Hamza mohammed👉offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
#Breaking| Kibba Goondar Magaalaa Samada Ganda Sargawit Keessatti Bubbeen Cimaan Ka'uun Dhaabbata Mootummaa Lamaa Fi Bataskaana Tokko Mancaasuun Hojiin Ala Godhee Jira

Itti Gaafatamaan Bataskaana Kana Akka Jedhanitti «Bataskaanni Kun Kan Hundeeffame Bara 1988 Yoo Ta'u Balaa Bubbee Kanaan Bataskaanichi Guutummaan Guututti Barbaadeessee Jira Gochi Asiin Dura Bataskaana Kana Irratti Argamees Dhaga'amees Kan Hin Beekne Yoo Ta'u Bataskaana Kana Deebisnee Dhaabuuf Ammallee Gargaarsa Obbooleewwan Keenyaa Nu Barbaada»

✔️ Osoo Oollee Hin Buliin Rabbiin Ajaayiba Isaa Nu Agarsiise Isaan Mana Rabbii Masjiida 'tti Duulanii Gubanis Abbaan Masjiidichaa Allah'n Kunoo Masjiida Isaatiif Birmate #ALHAMDULILLAH

● Kuni Mallattoo Dha Keessatti Of Xiinxalaa

©Jechoota Gaggaarii
#LIKE #SHARE


®Barruulee Nuti Maxxansinu Saffisaan Akka Isin Qaqqabaniif Like Share Godhaa

Join
@Jechotagaggaarii
@Jechotagaggaarii
@Jechotagaggaarii
#Erdogan| «Jabana Orodgaan»

Jabana Mootii Ordogaan Lakkoofsi Ijoollee Qur'aana Haffazanii Dabalaa Jiraachuun Himame

Turkiyaa Keessatti Erga Amiirri Ordogaan Taayitaa Qabatanii Baayyinni Ijoollee Qur'aana Haffazanii Shamarran Dabalatee Lakkoofsi Isaanii Kuma 138 Ga'ee Jira, Kana Qofa Osoo Hin Taane Wiirtuun Qur'aana Haffaziisu Jabana Ordogaan Keessa Ijaarame Baayyinni Isaa 1450 Ol Ta'ee Jira
#MaashaaAllah
⊙ Yoo Si Gammachiise SHARE Godhi

● Rabbi Umurii Isaa Haa Dheeressu

©Jechoota Gaggaarii
#Like_Share

Join

@Jechotagaggaarii @Jechotagaggaarii @Jechotagaggaarii
#Gadda| «Afghanistan»

Rabbi Raahmata Haa Godhuuf

Magaalaa Guddittii Afgaanistaan Kabula 'tti Guyyaa Kaleessaa Sirna Cidhaa Geggeessuuf Namoota Galma Keessatti Walitti Qabamanii Jiran Irratti Boombii Finxaalessi Ameerikaa Tokko Dhooseen Bakka Tokkotti Namooti 63 Kan Du'an Yoo Ta'u Namoonni 180 Ol Immoo Mada'anii Jiru

Namoota Du'an Kana Keessa Dubartootaa Fi Daa'imman Nii Argamu Jedha Odeessi Afgaanistaan Irraa Ba'e

Kan Du'aniif Rabbi Raahmata Haa Godhu

Odeeffannoolee Birootiif Channel YouTube Keenya Kana Dyan https://youtu.be/SJIK0FlzbXc Subscribe Gochuun Nu Hordofaa

©Jechoota Gaggaarii
#Like_Share
YAA DHALA KOO MAAF GARAA JABAATTA ?

~ guddisa keen cabee
~ miixuu daha keerraa
~ guddisa keen cabee
~ harka qullaan hafe
~ of biraa si dhabee

~ garaa kootti caalaa
~ harka kootti si baadhe
~ moofaa dhaaf Fincaan kee
~ hundaa boraafadhee
~ gadameessi Ko hin fayyine
~ dhiigni sitti dhiige
~ yaadadhu si guddisuuf
~ sabbata sitti hiikee
~ tokko lamaan sittin himuu
~ Maal godha gadi diigee ×2😭😭😭

~ ofii kootii daareen
~ sitti uwwisee mucaa
~ har'a bakka yaadde geesse
~ maaliif nattibaacca!
~ sabbata koo hiikeen
~ marxoon si barsiise
~ nadagatte? dhalakoo
~ buddeen bira geessee
~ lafaaf horii kankoo
~ sitti dhadhahadheen
~ ammas baar gamatti
~ dafqee si ergadhee ×2

~ Ani haadhi kankee
~ bakkichuman jiraa
~ rakkinaaf gadadoon
~ jirti na daradaa
~ yoo muman mucaa koo
~ sitti Aara galfadha?
~ sitti hirkadhee
~ yoomin boqonnaa fudha!
~imimmaan koo Roobee
~ taliilli akka bishaanii
~ Afuura keen dhabee
~ of dadhabe ani
~ innin si barsiiseen
~ boruu na fayyiftaaf
~ rakkootti na laatte
~ maaliif na ajjeefta ?×2😭

~yoomuu sirraan dhumu
~galanni Oolmaa koo
~ kutuu na ilaali
~ Maal taate dhala koo
~ maaliif na dagattee
~ utuun sin argineen du'aa ?
~ Halkaniifi Guyyaa
~ si arguufin booha 😭
~ Narraa hin fagaatin
~ najjabaattee garaa
~ Jedhii naaf bilbilii
~ kunoo asin jiraa
~ Ani waanin siif tahe
~ akka nama taatuuf jecha
~ ibsuu hin dan deessuu
~ yoomiyyuu gochaan
~ ijuma kiyyumaan
~ si arguu bar baade
~ dhuguma na yaaddaa?
~ An hedduun si yaadee! ×2

~ erbittiima koo duriin
~ uffadha hammayyu
~ dhala hin qabu jechuuf
~ arge Akaakayyuu!
~ maaloo yaa Gooftaa koo
~ Ati na jabeessi
~ Obsa kee naaf kennii
~ na tasgabbeessi
~ dhala koo waliin
~ wal na agarsiisi
~ bakka gadda kootii
~ gammachuu naaf buusi ×2

Qopheessaan wlaloo Barataa #Umar_Ahmad
yuunivarsiitii Haroomaayaa irraayyi JZkll jennan.

Namni Harmee teessan Jaallattan #Like & #Share 👌"https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from Muaz Mohamed Official Tg
Watch "● JAARTII 4 FUUDHUU || Bashannana Halaal Daawwadhaa !" on YouTube
https://youtu.be/IkpmqLOINUk
Forwarded from Muaz Mohamed Official Tg
Watch "HAMZAAN || Mana hidhaa bahee Mudannoo Achi keessaa Yoo dubbatu 😎" on YouTube
https://youtu.be/3iWsxujUHlE
Forwarded from Robsan Mohammed
Watch "SALLU ALA NABU (SAW) MAHEIR ZAIN NASHID #COVER #SALAH MOHAMMED AND #ROBSAN MOHAMMED" on YouTube
https://youtu.be/gUv66WJ-x1w


You tube khiyya haraya senun #subscribe godhu hin dagatina obaleygan khessanifis #sher godhus hin dagatina #like godhunis nu jajjabessa galatoma rabbif jechan isin jaladha