👍2👏1
20/12/2016
Ooduu Sinbirtuu
Bagaa jala bultii eebbaa marsaa 11ffaa isiin gahee jechaa eebbifaamtoonii dhaabbaataa leenjii koompitaraa Infoo-Teekii damee goobba fi roobee gaafa guyyaa 22/12/2016-23/12/2016 qofa sa'ati 2:00 irraa jalqabee gawaanii eebbaa waan fudhataniif qarshii gawanii qabsiistaan Qr.300 yoo ta'u yeroo gawanii debiistaan qarshiin kan debi'u ta'a.
Hubachisaa:-Guyyaan gawanii ittii deebi'u gafa guyyaa 27/12/2016 sa'ati 2:00-12:00 qofa ta'u isa hubachudhaan yerodhaan akka debistaan erga kenyaa.
Guyyaa jimaata(24/12/2016) barataan gawanii fudhachuuf dhufuu kan hin kessumeesinee ta'u isaa hubachuun guyyaa jedhaame kessatii akkaa fudhattan ciminaan isini ibsinaa.
Dhaabbata leenjii Koompitaraa Infoo-Teekii
Koree Eebbaa Gobbaa-Roobee
Share share share...

👍5❤4
22/12/2016
Kabajamtootaa fi jalatamtootaa leenjiitootaa Infoo-Teekii damee goobba fi roobee Baga jala bultii eebbaa marsaa 11ffaa geessaan jechaa guyyaan gawanii ittii fudhaataan Robii fi Kamisaa qofa ta'u isaa beektaanii hundii kessaan ulaaga jedhame guttaachuun akkaa fudhaatan dhaamsaa kenyaa.
Koree GC Goobbaa-Roobee

👍1👏1
Gawaniiin kenamuuti jiraa hundii kessaanuu yeroodhaan fudhaadhaan ergaa kenyaa.
Hubachisaa: iddon gawani ittii fudhatan kan dame gobbaa gobbaati kan dame robee robetii

👍2