Salam Dawa Group
344 subscribers
282 photos
50 videos
8 files
242 links
➑Ergamaan Rabbii S.A.W
Akkana Je'an

"Keeyyata (Ayaata) takkallee taatu waan narraa dhageeysan dabarsaa"

πŸ‘‰Dandeeytuma qabnuun amantii teenyaaf waan gaarii takka Waliif haa dabarsinuu!!!

Join_UsπŸ‘‡
@Salam_dawagroup
Download Telegram
πŸ‘‰Wallaalaan nama dubbisuu fi barreessuu
hin dandeenye qofaa miti..???

πŸ‘‰Wallaalaan
nama kallattii Qiblaa osoo beekuu Salaatuu dhiise dha...!!!

#Chanal_Keenyaa_
#Join_Godhaa_Jzk..

@Salam_dawagroup
@_Salam_dawagroup
Dhaamsa shanβ€œ5" ergamaa Rabbii(s.a.w) gaafa tokko Rasuulli (s.a.w) sahaaba isaati wajjiin osoo taa'utti jiruu akkana ja'een
Mee eenyuutu isiin keessa jacha kana narra fudhatee itti dalagaa (hujitti hiika) takka jacha kiyya kana narraa fudhee nama itti dalagu barsiisa?.hugguu kana β€œ Abuu hureeyraan" isaan keessa anaatuu sirraa barachuu barbaada yaa ergamaa Rabbii (s.a.w) ja'een
Hugguu kana Rasuulli (s.a.w) harka β€œ abuu hureeyraa" qabee waa shaβ€œ5" lakkawee itti himee.
1, daangaa Rabbii eeggachuu (tifadhu) nama haalaan Rabbii gabbaru taataa,
2, waan Rabbiin siif qoodee (siif murteeyse) jaaladhu irra dureeysa namaa taataa.
3, ollaa keetif tola oli (gaarii itti dalagi) nama Dhugaan imaana qabu (mu'umina) taataa.
4, waan lubbuu teetiin jaalattuu namaaniis jaalladhu nama qaalii Rabbii jala butame (muslima) taataa.
5, hedduu kofla hin baayyisin hedduu kofla baayyisuun qalbii ajjeeftii https://t.me/JemalSheikhBakri1
➑Nama Rabbi sodaatu Rabbiin Waa 🌹4 🌹isaaf
taha...

1_πŸ‘‰Kharaa furmaataa isaa godha..

2_πŸ‘‰Amrii isaa isaaf laaffisa..

3_πŸ‘‰Dilii isaa isaaf dhiisa/Maara..

4_πŸ‘‰Sawaaba isaa isaaf guddisa..

➑Namni Waa 4 Dalage isaaniif nageenyi
tahaadha isaan warra Qajeelerraahi..

1_πŸ‘‰Nama kennaa argate irratti galata galchu..

2_πŸ‘‰Mokkoramee/Balaa adda addaa itti buutee
Obse/Sabbare...

3_πŸ‘‰Nama nama Miidhee Araarama gaafate..

4_πŸ‘‰Nama ofii Miidhamee Irra namaaf kute
ykn Dhiifama godheef...

➑Namni waa 4 dalage Imaanni isaa guutame..

1_πŸ‘‰Rabbiif jecha jaalachuu..

2_πŸ‘‰Rabbiif jecha jibbuu..

3_πŸ‘‰Rabbiif jecha kennaa kennachuu..

4_πŸ‘‰Rabbiif jecha Dhoowwachuu..

➑Waa 4 Sabachiiftuu/Raggaasiftuu Jannataa ti..

1_πŸ‘‰Nyaata Nyaachisuu..

2_πŸ‘‰Salaamtaa facaasuu..

3_πŸ‘‰Jecha gaarii/Haasawa toluu..

4_πŸ‘‰Salaata Halkanii dhaabbachuu..

➑Namni 4 jannata hin seenu...

1_πŸ‘‰Doqna/Doyna.

2_πŸ‘‰Ganaa Namaa / Nama Baaylama diigu..

3_πŸ‘‰Mootii Ummatatti Hamtuu yaadu..

4_πŸ‘‰Nama Horii walitti qabaa tahe kha Haqa
isaa irraa hin baafne...

πŸ‘‰Inshaa Allaah Rabbiin Toowfiiqa Nuuf haa
khennu..

β–ΆYaqiina Dhugaa san Rabbiin nuuf haa kennu..

β–ΆNuti dhiihaachufβ—€
#Join_GodhaaπŸ‘‡
@Salam_dawagroup
@Salam_dawagroup
@Salam_dawagroup
WANTOOTA ARMAAN GADII KANNEEN NI BARBAADDAA !!

1. Rabitti dhihaachuu ni barbaaddaa?..

πŸ‘‰_Irra dhihoo gabrichaa gama Rabbii yaroo sujuudu..

2. Mindaa hajjii argachuu barbaaddaa?

πŸ‘‰_Umraan baatii ramadaana kessa godhan Hajjitti qixxooyti..

3. Jaalala Rabbii barbaaddaa?

πŸ‘‰_Rabbiin gabrichi yaroo nyaata nyaate ifii bishaan dhuge booda isa galatoomfatu nijaalata..

4. Dua’iin kee akka sirraa qiibalamu
barbaaddaa?

πŸ‘‰_Dua’iin azaanaa ifii iqaamaa jidduu godhamtu hindeffamtu...

5. Minda yk ajrii ganna guutuu akka siif katabamu barbaaddaa?

πŸ‘‰_Baatii hundda kessaa guyyaa sadii soomanuun akka nama ganna guutuu soomaneeti..

6. Rasuulaa(SAW)wajjiin jannata kessa jiraachuu barbaadda?

πŸ‘‰_Namni yatiima qabee guddise Rasuulaa waliin jannata kessa taya..

7. Minda ykn ajrii karaa Rabbirra lolee barbaaddaa?

πŸ‘‰_Namni harmallaaf if qabee fuudhe akka nama karaa Rabbirra loleeti...

8. Rasuulli(SAW)akka jannata if sii qabu barbaaddaa?

πŸ‘‰_Namni arraba ifii qaama saalaa isaa haraam irraa if qabe Rasuulli(saw)jannata if qabaaf..

9. Eega duutee qabritti akka mindaan siif dhufu barbaaddaa?

πŸ‘‰_Sadaqaa jaariyaa kannadhu,ilmii nama barsiisi,ilmoo siif dua’ii gootu dhali...

10. Harka 1/3 quraana qara’uu barbaddaa?

πŸ‘‰_Qulhuwallahu ahad qara’i..

11. Minda nama halkan guutuu dhabbattee salaatee argachuu barbaaddaa?..

πŸ‘‰_Namni salaata subii jamaa’aan salaate akka nama halkan guutuu salaateeti..

12. Dilbii jannataa barbaaddaa?

πŸ‘‰_Laahawla walaa quwwata illaa billaah dilbii jannataati..

13. Akka miizaanni kee minddaan ulfaatu barbaaddaa?

πŸ‘‰_Subhaanallahi wabihamdihii subhaanallahi la’aziim jadhi..

14. Akka umriin sidheerattee rizqiin sitti ballatu barbaaddaa?

πŸ‘‰_Rahima yookaa aanaa kee maxxanfadhu..

15. Akka Rabbiin sitiiysu barbaaddaa?

πŸ‘‰_Namni salaata subii salaate tika Rabbii jala jira..

16. Akka Rabbiin Rahmata siif godhu barbaaddaa?

πŸ‘‰_Rasuularra(SAW)rahmata buusi.

17. Akka Rabbiin ol sifuudhu barbaaddaa?

πŸ‘‰_Rabbiif if gadqabi...

β™₯Yaa Rabbiin Nuf Haa Laffiisu...β™₯

Nuti Dhiihaachuf
#Join_Godhaa_πŸ‘‡
@Salam_dawagroup
@Salam_dawagroup
@Salam_dawagroup
Namni tokko barate baratuu baate wantoota #6_Asi gadi kana yoo guuttate galma yaade ni geessaa...!

1, πŸ‘‰Amala gaarii..
2, πŸ‘‰Murannoo/kutannoo
3, πŸ‘‰Waan tokkorrati ejjannoo jabaa qabaachu..
4, πŸ‘‰Tattaaffii..
5, πŸ‘‰dhugaa irraatti sodaa... dhaabbuu (daffarummaa)...
6,πŸ‘‰Waa Hundaa Obsaa dabbaarsudha

β™₯INSHAA ALLAAH
YOO RABBIIN JADHEβ™₯

Nuti Dhiihaachuf
#JOIN_GodhaaπŸ‘‡

@Salam_dawagroup
@Salam_dawagroup
_Yaadachisa_
β–ΆHadiisaa Eergaama Rabbii {S_A_W}

πŸ‘‰Gurbaan tokko gama ergamaa rabbii (S.A.W) dhufee akkana ja'een:-

➑Yaa ergamaa rabbii dalagaan yoo isii dalage rabbii fi ilmi namaa itti na jaalatu naaf himi,...?

πŸ‘‰Ergamaan rabbiitis (S.A.W) Akkana ja'een:..!

➑Duniyarraa dantaa Dhabi rabbiin si jaalata, Kajeellaa namaa dhiisi(Naman kajeelin)
Namni si jaalata...

Nuti_Dhiihaachuf
#JOIN_Godhaa_πŸ‘‡

@Salam_dawagroup
@Salam_dawagroup
🏁Ergamaan Rabbii S.A.W
Akkana Je'an

πŸ‘‰"Keeyyata (Ayaata) takkallee taatu waan narraa dhageeysan dabarsaa"

πŸ‘‰hanga dandeenyun kheeyrii Waliin haa Geenyuu!

πŸ‘‰"Kheeyrirratti wal-gargaaraa,
Hamturratti wal-hin gargaarinaa."

➑Dandeeytuma qabnuun amantii teenyaaf waan gaarii takka haa daleeynuu!!!

#Nutii_Dhiihaachuf..
#JOIN_Godhaa...
#Waliifis_Eerga_JZK

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://telegram.me/Salam_DawaGroup
BISMILLAHIR-RAHMAANIR-RAHIIM

SII FAYYAADAA DUBBIISI!

➑GAAFII_FI_πŸ‘‰DEEBBII

1_➑Sahabtichi sirri [iccitii] Rasuula [S.A.W] tahe Eenyu ?

πŸ‘‰Huzeyfatu binu yamaan [R.A]

2_➑Sahaabtichi osoo Rasuula [S.A.W] bira jiruu kan rasuula [S.A.W] hin argin Eenyu ?

πŸ‘‰Abdullaah binu ummi maktuum
[R.A]

3_➑Barreessan rasuula [S.A.W] Eenyu?

πŸ‘‰Aliyyii binu Abii xaalib [R.A]

4_➑Sahaabticha kami kani Rasuulli [S.A.W] gurbaan beekaan isiniif dhufuu taa'a jedhen kam?

πŸ‘‰Amri binu Aas [R.A]

5_➑Sahaabticha kami kan Rasuulli [S.A.W] kopha duuta kopha kaafamta jedhen..?

πŸ‘‰Abii zarri Sl Ghifaarii [R.A]

6_➑Rasuulli rabbii [S.A.W] gaafa madinaa gale Eenyu bira qubate ?

πŸ‘‰Abi Ayyuub Al ansaarii [R.A]

7_➑Sahabarra Eenyu hadisa akkan
oddeesse ?

πŸ‘‰Abu hureeyraa [R.A]

8_➑Sahabarraa kan dura qooqa ol fuudhe Qur'aana qara'e Eenyu?

πŸ‘‰Abdullaah binu mas'uud [R.A]

9_➑Sahabarraa turjumaanni Qur'aanaa Eenyu?

πŸ‘‰Abdullaah binu Abbaas [R.A]

10_➑Eenyuutu Qur'aanaa akka walitti qabamu Abu bakritti hime ?

πŸ‘‰Umar binu khaxxaab [R.A]

11_➑Qur'aana Eenyutu walitti qabe?

πŸ‘‰Zaydi binu saabit [R.A]

12_➑Namni islaaminnaa dura makka keessatti mul'isee qixaaxamee godaane Eenyu ?

πŸ‘‰Kabbaab binu Aratti [R.A]

13_➑Sahaabtichi lola yamaamaa keessatti shahidee tahee kan ssyyida gosa isaa tahe Eenyu?

πŸ‘‰xufeeyli binu Amri Al dowsii [R.A]

14_➑Sahaabtichi aayanni 4 sabaabaa tiyyaan buute jedhe Eenyu?
πŸ‘‰Sa'ad binu waqqaas [R.A]

15_πŸ‘‰Sahaabtichi abbaa nuura lamaa jedhanin Eenyu ?..

πŸ‘‰Usmaan binu affaan [R.A]

16_➑Sahaabtichi abbaa nuura tokko Eenyu ?

πŸ‘‰Xufeeyli binu Amrii [R.A]

17_➑Sahaabaa keessa namni boodarra du'e Eenyu ?

πŸ‘‰Abu xufeeyli Amrii binu waasilata
[R.A]

_______________________
Akka irraa barattuu Abdi Qabaa..!!
Waliif #Forward Godha..jzk
_______________________

Nutii Dhiihaachuf
#Join_Godhaa_πŸ‘‡

@Salam_dawagroup
@Salam_dawagroup
BISMILLAHIR-RAHMAANIR-RAHIIM

β–ΆYaadachisaβ—€
πŸ‘‰Hadiisaa Eergaama Rabbii Irraa
🌳S_A_W🌳

Abu-hureyraan irraa ( R.A. )

➑Nabiiy ﷺAkkana jedhan jedhe:-

β–Ά"Namni Rabbiifi Guyyaa Boodaatti kan Amanu tahe toltuu Haa Dubbatuu yookaa haa cal'isuu,

β–Ά"Namni Rabbiifii Guyyaa boodaatti kan Amanu tahe olla isaa Akka
hin Cinqine.."

β–Ά"Namni Rabbiifii Guyyaa boodaatti kan amanu tahe keessummaa isaa haa kabaju."

SAHII_(_B_fi_M_)

Itti hojaachuu Rabbiin Nuf Haa Laffiisu....

Nutii Dhiihaachuf
#Join Godhaa⬇⬇...

@Salam_dawagroup
@Salam_dawagroup
BISMILLAHIR-RAHMAANIR-RAHIIM

β–ΆYaadachisaβ—€
πŸ‘‰Hadiisaa Eergaama Rabbii Irraa
❀S_A_W❀

Abdullaah ibnu amri ibnul-aas (R.A.)

➑Nabiiy ﷺAkkana jedhan jedhe:-

~ "Onneen ilmaan Aadam Hundi isii Qubbeen Rahmaan irraa Quba Lama Jiddutti Jirti Akka Onnee Takkaati, Gara Fedhe Garagaggalcha,"

β–ΆNabiiy ο·Ί Eegasii Akkana jedhe ⬇

~"Yaa kan Onnee Garagaggalchu Onnee Teenyaa Qajeelloo Teetirratti Deebisi"

HADISAA (Muslim) Gabaase

√Onnee Teenyaa Rabbiin Nuf Haa Qajeelchu...

Nutii Dhiihaachuf
#Join Godhaa⬇⬇...

@Salam_dawagroup
@Salam_dawagroup
BISMILLAHIR-RAHMAANIR-RAHIIM

β–ΆYaadachisaβ—€
πŸ‘‰Hadiisaa Eergaama Rabbii Irraa
✴S_A_W✴


➑Nabiiy ﷺAkkana jedhan jedhe:-

"Tokkoon Keessan Yeroo Salaataaf dhaabbate, Gama ful-durasaattii fi mirgasaatti hin tufin. Allaahaan gama ful-dura isaa jira, Garuu Gama bitaatti ykn hirpha isaa jalatti [haa tufu]"

SAHII_(B_fi_M)

Nutii Dhiihaachuf
#Join Godhaa⬇⬇...

@Salam_dawagroup
@Salam_dawagroup
BISMILLAHIR-RAHMAANIR-RAHIIM

β–ΆYaadachisaβ—€
πŸ‘‰Hadiisaa Eergaama Rabbii Irraa
❀S_A_W❀

β–ΆAbbaa manaa irratti haadhaa Nama Gaarii Ulaagaa armaan gadiitiin filachuun dirqama ta’a.

➑Nabiiy ﷺAkkana jedhan jedhe:-

πŸ‘‰Dubartiin waa afuriif fuudhamti

1β–ΆQabeenya isheetiif,
2β–ΆKabajaa gosa isheetiif, 3β–ΆBareeduma isheetiifi
4β–ΆAmantii isheetiif.

Ishee haadha diinii taateen milkaa’i;
Hin ta'uu taanaan
Harki kee lafatti haa rigamu.”

SAHII__(B_fi_M)

✴Kan qabuuf Tan diinii Rabbii Haa Godhuu...
✴Kan diinii qabadu Rabbiin Nuf Haa Keenu...
#Aamiiiiiiiiiin

Nutii Dhiihaachuf
#Join_GodhaaπŸ‘‡

@Salam_dawagroup
@Salam_dawagroup
BISMILLAHIR-RAHMAANIR-RAHIIM

➑OSOO LUBBUUN JIRTUU
SALAATAA KEETTI JABAADHU
βž–βž–βž–βž–βž–βž–βž–βž–βž–

#Forward Godhii Kheeyriidha JZK

πŸ‘‰Salaati_✴jaalala Rabbii feenan..

πŸ‘‰Salaati_✴Osoo fayyaa qabdu...

πŸ‘‰Salaati_✴Osoo biiftuun dhihaan hin baane...

πŸ‘‰Salaati_✴Jiruu teetif gammachuu feenan....

πŸ‘‰Salaati_✴Qalbii teetif gammachuu feenan....

πŸ‘‰Salaati_✴Duniyaa teetif barakaa feenan....

πŸ‘‰Salaati_✴Lubbuu teetif sinqii feenan....

πŸ‘‰Salaati_✴Jaalala Nama fi Sa'aa Yoo Feete...

πŸ‘‰Salaati_✴Salaanni Boqonnaa Sammuuti...

πŸ‘‰Salaati_✴Rabbiin Rizqii Tee keessa Barakaa Siif kaaha....

πŸ‘‰Salaati_✴Guyyaa qiyaamaa wanti dura irraa gafataamtu_? Salaata

πŸ‘‰Salaati_✴Jiddu(garagarumman) musiliimaa fi Kaafiraa Salaata qofa jira..

πŸ‘‰Salaati_✴ qaama keetiif fayyaa feenan...

πŸ‘‰Salaati_✴Salaanni qaama keetiif qulqullina feenan...

πŸ‘‰Salaati_✴Osoo maqaan kee reeffa jedhamee hin waamamne...

βž–βž–βž–βž–βž–βž–βž–βž–βž–
_____________
Osoo Lubbuun jirtuu Salaata Salaati
Akka Sirratti Salaatamu Yoo Feete
_____________

⏩Yaa Rabbi Nama Sii Jecha Salaata Salaatee Ati Irraa Qeebaltu Nu Godhi Yaa_ALLAAH....
#Aamiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin

Nutti Dhihaachuf
#Join_Godhaa!

@Salam_dawagroup
@Salam_dawagroup