Hamza mohammed👉offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Hasan Albasriin ollaa kiristaana tokko qabaachuu ture,sagaraan ollaa isaa gonbisaa mana Hasan irratti jaarame, yaroo ollaan isaa kun fincaane mana hassan kessatti fincaan yaa'a,Hasan okolee jala kaayee waan guyyaa walitti qabamu halkan gad naqa,halaa kanaan amata 20 jiraate.
yeroo kessa hasan dhukkubsate,gurbaan ollaa kiristaana kun isa gaafachuu seene ,yaroo kana fincaan arke,
"yoomirraa eegaleeti azaa kiyya kana naba'achaa jiraatte?je'een.
"amata 20 "je'e Hasan
gurbaan ollaa kiristaana maattaba isaa baasee shahaadaa qabatee islaamawe.
naafii ati ollaa kenyaaf hagam takka obsinaaf
share godhi jzk mee #senaa tanarraa mall #maltuu sif #galee #obbolleeyyaan