Egeree Post
8.26K subscribers
4.34K photos
73 files
3.45K links
This is Official Egeree Post Channel
&Technolgy
Our Website egeree.com
Telegram https://t.me/michujobs
All Ethiopia Jobs posting source at one place
Hojiilee Mara Iddoo Tokkotti walitti sassabuufi Barnoota Technology waliin Isin qaqqabsiisna
Download Telegram
#Breaking_News
#Yaadni #Aadde Keenyaa #hin milkoofne akka milka'uuf

Magaalaa Finfinnee keessatti #Faarun_Oromiyaa akka hin faarfatamnee fi #alaaban Oromiyaa akka hin fannifamne mootummaan federaalaa ajaja dabarseera.

Qabsoon #EZEMA
#BALDERAS
#ABN fi jarri biroo Finfinnee #Oromiyaarraa adda baasuu milkaa'e jechuudhaa???? #Dhaggeeffadhaa qaamoota Hayyamaniis #hubadhaa
yaada marii eegalaa #Afaan_Oromoo maal #balleessee yaada kessan nuuf qooda #wal qaqqabsiisaa #share godhaa gurra wal buusaa #barjaamti iddoo garaa garaatti #dhoobamtee jirtu akka hin kaaneef jenneti
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8
https://t.me/+b6AsjQ-8WLRiM2E8