Life Is Short๐Ÿฅน
3.89K subscribers
49 photos
1 video
2 files
323 links
Channalii bareedaa waan hedduu irraa barattan gorsa hadisa seenaa jechoota dinqisiisoo fi kkf
Join hiriyyoota keessaniif Share godhaa
ุจุงุฑูƒ ุงู„ู„ู‡ ููŠูƒู…
yaadaaf
@Muzaa6899...irratti nu qunnamaa
Download Telegram
โ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธ
    #HUBACHIISA
โœ…Namoota #tapswap hin hubatiniifโœ๏ธ
โœ๏ธLink gadii kanaan seentanii #Screen-bilbila keessanii #tap-tap gochuun coin kuma hedduu wallitti qabattu๐Ÿค™โœ๏ธKunis guyyaa muraasa booda gara maallaqaatti jijjirama akkuma notcoin yeroo darbetti
โœ๏ธTapswap kun kan inni tilmaamamu $#dolarani kunnimmoo birri Ethiopian birri 12000 olitti waan tilmaamamu hojjachuu dandeessu jechuudha๐Ÿ˜Šโœ๏ธAmmuma seenaa tursitanii bulchitanii biran bulinaa๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ‘๐Ÿค
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1723649771
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_1723649771
๐ŸคŒ๐ŸคŒ๐ŸคŒ๐ŸคŒ๐ŸคŒ๐ŸคŒ๐ŸคŒ๐ŸคŒ
๐Ÿ€๐Ÿ€Ol Seenaa๐Ÿ€๐Ÿ€
Hin_fuudhinaa.....๐Ÿ‘‡


3ffaan: #Hannaanaa,
Hannaanaa jechuun tan warra isii malee gadi hin dhaabanne...
Tuni dubartii mana ufii hin beekne, dubartii heeruma jechuun mana ishee sirritti qabuu akka tahe isiif hin galleedha.
Ganama warra deemtee, guyyaa deemtee... galgala galti.
guyyatti yeroo lamaa ol mana maatii ishee deemti.
#Hubachiisa: Kana yoo jennu mana maatii hin dhaqinaa osoo hin taane, erga mana maatii keetii baatee... manni kee inni hundeedhaa... Jaarsaa fi ijoollee tantee wajjiin mana keetitti booharuudha.
4ffaa; #Haddaaqaa...
Haddaaqaa jechuun: dubartii ija gogeettii jechuudha... dubartii economically lafaan si geettu jechuudha...
Akka tasaa waan addaa wahii mana nama biraatti ykn harka dubartoota biraatti yoo agarte... hanga ati waan sana bittutti gadi sin teessiftu.
Dubartii waan haaraa argite hundaa nama bichisiiftu... dubartiin akkanaa yoomuu hin quuftu, waan mana namaatti argite hundaa isheedhaaf bituun dirqama..... tanas isin haa baasu... ๐Ÿ˜

4ffaa 5ffaan..... uuuuuuuu ๐Ÿ˜
Nu haa baraaru....
๐Ÿ‘‡
https://t.me/tafak_or