Info-Tech Computer Training Institution Channel
1.37K subscribers
3.03K photos
10 videos
30 files
207 links
This channels are used for Education.
Info-Tech Branch
1. Bale Goba
2. Bale Robe
3. Bale Ginnir
Download Telegram
24/12/2016
Baga jala bultii eebbaa marsaa 11ffaaf gechaan jechaa guyyaa hara'a sa'ati 8:00 irraa jalqabee dikoorii waan hojjaanuuf eebbiifamtoonnii humnaan akkaa nuu gargaattaan ergaa kenyaa isinii dabarsinaa.

Hafuun hin danda'aamuu
Iddoon walarga Infoo-Teekii damee roobetii

Share share...
Ergaa Yamiichaa

Dhaabbaannii Leenjii Koompitaraa Infoo-Teekii Damee Goobbaa fi Roobee Leenjiitootaa ji’ottaan darbaan oogummaalee adda addaatin leenjiisaa ture marsaa 11ffaaf gafa guyyaa 25/12/2016 kolleejjii barsiisootaa roobeetii ganama sa’ati 2:30 irraa jalqabee bifaa ho’aa ta’een waan eebbisisuuf Leenjiitoonnii dhaabatichaa fi jiraatoonii magaala goobbaa fi roobee hundaa, xiqaa guddaan, akkasumas leenjiitoonnii kanaan duraa eebbifamtan hundii kessaan guyyaa gamachuu keenyaa irraatii akkaa argamtaan kabajaa guddaan isin afferree jirraa.

የጥሪ መልዕክት
የኢንፎቴክ ኮምፒዩተር ማሰልጠኛ ተቋም ጎበ እና ሮቤ ቅርንጫፍ በተለያዩ ሞያዎች ሲያሰለጥን የነበረዉን ሰልጣኞች ለ11ኛ ዙር በ25/12/2016 በሮቤ መምህራን ኮሌጅ ከጠዋቱ 2፡30 ጀምሮ በደማቅ መልኩ ሰልጣኞቹን ስለሚያስመርቅ የተቋሙ ስልጣኞች እና የጎባ እና የሮቤ ነዋሪዎች ትልቅ ትንሹ እንዲሁም ከዚህን በፊት የተመረቃችሁ ሰልጣኞች ሁላችሁም የደስታ ቀናችን ላይ እንድትገኙ በእክብሮት ጋብዘኖታል፡፡
Dhaabbata Leenjii Koompitaraa Infoo-Teekii
👍1

congratulation
Baga gammadaan
Eebbifamtoonnii dhaabbata leenjii koompitaraa infoo-teekii dame goobbaa fi roobee marsaa 11ffaa eebbifamtaan hundii keessaan baga guyyaa gamachuu keessaaniin gechaan jechuun barbaadaa. Bu’a bahi hedduu keessaa tartanii, qoorraa fi aduu oso hin jedhiin leenjii ogummaalee addaatiin leenjii’aa turtaan hundii keessaan baga gammaddaan. Eebbii kan jaalala, kan milki fi kan firi keessaan ittii muldhistaan haa ta’u.
Congratulation class of 2024

እንኳን ደስ አላችሁ፡፡

የኢንፎ-ቴክ ኮምፒዩተር ማሰልጠኛ ተቋም ጎባ እና ሮቤ ቅርንጫፍ 11ኛ ዙር የምትመረቁ በሙሉ እንኳን ለደስታ ቀናችሁ አደረሳችሁ ማለት ፈልጋለዉ፡፡ ብዙ ዉጣ ዉረድ ዉስጥ አልፋችሁ፤ ብርድ እና ፀሐይ ሳትሉ ርቀት ሳይገድባችሁ በተለያዩ ሞያዎች የሰለጠናችሁ ተመራቂዎች እንኳን ደስ አላችሁ፡፡ ምርቃቱ የደስታ፤ የፍቅር፤እና ዉጤታችሁን የምታዩበት ይሁን፡፡

(Andualem K. G/Manager)
Congratulation class of 2024
9👍6
25/12/2016
Bagaa Eebbaa irraa haftaan eebbifamtoonnii marsaa 11ffaa. Eebbii kun akkaa milka’uuf galgalaa ganamaa hojiiwwaan nama bonsaan hojjaatanii , qaamooleen sponsara nuu gotanii fi akkaasumaas qaamoleen nuu maddii dhaabatan hundii keessaan galaannii keenyaa daraan oolaanadha. Irraa debi’uudhaan baga gammadddaan baga gammaannee.
እንኳን ከምርቃት ተረፋችሁ የ11ና ዙር ተመራቂዎች.፡፡ ምርቃቱ እንዲሳካ ጠዋት እና ማታ አኩሪ ስራ የሰራችሁ፤ ስፖንሰር ያደረጋችሁን በሙሉ፤ እንዲሁም ከጎናችን የቆማችሁ አካላት በሙሉ ምስጋናችን የላቀ ነዉ፡፡
በድጋሜ እንኳን ደስ አላችሁ እንኳን ደስ አለን፡፡
👍9👎3

🤷2