Life Is Short🥹
5.34K subscribers
197 photos
10 videos
2 files
665 links
Channalii bareedaa waan hedduu irraa barattan gorsa hadisa seenaa jechoota dinqisiisoo fi kkf
Join hiriyyoota keessaniif Share godhaa
بارك الله فيكم
yaadaaf
@Muzaa6899...irratti nu qunnamaa
Download Telegram
Islaama jechuun maali? What's the Islam?

Islam means;- surrender or submission of the will of Allah...the root of the word Islam come from silm or Salam, which means peace. In Arabic word "Islam" Salam, in Hebrew shalom.

Islam jechuun;- Rabbiif bitamuu ykn ammoo, Rabbiif gadi of qabuudha. Hundeen jecha Islaama jedhuu; jecha hundeen isaa Silm fi Salaam jedhamurraa dagaage. Kana jechuun immoo Nagaya jechuudha. Islaama jechuun Nagaya, Afaan Hibruutti immoo shalom jedhama. Nagaya jechuudha.

-the name Islam is universal in meaning. Islam is not named after a tribe of people or an individual, as Judaism is named after the tribe of judah, Christianity after Christ, and Buddhism after budha.

-Maqaan Islaamaa jedhu kan addunyaa maraati. Islaamummaan maqaa gosa namootaa ykn nama dhuunfaatiin kan moggaafame miti, akkuma amantiin Yihudootaa gosa yahuudaa, Kiristaanummaan Kiristoosiin, Budiizmiin immoo budha jedhamuun moggaafame.

-Islam is not a name chosen by human beings, it was divinely communicated from God. Islam is a global faith, not of the east or the west. Islam is a complete way of life, implying total submission to God.

-Islaamummaan maqaa ilmi namaa filate osoo hin taane, Rabbiin biraa kan dabarfame ture. Islaamummaan amantii addunyaati malee kan bahaa ykn dhihaa miti. Islaamummaan akkaataa jireenyaa guutuu ta’eedha, guutummaatti Rabbiif bitamuu kan agarsiisudha.

#Rabbiif bitamuun karaa milkaa'inaati. Koottaatii Rabbiif ajajamaa, ergamaa isaatiifis ajajamaa, Amantaa dhugaas Islaamummaa qabadhaa...

Obedience to Allah is the path to success. come, obey Allah, and obey His Messenger, and take up the true religion of Islam.

Qopheessaan: Xaahir Galatoo
https://t.me/jireenyiDuniyaGababudha