Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Assalamualaykum warahamatulahi wabarakatuh ๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹ ๐Ÿ˜
โญ๏ธ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Maherzain123
@Maherzain123
๐ŸŒดNamni du'a yaadatu๐Ÿค”!
๐ŸŒดKan qabri sodaatu๐Ÿ˜ข
๐ŸŒดYoomu haraam dalaguuf waa garaan jabaatu!๐Ÿ˜’
๐ŸŒดNamni beeku hin jiruu guyyaa ruuhin baatu!๐Ÿ˜ž
๐ŸŒดJaalanus jibbinus duuti silaa hin haftu!๐Ÿ‘Œ
๐ŸŒดRabbiin nu haa taasisu kan isa sodaatu!โ˜บ๏ธ
๐ŸŒดKan keyri hojjatee jannata bitatu!๐Ÿ™
๐ŸŒดKan duuti yoo dhuftees nagayaan simatu!๐Ÿ™
๐ŸŒดKan qabriin Isaatis caffe jannataa isaaf taatu!๐Ÿ™
@Maherzain123
๐ŸŒดYaa Rabbii nu taasisi nama guyyaa boru jannatulfirdowsi keessa Zalalam jiraatu!!๐Ÿ™๐Ÿ™
@Maherzain123
@Maherzain123 @Maherzain123
@Maherzain123
Namni Lubbuu Nama Takkaa Ajjeese Rabbi Biratti Akka Nama Lubbuu Nama Hundaa Ajeeseeti

Garuu Ammaan Namni Lubbuu Namaa Takka Baraare Akka Nama Lubbuu Nama Hundaa Baraareeti Saniifuu Obboleeysi Keenya Muaz Mohamed Guyyaa Arraa Haala Kanaan Dhiiga Kannachaa Oole
Akkanaatu Natti Mullata.....!๐Ÿ‘‡

Amata Tokkoofii walakkaa Geenyee Jirra Erga Shufeertichi Makiinaa Teenya Gubbaatti bahee Nuun Oofuu Jalqabee...

Akkuma Namuu Beekhu Gaa Shufertichi Makiinaa Teenya Oofaa Jiru khun Na Malee Namuu makiinaa Oofuu hin beekhu saha, Baqqaa! isa qofaatu Firisiyoona ukkamsee maarshii naquu beekha, isuma qofaatu 'fireechaa' ibsee makiinaa dhaabuu beekha, Isa Qofaatu Kharaa saayinsaawaa teheen makiinaa oofatti of beekha.....

Akki Inni itti if beekhuufii wamti inni hojjachaa ture immoo Wal adda. Khasaaraa Kheysa Nu naqe! Yero yerotti Makiinaa gidaaraan dhaha, Ammaa Amma 'Ispookyoo' fi 'Fireechaa' cabsaa oola
Baqqaa Ofuu hin beekhu, Garuu sirrittin oofaa jira of saha....Abbootiin Makiinaatis 'akkaataan An itti makiinaa oofu khun ni tahaaf ,Na jaalatan' ja'ee yaada.

yeroo hedduuf 'If sirreysi, Gaafii teenya nuuf deebisi, #mootara Makiinaatis kunuunsi...' jannee itti waywaannus Nu dhagahuu dideetuma Makiinaa Gidaaraan dhahaa oola!

shufeertichi Makiinaa Gidaaraan dhahuu bira khuteeti Abbootii Makiinaa Tuffachuu Jalqabe, Inumaa #Mootara Makiinaatis Halkan kheysa Gubuu Hawwus Abbootiin Makiinaa Daftee Irratti dhaqqabdee yaaliin Mootara Gubuu sunis harkaa Fashalaawee Makiinaanis Najaa Baate.( Alhamdulillah!)

Haganaa ol Oobsinee , Shufeerticha Ammaa Amma waa Balleysu Khana Waliin Imaluu hin dandeenyu.
Nutis Abbootiin makiinaa Ji'a Torba Booda Wal dorgommiin amata 5 kheysaa hoggu takka shufeerota Makiinaa Jiddutti gaggeyfamtu waan jirtuuf shufeera nuuf tahu , Khan Makiinaa teenya Ummata Garajaa bira bulchaa hin oolle, khan Hojjatee Galii nuuf galchu, Khan Shufeerronni akka isaa hin tuffanneen Yoo Filannee Makiinaa Gubbatti Baasnee Nuun Oofe hoo...?

Khuni Yaada Khiyyaโ€ผ๏ธ
Hasan Albasriin ollaa kiristaana tokko qabaachuu ture,sagaraan ollaa isaa gonbisaa mana Hasan irratti jaarame, yaroo ollaan isaa kun fincaane mana hassan kessatti fincaan yaa'a,Hasan okolee jala kaayee waan guyyaa walitti qabamu halkan gad naqa,halaa kanaan amata 20 jiraate.
yeroo kessa hasan dhukkubsate,gurbaan ollaa kiristaana kun isa gaafachuu seene ,yaroo kana fincaan arke,
"yoomirraa eegaleeti azaa kiyya kana naba'achaa jiraatte?je'een.
"amata 20 "je'e Hasan
gurbaan ollaa kiristaana maattaba isaa baasee shahaadaa qabatee islaamawe.
naafii ati ollaa kenyaaf hagam takka obsinaaf
share godhi jzk mee #senaa tanarraa mall #maltuu sif #galee #obbolleeyyaan
Qalbi darreen hedduun takka "Aboo Ustaazonni siyaasaa kheysaa bahaa amantii qofa nu barsiisaa Tish Zamanuma akkam kheysa jirra...." ja'anii yeroo dubbii minnaaganin arga.

Naman Atuu siyaasaa hordofaan jirtuu? Ustaazonnis Waan biyya isaanii kheysatti deemaa jiru irratti yaada yoo khannatan maaltu haarawa? Moo isaan lammii biyyaatiin mitii? Moo seerri August 1995 G.C ragga'ee itiyoophiyaan ittiin bulaa Jirtu san Ustaazotan laallatu? Baqqaa si qofa khaa Abbaan biyyaa! Qoy! Ati jiruu namaa kheysaahuu Maaltu si galche? Nagayaan jiruu tee maan jiraanne!? Ustaazonni fedhan Awaasaa, Fedhan Sanbuusaa, Fedhan Siyaasaa kheysatti Haa hirmaatan, Ati maaltu siin gahe? (Ani sheekhas, ustaazas Miti Ani barataa dadhabaa humaan beyne tokko....Garuu waan natti mullate numan tsaafa๐Ÿ™‚)

Yeruma hundaahuu dhugaan ati dagachuun qabne Muslimni Siyaasaaf Dantaa hin qabne siyaasaa muslimaaf dantaa hin qabneen hogganama.

โ—Siyaasaan jiruuf jireenya, Siyaasaan Diinagdeedha....siyaasaa hin barbaadu Taanaan deemii #godatti gali achitti maatiin tee si haa qallabduu!

Fixadhe khalaas!
Pireezdaantii Jechuun Maal Jechuudha?!
Baacoo Gabaabduu๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿ™Š๐Ÿ™Š#kolfafi
Ilmi Abbaa isaatin ~ Abbaa Koo Pireezdaantii
Jechuun maal jechuudhaa?" Jedhee gaafata;
Abbaanis ~ Ilmoo koo Pirezidaantii jechuun
nama waan tokko Hogganu jechuudha jedheen;
Mucaanis ~ Abbaakoo waan kana fakkeenyaan
naaf ibsuu dandeettaa?! Jedheen
Abbaanis ~ Eeyyen Ilmoo koo ~ Fakkeenyaaf
Mana keenya yoo fudhanne Pirezidaantii jechuun
ana jedheen;
Mucaanis ~ tole abbaakoo yoo ati Prezidaantii
mana kanaati jenne; Harmeen tiyyahoo
jedheen?! ~
Abbaanis ~ Harmeen tee Ministeera Maallaqaati
jedheen
Mucaanis ~ Aakkayoon tiyya hoo?! Jedheen
Abbaanis ~ Aakkayoontee immoo Basaastudha
jedheen
Ammas Mucaan ~ Obboleewwan koo hoo?!
Abbaan ~ Siifii obboleeyyan kew walitti Ummata
jedhamtu jedhee deebii mucaan gaafate
deebiseef!
Mucaanis ~ Galatoomi Abbaakoo, haala gaarii
ta'een naaf ibsite. Amma wanti hunduu sirritti
ifa naaf ta'eera jedheen. Ergasii Guyyaa tokko
wayta Abbaan isaa hojii adeemu namni biraa
tokko mana isaanii dhufe. Mucaan kuni kanaan
dura nama kana argee hin beeku. Yoo sirritti
ilaalu Harmeen isaas nama kana jala fiffigdee
mana keessa oliif gadi buburraaqxi. Yeroo kana
mucaan waan adeemaa jiru kana ija shakkiitin
ilaalee dhokatee ariitidhaan Abbaa isaatti bilbila
bilbilee:
Heloo, Heloo Abbaakoo ~ Na dhageettaa?!
Akkam naaf jirta?! Ilaa mee waan ariifachiisaa
tokkon sitti himuu barbaade ~ Yeroo amma kana
Mana keenya Prezidaantii Haaraan dhufee oliif
gadi mana keessa buburraaqaa jira. Ministeerri
Maallaqaatis mana keessa oliif gadi shaa jechaa,
Prezidaanticha simachaa jira. Basaasan immoo
hirriba ajaa'ibaa keessa jira. Ummanni Akka
malee cinqameera..... Maal wayya abbaakoo?!
Jedheen!
Abbaanis :
Namnii karaa raabiratii wal jalaatee bulti halalii ijaraatee Adunyafi akkraa gargar hin ba"uu hubadha๐Ÿ’œ๐Ÿ’œ
=======Fayidaa bultii halalaa=======
dhirri ykn dubartin herumte ykn fudhuun
Nabbi muhamed s.a.w akkas jedhan qixee imanaa gutatee jedhan
โžกIntalli ykn dhirri bulti halala horate tokko ijii isaa haramaa irra fagati ykn ijaa olif gaddi hin faccasuu

โžกdhirri ykn dubartin bulti horate rabbi fi namaa birratis kabajaa qabdii yoo akka rabbin isi ajajeen jiratee qofaa

โžกDhirri tokko ykn dubartin tookka yoo bulti halala kessati wanti isin gotuu hunduu keyiri qaba

โžกAkkuma namni walif hallalaa hin tanee
Wan hin tane kessa yoo galuu harama rabbin godhee hallalaa kessati ajirii guddo qaba fkn abban warra hadhaa warra ijan keyirn ilalun .wajin taphachun nyata wal nyachisun .walif yadduun hundi rabbin birrati ajirii qabdi

โžกdhirri ykn dubartin bulti horate ilma rabbi fi namni jallatu kan halala fakkati
Ofii arguu

โžกwantooni rabbi fi ilmaa nama giduuti
Wal dhabdee fiduu hunduu xiqachuun keyirin guddata adeemaa

โžกdhirti ykn dubartin bulti horate mana ofitif yaddu malee wan hin tanee hasawa yeroo gubbu .qabenyaa qisasesuu. Irra fagatuu

โžกwaluma galti wanti rabbiti qulqullese si kallesuu kessa in guddan bulti halala ijaratudha
Rabii nutii haa ijaruu kan halalaii๐Ÿ’œ๐Ÿ’œ๐Ÿ’œ
ุฅู†ุง ู„ู„ู‡ ูˆุฅู†ุง ุฅู„ูŠู‡ ุฑุงุฌุนูˆู†

ุงู„ู„ู‡ู… ุงุบูุฑ ู„ู‡ ูˆุงุฑุญู…ู‡ ูˆุนุงูู‡ ูˆุงุนู ุนู†ู‡ ูˆุฃูƒุฑู… ู†ุฒู„ู‡ ูˆูˆุณุน ู…ุฏุฎู„ู‡ ูˆุงุบุณู„ู‡ ุจุงู„ู…ุงุก ูˆุงู„ุซู„ุฌ ูˆุงู„ุจุฑุฏ ูˆู†ู‚ู‡ ู…ู† ุงู„ุฐู†ูˆุจ ูˆุงู„ุฎุทุงูŠุง ูƒู…ุง ูŠู†ู‚ู‰ ุงู„ุซูˆุจ ุงู„ุฃุจูŠุถ ู…ู† ุงู„ุฏู†ุณ ูŠุงุฑุจ ุงู„ุนุงู„ู…ูŠู† ๐Ÿคฒ๐Ÿ˜ข๐Ÿคฒ

Innaa lillaahi wa innaa ilayhi raajikguun
๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
guyyaan Ar"aa Indiana 4/11/2019 - 3/7/1441
Aalima Oromoo fii hayyuu oromoo kan tehe #sheikh_Mohammed_Amin_kharroo Magaalaa makkatti aakhirame awwaalcha salaata asrii booda du'aa'ii godhaa rabbin Jannatul Furdowsiin isa haa qananiisuu qabrii isaa caffee jannataa isaa haa godhuufii.

@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡