Hamza mohammed👉offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
#Erdogan| «Jabana Orodgaan»

Jabana Mootii Ordogaan Lakkoofsi Ijoollee Qur'aana Haffazanii Dabalaa Jiraachuun Himame

Turkiyaa Keessatti Erga Amiirri Ordogaan Taayitaa Qabatanii Baayyinni Ijoollee Qur'aana Haffazanii Shamarran Dabalatee Lakkoofsi Isaanii Kuma 138 Ga'ee Jira, Kana Qofa Osoo Hin Taane Wiirtuun Qur'aana Haffaziisu Jabana Ordogaan Keessa Ijaarame Baayyinni Isaa 1450 Ol Ta'ee Jira
#MaashaaAllah
⊙ Yoo Si Gammachiise SHARE Godhi

● Rabbi Umurii Isaa Haa Dheeressu

©Jechoota Gaggaarii
#Like_Share

Join

@Jechotagaggaarii @Jechotagaggaarii @Jechotagaggaarii
#Gadda| «Afghanistan»

Rabbi Raahmata Haa Godhuuf

Magaalaa Guddittii Afgaanistaan Kabula 'tti Guyyaa Kaleessaa Sirna Cidhaa Geggeessuuf Namoota Galma Keessatti Walitti Qabamanii Jiran Irratti Boombii Finxaalessi Ameerikaa Tokko Dhooseen Bakka Tokkotti Namooti 63 Kan Du'an Yoo Ta'u Namoonni 180 Ol Immoo Mada'anii Jiru

Namoota Du'an Kana Keessa Dubartootaa Fi Daa'imman Nii Argamu Jedha Odeessi Afgaanistaan Irraa Ba'e

Kan Du'aniif Rabbi Raahmata Haa Godhu

Odeeffannoolee Birootiif Channel YouTube Keenya Kana Dyan https://youtu.be/SJIK0FlzbXc Subscribe Gochuun Nu Hordofaa

©Jechoota Gaggaarii
#Like_Share