πWallaalaan nama dubbisuu fi barreessuu
hin dandeenye qofaa miti..???
πWallaalaan
nama kallattii Qiblaa osoo beekuu Salaatuu dhiise dha...!!!
#Chanal_Keenyaa_
#Join_Godhaa_Jzk..
@Salam_dawagroup
@_Salam_dawagroup
hin dandeenye qofaa miti..???
πWallaalaan
nama kallattii Qiblaa osoo beekuu Salaatuu dhiise dha...!!!
#Chanal_Keenyaa_
#Join_Godhaa_Jzk..
@Salam_dawagroup
@_Salam_dawagroup
Forwarded from Dr Zakir Naik Afaan Oromoo
Dhaamsa shanβ5" ergamaa Rabbii(s.a.w) gaafa tokko Rasuulli (s.a.w) sahaaba isaati wajjiin osoo taa'utti jiruu akkana ja'een
Mee eenyuutu isiin keessa jacha kana narra fudhatee itti dalagaa (hujitti hiika) takka jacha kiyya kana narraa fudhee nama itti dalagu barsiisa?.hugguu kana β Abuu hureeyraan" isaan keessa anaatuu sirraa barachuu barbaada yaa ergamaa Rabbii (s.a.w) ja'een
Hugguu kana Rasuulli (s.a.w) harka β abuu hureeyraa" qabee waa shaβ5" lakkawee itti himee.
1, daangaa Rabbii eeggachuu (tifadhu) nama haalaan Rabbii gabbaru taataa,
2, waan Rabbiin siif qoodee (siif murteeyse) jaaladhu irra dureeysa namaa taataa.
3, ollaa keetif tola oli (gaarii itti dalagi) nama Dhugaan imaana qabu (mu'umina) taataa.
4, waan lubbuu teetiin jaalattuu namaaniis jaalladhu nama qaalii Rabbii jala butame (muslima) taataa.
5, hedduu kofla hin baayyisin hedduu kofla baayyisuun qalbii ajjeeftii https://t.me/JemalSheikhBakri1

Telegram
Jemal Sheikh Bakri
You wanna go forward a little bit more, get my experience. I will share to you my daily experince
@Na4Je
@Na4Je
β‘Nama Rabbi sodaatu Rabbiin Waa πΉ4 πΉisaaf
taha...
1_πKharaa furmaataa isaa godha..
2_πAmrii isaa isaaf laaffisa..
3_πDilii isaa isaaf dhiisa/Maara..
4_πSawaaba isaa isaaf guddisa..
β‘Namni Waa 4 Dalage isaaniif nageenyi
tahaadha isaan warra Qajeelerraahi..
1_πNama kennaa argate irratti galata galchu..
2_πMokkoramee/Balaa adda addaa itti buutee
Obse/Sabbare...
3_πNama nama Miidhee Araarama gaafate..
4_πNama ofii Miidhamee Irra namaaf kute
ykn Dhiifama godheef...
β‘Namni waa 4 dalage Imaanni isaa guutame..
1_πRabbiif jecha jaalachuu..
2_πRabbiif jecha jibbuu..
3_πRabbiif jecha kennaa kennachuu..
4_πRabbiif jecha Dhoowwachuu..
β‘Waa 4 Sabachiiftuu/Raggaasiftuu Jannataa ti..
1_πNyaata Nyaachisuu..
2_πSalaamtaa facaasuu..
3_πJecha gaarii/Haasawa toluu..
4_πSalaata Halkanii dhaabbachuu..
β‘Namni 4 jannata hin seenu...
1_πDoqna/Doyna.
2_πGanaa Namaa / Nama Baaylama diigu..
3_πMootii Ummatatti Hamtuu yaadu..
4_πNama Horii walitti qabaa tahe kha Haqa
isaa irraa hin baafne...
πInshaa Allaah Rabbiin Toowfiiqa Nuuf haa
khennu..
βΆYaqiina Dhugaa san Rabbiin nuuf haa kennu..
βΆNuti dhiihaachufβ
#Join_Godhaaπ

WANTOOTA ARMAAN GADII KANNEEN NI BARBAADDAA !!
1. Rabitti dhihaachuu ni barbaaddaa?..
π_Irra dhihoo gabrichaa gama Rabbii yaroo sujuudu..
2. Mindaa hajjii argachuu barbaaddaa?
π_Umraan baatii ramadaana kessa godhan Hajjitti qixxooyti..
3. Jaalala Rabbii barbaaddaa?
π_Rabbiin gabrichi yaroo nyaata nyaate ifii bishaan dhuge booda isa galatoomfatu nijaalata..
4. Duaβiin kee akka sirraa qiibalamu
barbaaddaa?
π_Duaβiin azaanaa ifii iqaamaa jidduu godhamtu hindeffamtu...
5. Minda yk ajrii ganna guutuu akka siif katabamu barbaaddaa?
π_Baatii hundda kessaa guyyaa sadii soomanuun akka nama ganna guutuu soomaneeti..
6. Rasuulaa(SAW)wajjiin jannata kessa jiraachuu barbaadda?
π_Namni yatiima qabee guddise Rasuulaa waliin jannata kessa taya..
7. Minda ykn ajrii karaa Rabbirra lolee barbaaddaa?
π_Namni harmallaaf if qabee fuudhe akka nama karaa Rabbirra loleeti...
8. Rasuulli(SAW)akka jannata if sii qabu barbaaddaa?
π_Namni arraba ifii qaama saalaa isaa haraam irraa if qabe Rasuulli(saw)jannata if qabaaf..
9. Eega duutee qabritti akka mindaan siif dhufu barbaaddaa?
π_Sadaqaa jaariyaa kannadhu,ilmii nama barsiisi,ilmoo siif duaβii gootu dhali...
10. Harka 1/3 quraana qaraβuu barbaddaa?
π_Qulhuwallahu ahad qaraβi..
11. Minda nama halkan guutuu dhabbattee salaatee argachuu barbaaddaa?..
π_Namni salaata subii jamaaβaan salaate akka nama halkan guutuu salaateeti..
12. Dilbii jannataa barbaaddaa?
π_Laahawla walaa quwwata illaa billaah dilbii jannataati..
13. Akka miizaanni kee minddaan ulfaatu barbaaddaa?
π_Subhaanallahi wabihamdihii subhaanallahi laβaziim jadhi..
14. Akka umriin sidheerattee rizqiin sitti ballatu barbaaddaa?
π_Rahima yookaa aanaa kee maxxanfadhu..
15. Akka Rabbiin sitiiysu barbaaddaa?
π_Namni salaata subii salaate tika Rabbii jala jira..
16. Akka Rabbiin Rahmata siif godhu barbaaddaa?
π_Rasuularra(SAW)rahmata buusi.
17. Akka Rabbiin ol sifuudhu barbaaddaa?
π_Rabbiif if gadqabi...
β₯Yaa Rabbiin Nuf Haa Laffiisu...β₯
Nuti Dhiihaachuf
#Join_Godhaa_π

Namni tokko barate baratuu baate wantoota #6_Asi gadi kana yoo guuttate galma yaade ni geessaa...!
1, πAmala gaarii..
2, πMurannoo/kutannoo
3, πWaan tokkorrati ejjannoo jabaa qabaachu..
4, πTattaaffii..
5, πdhugaa irraatti sodaa... dhaabbuu (daffarummaa)...
6,πWaa Hundaa Obsaa dabbaarsudha
β₯INSHAA ALLAAH
YOO RABBIIN JADHEβ₯
Nuti Dhiihaachuf
#JOIN_Godhaaπ

_Yaadachisa_
βΆHadiisaa Eergaama Rabbii {S_A_W}
πGurbaan tokko gama ergamaa rabbii (S.A.W) dhufee akkana ja'een:-
β‘Yaa ergamaa rabbii dalagaan yoo isii dalage rabbii fi ilmi namaa itti na jaalatu naaf himi,...?
πErgamaan rabbiitis (S.A.W) Akkana ja'een:..!
β‘Duniyarraa dantaa Dhabi rabbiin si jaalata, Kajeellaa namaa dhiisi(Naman kajeelin)
Namni si jaalata...
Nuti_Dhiihaachuf
#JOIN_Godhaa_π

πErgamaan Rabbii S.A.W
Akkana Je'an
π"Keeyyata (Ayaata) takkallee taatu waan narraa dhageeysan dabarsaa"
πhanga dandeenyun kheeyrii Waliin haa Geenyuu!
π"Kheeyrirratti wal-gargaaraa,
Hamturratti wal-hin gargaarinaa."
β‘Dandeeytuma qabnuun amantii teenyaaf waan gaarii takka haa daleeynuu!!!
#Nutii_Dhiihaachuf..
#JOIN_Godhaa...
#Waliifis_Eerga_JZK
ππππππππ
https://telegram.me/Salam_DawaGroup

Salam Dawa Group
β‘Ergamaan Rabbii S.A.W
Akkana Je'an
"Keeyyata (Ayaata) takkallee taatu waan narraa dhageeysan dabarsaa"
πDandeeytuma qabnuun amantii teenyaaf waan gaarii takka Waliif haa dabarsinuu!!!
Join_Usπ
@Salam_dawagroup
Akkana Je'an
"Keeyyata (Ayaata) takkallee taatu waan narraa dhageeysan dabarsaa"
πDandeeytuma qabnuun amantii teenyaaf waan gaarii takka Waliif haa dabarsinuu!!!
Join_Usπ
@Salam_dawagroup
BISMILLAHIR-RAHMAANIR-RAHIIM
SII FAYYAADAA DUBBIISI!
β‘GAAFII_FI_πDEEBBII
1_β‘Sahabtichi sirri [iccitii] Rasuula [S.A.W] tahe Eenyu ?
πHuzeyfatu binu yamaan [R.A]
2_β‘Sahaabtichi osoo Rasuula [S.A.W] bira jiruu kan rasuula [S.A.W] hin argin Eenyu ?
πAbdullaah binu ummi maktuum
[R.A]
3_β‘Barreessan rasuula [S.A.W] Eenyu?
πAliyyii binu Abii xaalib [R.A]
4_β‘Sahaabticha kami kani Rasuulli [S.A.W] gurbaan beekaan isiniif dhufuu taa'a jedhen kam?
πAmri binu Aas [R.A]
5_β‘Sahaabticha kami kan Rasuulli [S.A.W] kopha duuta kopha kaafamta jedhen..?
πAbii zarri Sl Ghifaarii [R.A]
6_β‘Rasuulli rabbii [S.A.W] gaafa madinaa gale Eenyu bira qubate ?
πAbi Ayyuub Al ansaarii [R.A]
7_β‘Sahabarra Eenyu hadisa akkan
oddeesse ?
πAbu hureeyraa [R.A]
8_β‘Sahabarraa kan dura qooqa ol fuudhe Qur'aana qara'e Eenyu?
πAbdullaah binu mas'uud [R.A]
9_β‘Sahabarraa turjumaanni Qur'aanaa Eenyu?
πAbdullaah binu Abbaas [R.A]
10_β‘Eenyuutu Qur'aanaa akka walitti qabamu Abu bakritti hime ?
πUmar binu khaxxaab [R.A]
11_β‘Qur'aana Eenyutu walitti qabe?
πZaydi binu saabit [R.A]
12_β‘Namni islaaminnaa dura makka keessatti mul'isee qixaaxamee godaane Eenyu ?
πKabbaab binu Aratti [R.A]
13_β‘Sahaabtichi lola yamaamaa keessatti shahidee tahee kan ssyyida gosa isaa tahe Eenyu?
πxufeeyli binu Amri Al dowsii [R.A]
14_β‘Sahaabtichi aayanni 4 sabaabaa tiyyaan buute jedhe Eenyu?
πSa'ad binu waqqaas [R.A]
15_πSahaabtichi abbaa nuura lamaa jedhanin Eenyu ?..
πUsmaan binu affaan [R.A]
16_β‘Sahaabtichi abbaa nuura tokko Eenyu ?
πXufeeyli binu Amrii [R.A]
17_β‘Sahaabaa keessa namni boodarra du'e Eenyu ?
πAbu xufeeyli Amrii binu waasilata
[R.A]
_______________________
Akka irraa barattuu Abdi Qabaa..!!
Waliif #Forward Godha..jzk
_______________________
Nutii Dhiihaachuf

βΆYaadachisaβ
πHadiisaa Eergaama Rabbii Irraa
π³S_A_Wπ³
Abu-hureyraan irraa ( R.A. )
β‘Nabiiy ο·ΊAkkana jedhan jedhe:-
βΆ"Namni Rabbiifi Guyyaa Boodaatti kan Amanu tahe toltuu Haa Dubbatuu yookaa haa cal'isuu,
βΆ"Namni Rabbiifii Guyyaa boodaatti kan Amanu tahe olla isaa Akka
hin Cinqine.."
βΆ"Namni Rabbiifii Guyyaa boodaatti kan amanu tahe keessummaa isaa haa kabaju."
SAHII_(_B_fi_M_)
Itti hojaachuu Rabbiin Nuf Haa Laffiisu....
Nutii Dhiihaachuf
#Join Godhaaβ¬β¬...

β€S_A_Wβ€
Abdullaah ibnu amri ibnul-aas (R.A.)
β‘Nabiiy ο·ΊAkkana jedhan jedhe:-
~ "Onneen ilmaan Aadam Hundi isii Qubbeen Rahmaan irraa Quba Lama Jiddutti Jirti Akka Onnee Takkaati, Gara Fedhe Garagaggalcha,"
βΆNabiiy ο·Ί Eegasii Akkana jedhe β¬
~"Yaa kan Onnee Garagaggalchu Onnee Teenyaa Qajeelloo Teetirratti Deebisi"
HADISAA (Muslim) Gabaase
βOnnee Teenyaa Rabbiin Nuf Haa Qajeelchu...

β΄S_A_Wβ΄
β‘Nabiiy ο·ΊAkkana jedhan jedhe:-
"Tokkoon Keessan Yeroo Salaataaf dhaabbate, Gama ful-durasaattii fi mirgasaatti hin tufin. Allaahaan gama ful-dura isaa jira, Garuu Gama bitaatti ykn hirpha isaa jalatti [haa tufu]"
SAHII_(B_fi_M)

βΆAbbaa manaa irratti haadhaa Nama Gaarii Ulaagaa armaan gadiitiin filachuun dirqama taβa.
β‘Nabiiy ο·ΊAkkana jedhan jedhe:-
πDubartiin waa afuriif fuudhamti
1βΆQabeenya isheetiif,
2βΆKabajaa gosa isheetiif, 3βΆBareeduma isheetiifi
4βΆAmantii isheetiif.
Ishee haadha diinii taateen milkaaβi;
Hin ta'uu taanaan
Harki kee lafatti haa rigamu.β
SAHII__(B_fi_M)
β΄Kan qabuuf Tan diinii Rabbii Haa Godhuu...
β΄Kan diinii qabadu Rabbiin Nuf Haa Keenu...
#Aamiiiiiiiiiin

β‘OSOO LUBBUUN JIRTUU
SALAATAA KEETTI JABAADHU
βββββββββ
#Forward Godhii Kheeyriidha JZK
πSalaati_β΄jaalala Rabbii feenan..
πSalaati_β΄Osoo fayyaa qabdu...
πSalaati_β΄Osoo biiftuun dhihaan hin baane...
πSalaati_β΄Jiruu teetif gammachuu feenan....
πSalaati_β΄Qalbii teetif gammachuu feenan....
πSalaati_β΄Duniyaa teetif barakaa feenan....
πSalaati_β΄Lubbuu teetif sinqii feenan....
πSalaati_β΄Jaalala Nama fi Sa'aa Yoo Feete...
πSalaati_β΄Salaanni Boqonnaa Sammuuti...
πSalaati_β΄Rabbiin Rizqii Tee keessa Barakaa Siif kaaha....
πSalaati_β΄Guyyaa qiyaamaa wanti dura irraa gafataamtu_? Salaata
πSalaati_β΄Jiddu(garagarumman) musiliimaa fi Kaafiraa Salaata qofa jira..
πSalaati_β΄ qaama keetiif fayyaa feenan...
πSalaati_β΄Salaanni qaama keetiif qulqullina feenan...
πSalaati_β΄Osoo maqaan kee reeffa jedhamee hin waamamne...
βββββββββ
_____________
Osoo Lubbuun jirtuu Salaata Salaati
Akka Sirratti Salaatamu Yoo Feete
_____________
β©Yaa Rabbi Nama Sii Jecha Salaata Salaatee Ati Irraa Qeebaltu Nu Godhi Yaa_ALLAAH....
#Aamiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin
Nutti Dhihaachuf
#Join_Godhaa!