Forwarded from Info-Tech Computer Training Institution Channel (Info-Tech CEO)
10/12/2017
Beeksisaa/ማስታወቅያ
Leenjiitootaa Infoo-Teekii Damee goobba fi roobee hundaaf Baga Eebbaa marsaa 12ffaaf gechaan jechaa guyyaan gawanii ittii fudhaattaan gaafa guyyaa 13/12/2017 fi 14/12/2017 qofaa waan ta’eef barattoonii qubeen maqaan kessaan akkaa armaan gaditii jirtaan sagantaa gawaanii ittii fudhaataan.
Kana Hubachun hundii keessan guyyaa jedhametii qaaman argamuun akka fudhaataan isini ibsinaa.
Hubachisaa:- Barata guyyaa jedhaameen alaati dhufu fi sagantaa bahen alati dhufu kan hin kessumeesine ta’a.
የኢንፎቴክ ጎባ እና የሮቤ ቅርንጫፍ ስልጣኞች በሙሉ እንኳን ለ12ኛ ዙር ምርቃት አደረሳችሁ እያልን የመመረቅያ ጋወን የምትወስዱበት ቀን በ13/12/2017 እና 14/12/2017 ብቻ ስለ ሆነ ስማችሁ ከዚህ በታች ባለዉ የስም ሰንጠረዥ ይሆናል፡፡ ይህን በመገንዘብ በተባለዉ ቀን ሁላቸሁም እንድትወስዱ እንገልፃለን፡፡
ማሳሰብያ፡-ከተጠቀሰዉ ቀን እና ከወጣዉ ፕሮግራም ዉጪ የሚመጣን ተማሪ የማናስተናግድ መሆኑን እንገልጻለን፡፡
For more Info Join and us!
@infotechcomp
@anduinfotechs
@infophotographer
@infostudiolab
@AndualemK
TikTok
@infotechinstitution
Facebook
@Infotech computer training center
Website
Infotech.et

❤2
12/12/2017
Eebbiifamtootaa Marsaa 12faa dame goobbaa fi roobee guyyaan gawanii,Bindary, Rivani fi sensa maatii kan ittii fudhattaan qubeen maqaa kessaanii A-L guyyaa boruu(13/12/2017) ganama sa'ati 2:00 -12:00 qofaa waan ta'eef hundii kessanuu yeroo jedhamee kessaatii qr. 500 qabsisuudhaa akkaa fudhattaan ergaa kenyaa dabarsinaa.

❤3
Eebbifamtoonnii Marsa 12ffaa guyyaa har'aa gawanii fudhaachuti argamuu.
Congratulation class of 2025
Congratulation class of 2025
❤2
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
13/12/2017
Guyyaa har'aa bifaa adda ta'en jaalalaa fi kabajaan gawani fi bindary rabsine jirraa. guyyaa borus(14/12/2017) immoo maqaan kessaan qube M-Z jirtaan hundii kessaan akkaa fudhaattaan jechaa, guyyaan borus guyyaa dhumaa kan gawanii ittii kenninuu wan ta'ef kana hubachuun hundii kessanuu qaaman argamuun akka fudhattaan dhaamsa kenyaa isinii dabarsina.
For more Info Join and us!
@infotechcomp
@anduinfotechs
@infophotographer
@infostudiolab
@AndualemK
TikTok
@infotechinstitution
Facebook
@Infotech computer training center
Website
Infotech.et
Guyyaa har'aa bifaa adda ta'en jaalalaa fi kabajaan gawani fi bindary rabsine jirraa. guyyaa borus(14/12/2017) immoo maqaan kessaan qube M-Z jirtaan hundii kessaan akkaa fudhaattaan jechaa, guyyaan borus guyyaa dhumaa kan gawanii ittii kenninuu wan ta'ef kana hubachuun hundii kessanuu qaaman argamuun akka fudhattaan dhaamsa kenyaa isinii dabarsina.
For more Info Join and us!
@infotechcomp
@anduinfotechs
@infophotographer
@infostudiolab
@AndualemK
TikTok
@infotechinstitution
@Infotech computer training center
Website
Infotech.et
❤2
15/12/2017
Baga Eebbaa Marsa 12ffaa gechaan jechaa guyyaa boru(16/12/2017) sa'ati bodaa sa'a 7:30 irraa jalqaabee galmaa wan sirreesiinuuf baratoonnii eebbifamtotaa T-shirt uffachuun galmaa kollejjii barsiisotaatii akkaa argaamtaan gamanumaan ergaa kenya dabarsinaa.
Hubachisaa:- Barattoonnii qophii qabdaan sa'ati jedhameetii argamuun dirqama. kana ta'u baannan sagantaan kessaan kan haqamuu ta'a. koreleen eebbaas dame gobbaa fi roobees sa'ati jedhamee kessaatii nuu argamtaan.

❤13
16/12/2017
Baga Jala bulti jalatama fi kabajamaa Eebbaa Leenjiitootaa Infoo-Teekii Dame Goobbaa fi Roobee Marsaa 12ffaaf isin gahee jechaa eebbaa kabajamaa fi jalatamaa kana irraati guyyaa boruu sa’ati 2:30 irraa jalqabee wal argaan kollejjii barsisootaa Roobeetii yaa ta’un ergaa keenyaa. Baga gammaddaan baga gammannee.
አንኳን ለተከበረዉ እና ለተወዳጁ የ12ኛ ዙር የኢንፎቴክ ጎባ እና ሮቤ ቅርንጫፍ ሰልጣኞች ምርቃት አደረሳችሁ እያልን በነገዉ እለት ከጠዋቱ 2፡30 ጀምሮ በሮቤ መምህራን ኮሌጅ እንገናኝ ስንል መልዕክታችንን እናስተላልፋለን፡፡ እንኳን ደስ አላችሁ እንኳን ደስ አለን፡፡

❤5👍2