Egeree Post
8.26K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
#Breaking_News
#Yaadni #Aadde Keenyaa #hin milkoofne akka milka'uuf

Magaalaa Finfinnee keessatti #Faarun_Oromiyaa akka hin faarfatamnee fi #alaaban Oromiyaa akka hin fannifamne mootummaan federaalaa ajaja dabarseera.

Qabsoon #EZEMA
#BALDERAS
#ABN fi jarri biroo Finfinnee #Oromiyaarraa adda baasuu milkaa'e jechuudhaa???? #Dhaggeeffadhaa qaamoota Hayyamaniis #hubadhaa
yaada marii eegalaa #Afaan_Oromoo maal #balleessee yaada kessan nuuf qooda #wal qaqqabsiisaa #share godhaa gurra wal buusaa #barjaamti iddoo garaa garaatti #dhoobamtee jirtu akka hin kaaneef jenneti
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
#Beeksisa-qacarrii Haaraa

Dhaabbata :📶Baankii misooma Itoophiyaa (DBE)
🧿Muuxannoo: Zeeroofi Muuxannoodhan.
■Guyyaan Galmeen: 04/07/2023- 07/07/2023
■Baay'ina:1070
■Galmeen: online qofa.
#tooruma fb irra isiniif ka'aamera
■Eebbifamtoota bara 2020,2022fi 2023
■Qabxii 3:0 fi isaa ol warreen qaban.
■ Iyyataan/ttuun : Umurii 30 fi isaa gadi ta'uu qaba.
■Gitoota hojii armaan gadiitin
1 -Junior Officers
2 - Engineers (Civil, Electrical, Mechanical, Industrial, Agricultural, Textile And Related Fields)
3 - Attorneys
4 - IT Officers
5 - Officers
6 - Senior Officers
7 - Team Managers
■District barbaaddanitti filattanii galmaa'uu dandeessu.
#Hubachiisa: Namni tokko gitoota hojii lamaa ol galmaa'uu hin danda'u
Yoo galmaa'e dorgommiirra ni haqama.

Rakkoo Networkiitiif
#Ijoollotni arguu dhabuu dandda'u #Wal Cinaa dhaabbadhaa

#Maaloo Beeksisa kana #share godhaa.

Akkuma beekamu bara dhufa Waajjiraaleen mootummaa qacarrii akka hin geggesinee beeksiseera kanaaf apply godhaa
liinkii Beeksisichaa kunooti
👇👇👇
https://www.facebook.com/100011115710032/posts/pfbid02NjF8kyV5F7LKCaGDCMNshbfL97Z5AK5hbiNg3z4PNXTsxXJgeTSFsAXhoUCCQFiYl/?app=fbl
Forwarded from Egeree Post