Sanyii Guddataa
195K subscribers
15.6K photos
226 videos
507 files
14.3K links
Download Telegram
Ashama Akkam Jirtu.?
#Beeksisa hedduu baha jira #hordofa.
Hiriyaa keessan #Share godha.
Namonii nu jajjabeessuu #barabaadan #inbox nu dubbisaa yeroo dhiyoot #Aappii beeksisa ajaa'ibaa isiin gaha jira "Namani waan danda'uun nama gargaaru doqna hin jedhamu"!
Osoo moortuun moortu jira
#FuulaBarruu koo yeroo 4 #gubatee
Hordoftoota Kumaa hedduu waliin garuu abdii hin kunee #kayyoon koo waan danda'uun irraa nama garagaruuf waan ta'eef odeeffannoo #Beeksisa guyyaa guyyan bahu isiin gaha jira keessatuu ijjollee keenya goodina #Oromiyaa adda adda jiran carraa #Reporter fi #AddisZemen argachuu hin dandenyeef ijjolleen baye'een milkaa'ana hojii argtaan kuma hedduu garuu hiriyoota #Yuunivarsiitii hedduu waliin walii dhabee qabsoon diinagdee itti fufa Yeroo dhiyoot #Aappii ajaa'ibaa haala salphaatti bakkumma jirtaan teessani beeksisa yeroo yeroon bahu akka argachuu dandeessaan hojachaa jira yoo #Rabbii jedhe yeroo dhiyoot nu eega.Namonii nu jajjabeessuu barabaadan nu dubbisaa " Namani waan danda'uun nama gargaaru doqna hin jedhamu" Nama gargaaruf nama ta'u qofa gahadha. Keessatuu #Finfinnee irratti qabsoo gudda barabachisaa Finfinnee keenya afaan qofa osoo hin taane hojii humnaa, hojii guyyaa, ogummaa adda addaa, hojii motumman itti galanii hojachuu dha kanafuu ani akka nama tokkoti gahe koo baha isiin hoo atii hoo.? Deebii kan keessaan.
#Tajjabii ijjolleen yeroo hojii barbaadan Kara adda addaa #busy nama gootani gaafa hojii argtaan naga #waqayyoo ille nama cuuftan of ilalaa.#Charity is the sign of #humanity.
#Hubaachiisaa/Attention.
#Barattoota baye'een #Fuulabarruu koo irratti #qofa beeksisa #hordofaa jiru addaraa #hiriyoota keef himii #sababa yeroo yeroon najaal #uuggaraa jiraanif beeksisa hedduu #telegram qofa irratti #maxxansaa jira kanafuu Kara telegram #qulqullina suuraa waliin akka salphaatti argachuu danda’uu.
Yeroo dhiyootti #Aappii beeksisa ajaa'ibaa develop/#Kalqaa jira nu eega. Jabaan waaqa.!
#Qophii Sagalee #Dargaggootaa
#Aappii beeksisa kalaqaa jiru
#TolaaOoltummaaf Qabsoo Diinagdee
#Muudannoo yeroo hojii barbaada ture
#Muxxanno jireenyaa fkk Sanbataa/Saturday sa'a 7:30 irratti Prime Media Waliin na eega
Osoo moortuun moortu jira
#FuulaBarruu koo yeroo 4 #gubatee
Hordoftoota Kumaa hedduu waliin garuu abdii hin kunee #kayyoon koo waan danda'uun irraa nama garagaruuf waan ta'eef odeeffannoo #Beeksisa guyyaa guyyan bahu isiin gaha jira keessatuu ijjollee keenya goodina #Oromiyaa adda adda jiran carraa #Reporter fi #AddisZemen argachuu hin dandenyeef ijjolleen baye'een milkaa'ana hojii argtaan kuma hedduu garuu hiriyoota #Yuunivarsiitii hedduu waliin walii dhabee, yeroo fi qarshii guyyaa guyyaan package heddu itti fixa.Yeroo dhiyoot #Aappii ajaa'ibaa haala salphaatti bakkumma jirtaan teessani beeksisa yeroo yeroon bahu akka argachuu dandeessaan hojachaa jira yoo #Rabbii jedhe yeroo dhiyoot nu eega.Namonii nu jajjabeessuu barabaadan nu dubbisaa " Namani waan danda'uun nama gargaaru doqna hin jedhamu" Nama gargaaruf nama ta'u qofa gahadha. Keessatuu #Finfinnee irratti qabsoo gudda barabachisaa Finfinnee keenya afaan qofa osoo hin taane hojii humnaa, hojii guyyaa, ogummaa adda addaa, hojii motumman itti galanii hojachuu dha.
#Tajjabii ijjolleen yeroo hojii barbaadan Kara adda addaa baye'ee #busy nama gootani gaafa hojii argtaan naga #waqayyoo ille nama cuuftan of ilalaa.kayyoon koo dhaloota hojii barabaadu garagaruu qofa garuu namonni beekisisa hordofu barabaadan
Facebook Page #follow godha
https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820

➦➣Telegram page
t.me/segnigudeta Join godha
#Galatomaa.
"#Namani waan danda'uun nama gargaaru #doqna hin jedhamu jettanii na jajjabeessuuf namonni #Yaadan, akkasumma #Package fi #kaardii naf erga jirtaan #maqaa koo fi maqaa #Barattoota hojii barabaadan hundaan galatomaa jeecha namonii fedhii qabdan dura #inbox na dubbisaa.
Waan danda'uun irraa isiin garagaruuf malee #dirqamaa adda hin qabu yeroo dhiyoot #Aappii ajaa'ibaa beeksisa Hojii halaa salphaattin akka argachuu dandeessaan yeroo dhiyoot #Kalqaa jira nu eega namoonni nu jajjabeessuuf fi deegaruu barabaadan inbox nu dubbisaa.
#Hubaachiisaa. Kayyoon koo #gaalii ykn #qarshii barabadee osoo hin tanne barattoota Keenya odeeffannoo gahaa hin arganee #Yuunivarsiitiif #kolleejjii adda addaa irraa #eebifmtaan sababa #Odeeffannoo Beeksisa argachuu dhabuun hojii hin arganee garagaruuf malee dirqamaa ta'e gaalii #Saantimmaa tokko irraa argachuuf miti #sababa beeksisa maxxansuuf qofa yero 4ffaa fuulaa barru #gubatee #abdii hin kunee kunoo har'a #telgram irratti namoota 44,510 ol odeffannoo gaha jira kara #Fuulaabarruu namoota 10,910 ol galatooma.
#Galatomaa.
"#Namani waan danda'uun nama gargaaru #doqna hin jedhamu jettanii na jajjabeessuuf namonni #Yaadan, akkasumma kara adda addaa na #jajjabeessaa jirtaan #maqaa koo fi maqaa #Barattoota hojii barabaadan hundaan galatomaa jeecha namonii fedhii qabdan dura #inbox na dubbisaa.

Waan danda'uun irraa isiin garagaruuf malee #dirqamaa adda hin qabu yeroo dhiyoot #Aappii ajaa'ibaa beeksisa Hojii halaa salphaattin akka argachuu dandeessaan yeroo dhiyoot #Kalqaa jira nu eega

#Hubaachiisaa. Kayyoon koo #gaalii ykn #qarshii barabadee osoo hin tanne barattoota Keenya odeeffannoo gahaa hin arganee #Yuunivarsiitiif #kolleejjii adda addaa irraa #eebifmtaan sababa #Odeeffannoo Beeksisa argachuu dhabuun hojii hin arganee garagaruuf malee dirqamaa ta'e gaalii #Saantimmaa tokko irraa argachuuf miti #sababa beeksisa maxxansuuf qofa yero 4ffaa fuulaa barru #gubatee #abdii hin kunee kunoo har'a #telgram irratti namoota 44,520 ol odeffannoo gaha jira kara #Fuulaabarruu namoota 10,940 ol galatooma ji'a 2 keessatti.
#Galatomaa.
"#Namani waan danda'uun nama gargaaru #doqna hin jedhamu #Sanyii

na jajjabeessuuf namonni #Yaadan, akkasumma kara adda addaa na #jajjabeessaa jirtaan #maqaa koo fi maqaa #Barattoota hojii barabaadan hundaan galatomaa jeecha namonii fedhii qabdan dura #inbox na dubbisaa.

Waan danda'uun irraa isiin garagaruuf malee #dirqamaa adda hin qabu yeroo dhiyoot #Aappii ajaa'ibaa beeksisa Hojii halaa salphaattin akka argachuu dandeessaan yeroo dhiyoot #Kalqaa jira nu eega

#Hubaachiisaa. Kayyoon koo #gaalii ykn #qarshii barabadee osoo hin tanne barattoota Keenya odeeffannoo gahaa hin arganee #Yuunivarsiitiif #kolleejjii adda addaa irraa #eebifmtaan sababa #Odeeffannoo Beeksisa argachuu dhabuun hojii hin arganee garagaruuf malee dirqamaa ta'e gaalii #Saantimmaa tokko irraa argachuuf miti #sababa beeksisa maxxansuuf qofa yero 4ffaa fuulaa barru #gubatee ji'a lama dura #abdii hin kunee kunoo

Osoo moortuun moortu ji'a 2 keessatti
har'a #telgram irratti namoota 44,950 ol #Fuulaabarruu namoota 11,100 ol odeffannoo beksisa yeroo yeroon bahu argachaa jiru #Xiiqiin damma irra..
#Galatomaa.
"#Namani waan danda'uun nama gargaaru #doqna hin jedhamu jettanii na jajjabeessuuf namonni #Yaadan, akkasumma kara adda addaa na #jajjabeessaa jirtaan #maqaa koo fi maqaa #Barattoota hojii barabaadan hundaan galatomaa jeecha namonii fedhii qabdan dura #inbox na dubbisaa.

Waan danda'uun irraa isiin garagaruuf malee #dirqamaa adda hin qabu yeroo dhiyoot #Aappii ajaa'ibaa beeksisa Hojii halaa salphaattin akka argachuu dandeessaan yeroo dhiyoot #Kalqaa jira nu eega

#Hubaachiisaa. Kayyoon koo #gaalii ykn #qarshii barabadee osoo hin tanne barattoota Keenya odeeffannoo gahaa hin arganee #Yuunivarsiitiif #kolleejjii adda addaa irraa #eebifmtaan sababa #Odeeffannoo Beeksisa argachuu dhabuun hojii hin arganee garagaruuf malee dirqamaa ta'e gaalii #Saantimmaa tokko irraa argachuuf miti #sababa beeksisa maxxansuuf qofa yero 4ffaa fuulaa barru #gubatee #abdii hin kunee kunoo har'a #telgram irratti namoota 46,140 ol odeffannoo gaha jira kara #Fuulaabarruu namoota 11,540 ol galatooma ji'a 2 fi torbe 1 keessatti.
#Galatomaa.
"#Namani waan danda'uun nama gargaaru #doqna hin jedhamu jettanii na jajjabeessuuf namonni #Yaadan, akkasumma kara adda addaa na #jajjabeessaa jirtaan #maqaa koo fi maqaa #Barattoota hojii barabaadan hundaan galatomaa jeecha namonii fedhii qabdan dura #inbox na dubbisaa.

Waan danda'uun irraa isiin garagaruuf malee #dirqamaa adda hin qabu yeroo dhiyoot #Aappii ajaa'ibaa beeksisa Hojii halaa salphaattin akka argachuu dandeessaan yeroo dhiyoot #Kalqaa jira nu eega

#Hubaachiisaa. Kayyoon koo #gaalii ykn #qarshii barabadee osoo hin tanne barattoota Keenya odeeffannoo gahaa hin arganee #Yuunivarsiitiif #kolleejjii adda addaa irraa #eebifmtaan sababa #Odeeffannoo Beeksisa argachuu dhabuun hojii hin arganee garagaruuf malee dirqamaa ta'e gaalii #Saantimmaa tokko irraa argachuuf miti #sababa beeksisa maxxansuuf qofa yero 4ffaa fuulaa barru #gubatee #abdii hin kunee kunoo har'a #telgram irratti namoota 47,040 ol odeffannoo gaha jira kara #Fuulaabarruu namoota 11,841 ol galatooma ji'a 2 fi torbe 2 keessatti.