
https://youtube.com/channel/UCYdOakl4Z-ImXBDuK7QCT2w
Sanyii tube #Subscribers godha #Beeksisa fi #Interview adda addaa Suurii Sagaleen Hordofa. Ajaa'iba
#Hubaachiisaa #Beeksisa Dilbataa Reporter irrattii bahe Namootaa #Kumaa Hedduu barabadaa qulqullina suuraa waliin #Telegram irrattii hordofa #hiriyoota keessan fb irratti eega jira Inform godha yeroof fb irratti maxxansuu hin danda'uu #Adabbii jaal jira #QabsooDiinagdee itti fufa.
Ilamee Hordoftoota Fuula Barruu koof
#Obbolewwaanii koo hundaaf akkamii jirtu.? Naga waqayyoon hundaa keessan yaa ta'u jeecha #Sammonaa maalii tatee beeksisa fb irratti hin maxxansiitu gafiin jedhu kalattii adda addaa na qaqabaa jiraam dhugaa dha
Torbe 2 asii akka dura Fuula Barruu irratti beeksisa guyyaa guyyan bahu maxxansaa hin jiru. #Sababa
1ffaa. Yeroo sadii oliif sababa beeksisa maxxansuuf fb koo #gubatee ammaa ille restricted ykn #adabbii Jaal jira irraa deebii Yoon yeroo dhiyoot fb irratti maxxansee gubachuu danda'aa guarantee hin qabu

2ffaa. #Namootaa baye'een #tajjabee
namanii #Personalmoral ille Jabaadhu jedhu hin jiru erga Qabsoo Diinagdee eegale kunoo waggaa 4 ol hangaa har'a obbolleessa tokko qofa H/G/Wallagga Irraa #package naf guute
Jabaadhu jedhe. #kayyoon koo gaalii barabachisaa mitii. garuu ani waan danda'uun irraa isiin garagaraa jira malee baye'ee qabadhe mitii. Keessatuu #barattoota Keenya goodina #Oromiyaa adda addaa jiranii haala salpha #Reporter #AddisZemen argachuu hin dandenyee akka argtaan gochuuf amma danda'uu hundaa yaala jira kanafuu....

#QabsooDiinagdee itti fufa
Galatomaa #SanyiiGuddataa
#Safuu Yeroof moo #FuulaBarruu irratti akka hin #maxxansiine hin #dubbanee #adabbii Yeero 5ffaa #uuggaraa barabaada moo.....?
Sorry..! Fb irratti #maxxansuu ta'e #dubbachuu yeroof #adabbii jaal jira
#namonii hin dubbatu jettanii akkasiin hubadhaa. Jabaan waaqa qofa.