Hamza mohammed👉offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
~KANA BEEKTUU LAATA. ?
Ma'asiyaan dukkana wanti isiiibsu
toowbaa qulqulluudha!
~Qabriin dukkana wanti isiiibsu
saalata
~Miizaanni [madaalliin guyyaa qiyaamaa
dukkanaa wanti isa ibsu jecha "Laa ilaaha
illaa Allaah je'uudha
~Siraaxni dukkana wanti isa ibsu
dhugoomsuudha
~Aakiraan dukkanaa wanti isii ibsu
dalagaa gaarii duniyarratti dabrfataniidha
.
~Rabbiin Nama osoo mana dukkanaa san
hin seeniin ifaa haru'uma Qabsiifatu nuhaa
tasisuu.
Aaaamiiiin Summa Aaaamiiiin.
Addunyaan Biyya hojiiti Akhiraan Biyya waan Dalagan Galata itti Argatani Addunyaaf jacha Akhiraa hin dagatin Addunyaafi Akhiraas bilaash hin jiru .
Anaafi Atiis Rabbiin Nuhaa milkeessu Khaatimaa nuhaa tolchu
🌹اللهمَّﷺصَلِّﷺوَسَـــلِّمْﷺوَبَارِكﷺْعلىﷺنَبِيِّنَـــاﷺمُحمَّدﷺ🌻🌹
🌻🌹اللهمَّﷺصَلِّﷺوَسَـــلِّمْﷺوَبَارِكﷺْعلىﷺنَبِيِّنَـــاﷺمُحمَّدﷺ🌻🌹

🌻🌹اللهمَّﷺصَلِّﷺوَسَـــلِّمْﷺوَبَارِكﷺْعلىﷺنَبِيِّنَـــاﷺمُحمَّدﷺ🌻🌹جمعه مباركه
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Namni Jalqaba Mowlida Jalqabe Eenyu

Mowlida Jechuun : Dhaloota: jechuudha,

Garuu dhaloonni kuni kan (Nabi Muhammadi ﷺ ) Jechuu itti baanan,

Namni jalqaba mowlida kabajuu jalqabe hijraa irraa amata 500 lakkaawatee amata 600 keysa ykn amata 700 xummura irratti Gadaa Ummata (faaximiyyootaa) namticha Abuu sa'iid kowkabuurii je'amutu takka je'ee karra mowlidaa bane, inni kan mootummaa tureedha,

Akkuma Ibnu kasiir Kitaaba ﺍﻟﺒﺪﺍﻳﺔ ﻭﺍﻟﻨﻬﺎﻳﺔ je'amu keysatti galmeessanitti , Akkasuma Ibnu Kalkaaniifii qorattootni seenaa nuuf himanitti,

Abuu shaamaan akki je'an: Namni biyya mowsil keessatti qaawwa haflaa mowlidaa bane nama Sheekh Umar bin muhammad Al-malaa je'amuudha, Inni duraan nama gaarii ture , Sheekh Umar kanatti Abuu sa'iidiin sunis hidhate,

Ibnu kasiir Kitaaba AL-BIDAAYATU WA-NIHAAYAA keessatti yoo waa'ee Abii sa'iid kowkabuurii addeessan akki je'an: Ji'a Rabii'ul Awwal keessa dhaloota Nabiyyii kabajamaa ulfeessuuf haflaa guddaa tokko qopheessa. . .

Namni gaafa sana achi jiru nuuf odeessee jira. . Mataa horii kuma shan 5000 wadda. . Lukkuu kuma kudhan bilcheessa. . Saanii/qorii kudraaf mudraan guutamte kuma soddoma qopheessa . . . je'an. .

Kanaafuu Mowlidni waan guyyaa keessa argame malee waan sahaabotaaf taabi'oonni akkasuma salafni gaariin hojjatanii miti, . . .

Isa kabajuu dhiisii "Baga ittiin isin gahe " jaraan jechuun jechuun Dilii gurguddaadha. .

Namni bid'aa jibbitan SHARE godhaa,
Forwarded from Ilaalcha Gaari--Positive Attitude (ุุุุุ้้้้้ ุุุุุุุุุุ้้้้้ััุ ุุุุุ้้้้้ ุุุุุุุุุุ้้้้้ััุุุุุุ Ĥ̸̸̸̴̰ø̸̸̸̴̰p̴̸̸̸̰ḛ̴̸̸̸̌ñ̴̰ ̸ ̸Đ̸̴̸̰ø̸̸̴̸̰p̸̴̸̰ḛ̸̸̸̴̌ ุุุ้้้้้) via @Hopeprobot

Chaneloota Afaan oromoo member 10000 ol qaban guyyaa guyyaatti qophii adda addaatiin isin bohaarsan █▓▒►JOIN ►▒▓█ godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Hasan albasriin:
akkana jedhan
Gabricha tokko diliin isaa yoo baay'attee dalagaa dilii saniin balleessu yoo hin qabaatin rabbi yaaddoo itti buuseeti saniin dilii isaa irraa haqa jedhan!!

↘️↘️↘️↘️↘️↘️

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Istand with palestine
Taajjabbii Tiyyaafii Nama kheenya....👇
●Europe haga Ammaa Seenaa Loltota Duula Masqalaatiin Boonti.

France Haga ammaa 'Luis' 9ffaa dhaa Akka Gootatti Laalti.

England Haga Ammaa 'Richard' Hogganaa Cimaa Gootee Laalti.

Germanis haga Ammaa 'Fidrik berberosa' dhaan Dhaadatti.

Ameerikaan Haga Arraa 'Abraham Lincoln' niin boonti.

Habashaam Haga Arraa 'Jaanahoo' (Haylasillaasee) Dhaan Abbaa Kheenya Jattee Maqaa isaa Ol Fuuti.

Obboleeyyan kheenya (Oromoon kiristiyaanaatis) haga ammaa 'Onasmoos nasiibiin' boonaa jiran.

Nuti Immoo Gootota Islaamaa Faarsuu dhiisii Dura Amantuma teenyatti saalfachuu jalqabana....'Alhamdulillaah' jechuu caalaa 'galata Waaqaa' Yoo janne sabboonaa cimaa taana nutti fakkaata muslima akka kheenyaatiin 'Assalaamu aleykum' jechuurra 'Akkam bulte' yoo janneen Irra nuuf dhihaata sababnis nuti Amantiif kutaan walin qoonnu khaa!

'Horaa bulaa' jannee yoo Haasawa kheenya goolabne faa Sabboonaan sabaa khan akka kheenyatti quuqama qabu inuma hin jiru if seena.

Gariin nama kheenyaa immoo Amma barruu tiyya tana Argee 'Mucaa Dhama'aa ustee waan hin taane barreysitee Tokkummaa saba khanaa hin diigin' naan jechuu mala.

Adeeroo Abjuu akkanaa kheysaa bahi. Haala Amma jirtu khanaan Yoo itti fufte Ammas Zamanni Zulmii sun sumatti deebi'a. Ani yakka dalagi , saba addaan qoodi jechaa hin jiru! Jarrinuu Amantii saaniitiin boonaa jiraa ati Maalummaa Fi Eenyummaa Kheetiin boonuu maaltu si dhoorke?
Moo Mirga isaan khophatti qaban khan Ati hin qabneetu jiraa.....!????

Maalummaa fi Eenyummaa Ati ittiin hin boonin namni nan tahin naaf khabaja jattee eeguun abjuu goonkumaa hin dhugoomne!!

Fixadhe Khalaas!
Forwarded from Ilaalcha Gaari--Positive Attitude (ุุุุุ้้้้้ ุุุุุุุุุุ้้้้้ััุ ุุุุุ้้้้้ ุุุุุุุุุุ้้้้้ััุุุุุุ Ĥ̸̸̸̴̰ø̸̸̸̴̰p̴̸̸̸̰ḛ̴̸̸̸̌ñ̴̰ ̸ ̸Đ̸̴̸̰ø̸̸̴̸̰p̸̴̸̰ḛ̸̸̸̴̌ ุุุ้้้้้) via @Hopeprobot

Chaneloota Afaan oromoo member 10000 ol qaban guyyaa guyyaatti qophii adda addaatiin isin bohaarsan █▓▒►JOIN ►▒▓█ godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Ilaalcha Gaari--Positive Attitude (ุุุุุ้้้้้ ุุุุุุุุุุ้้้้้ััุ ุุุุุ้้้้้ ุุุุุุุุุุ้้้้้ััุุุุุุ Ĥ̸̸̸̴̰ø̸̸̸̴̰p̴̸̸̸̰ḛ̴̸̸̸̌ñ̴̰ ̸ ̸Đ̸̴̸̰ø̸̸̴̸̰p̸̴̸̰ḛ̸̸̸̴̌ ุุุ้้้้้) via @Hopeprobot

Chaneloota Afaan oromoo member 10000 ol qaban guyyaa guyyaatti qophii adda addaatiin isin bohaarsan █▓▒►JOIN ►▒▓█ godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Deggartoota Arsenal (ุุุุุ้้้้้ ุุุุุุุุุุ้้้้้ััุ ุุุุุ้้้้้ ุุุุุุุุุุ้้้้้ััุุุุุุ Ĥ̸̸̸̴̰ø̸̸̸̴̰p̴̸̸̸̰ḛ̴̸̸̸̌ñ̴̰ ̸ ̸Đ̸̴̸̰ø̸̸̴̸̰p̸̴̸̰ḛ̸̸̸̴̌ ุุุ้้้้้) via @Hopeprobot

Chaneloota Afaan oromoo member 10000 ol qaban guyyaa guyyaatti qophii adda addaatiin isin bohaarsan █▓▒►JOIN ►▒▓█ godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Odaa Electronics
🤝Ashamaa akkam jirtu🤝

Afaan oromoo kan jaallattaniif dhageessan maraaf:-

Akkuma beekamu Afaan oromoo Afaan saba guddaa akka ta'e beekamaadha.
Gama tekinooloijiitiin garuu yoo ilaalle baayyee gadi bu'aadha.
Kunis nama beekumsa qabutu dhabame utuu hin taane nama irraa baratutu dhabame.
Gama afaan biraatti yoo deebine gama tekinooloojiitiin baayyee nu caalu sababa kanaafidha kan namoonni keenya technology irratti oromoi ta'anii Afaan kan biraadhaan hojjetaniif.

Nutis Kan kanaan duraa haasa'uu qofa osoo hin taane gama hundumaanuu tekinooloojiitti jabaannee beekumsa fagoo fagoorra jiru wolirraa haa barannu.
Ammuma kanneen Aartii oromoo cimsuufi Afaan oromoo guddisuu barbaaddan You tube keenya armaan gadii Sabscribe nuuf godhaa.

ABDI TECH
Afaan oromootiin qophiiwwan faayidaa
gurguddaa qabaniifi barsiisoo ta'an kan beeknu isin barsiisuufii tekinooloojiitti Afaan keenya guddisuudhaaf hojenna.
Chanela keenya kanarratti namni tekinooloojiitti dhiyoo hin jirre kamiyyuu tekinooloojiitti dhiyeessinee wantoota baruun ta'u barsiifnee nama tekinooloojii isa gochuuf qophiidha.
akkasumas:-
•Qoosaawwaniif koomeediiwwan
•walaloo garaa nama qabbaneessuuf nama
hawwatu
•Tooftaalee milkaayinaa
•dandeettii dubbatanii amansiisuu fi
•wantoota haala yeroon wol qabatan isin biraan geenya.

NUTTI DHIYAADHAA YAADA NUUF KENNAA
👇👇👇👇sabscribe nuf godhaa
👇
https://m.youtube.com/channel/UCZqmtZH4VnTMtXxNrI46bcA/featured
👆👆link arman olii tuqaa👆👆